LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Namni si abdatu kam iyyuu matumaa hin qaanaʼu,+

      Warra sababa malee haxxummaa raawwatan garuu qaaniitu eeggata.+

  • Faarfannaa 130:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaa nan abdadha, guutummaan eenyummaa kootii* isa abdata;

      Ani dubbii isaa nan eeggadha.

  • Isaayyaas 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Guyyaa sanatti isaan akkana jedhu:

      “Kunoo, Waaqni keenya isa kana!+

      Nuti isa abdanneerra,+

      Innis nu oolcha.+

      Kun Yihowaa dha!

      Nuti isa abdanneerra.

      Fayyina karaa isaatiin argamuuf haa gammannu, haa ililchinus.”+

  • Isaayyaas 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan garuu gaarummaa isinitti argisiisuuf obsaan* eegaa jira,+

      Gara laafina isinitti argisiisuufis ni kaʼa.+

      Sababiin isaas, Yihowaan Waaqa haqa qabeessa taʼe dha.+

      Warri abdiidhaan* isa eeggatan hundi gammadoo dha.+

  • Miikiyaas 7:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ani garuu dammaqinaan Yihowaa eeggachuu koo ittan fufa.+

      Waaqa fayyinaa koo obsaan* nan eeggadha.+

      Waaqni koo na dhagaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi