2 Mootota 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe. 2 Seenaa Baraa 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Hisqiyaas+ umurii isaa waggaa 25tti mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abiiyaa yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+ Isaayyaas 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge: Hoseʼaa 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Bara mootota Yihudaa+ Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti,+ akkasumas bara mootii Israaʼel Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Hoseʼaa* ilma Beʼerii dhufe isa kana. Maatewos 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ooziyaan Yootaamiin+ dhalche;Yootaam Akaaziin+ dhalche;Akaaz Hisqiyaasiin+ dhalche;
18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe.
29 Hisqiyaas+ umurii isaa waggaa 25tti mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abiiyaa yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+
1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge:
1 Bara mootota Yihudaa+ Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti,+ akkasumas bara mootii Israaʼel Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Hoseʼaa* ilma Beʼerii dhufe isa kana.