LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, foon lubbuun isaa, jechuunis dhiigni+ isaa keessa jiru hin nyaatinaa.+

  • Leewwota 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “‘Iddoowwan jiraattan hundumaatti, kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha: Cooma kam iyyuu yookiin dhiiga kam iyyuu matumaa hin nyaatinaa.’”+

  • Leewwota 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘Mana Israaʼel keessaa yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni kam iyyuu dhiiga akkamii iyyuu yoo nyaate,+ ani dhugumaan fuula koo nama* dhiiga nyaatu sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*

  • Keessa Deebii 12:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, matumaa dhiiga hin nyaatinaa;+ kanaa mannaa, akkuma bishaaniitti lafatti dhangalaasaa.+

  • Hojii Ergamootaa 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi