12 wanta ati gaafatte siifan godha.+ Ani garaa ogeessaa fi hubataa si dura namni kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne+ siifan kenna.+
26 Inni nama isa gammachiisuuf ogummaa, beekumsaa fi gammachuu ni kenna;+ isa cubbamaa taʼeef garuu nama Waaqa dhugaa gammachiisuuf akka kennu gochuuf hojii sassaabuu fi hojii akkanumaan walitti qabuu ni kenna.+ Kunis wanta gatii hin qabne dha; akkuma bubbee duukaa fiiguu tis.