LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Utuma inni namoota hedduu sanatti dubbachaa jiruu, haati isaa fi obboloonni isaa+ isa haasofsiisuu barbaadanii ala dhaabbatu turan.+

  • Maarqos 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kun anaaxicha+ ilma Maariyaam+ mitii? Obbolaan isaa Yaaqoob,+ Yoseef, Yihudaa fi Simoon+ mitii? Obboleettonni isaas nuu wajjin as jiru mitii?” Kanaafuu, isatti ni gufatan.

  • Luqaas 8:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yeroo kanatti haati isaa fi obboloonni isaa+ gara isaa dhufan; haa taʼu malee, namoota hedduu sanaan kan kaʼe isatti dhihaachuu hin dandeenye.+

  • Yohaannis 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana booda inni, haati isaa, obboloonni isaa+ fi barattoonni isaa gara Qifirnaahomitti+ gad buʼan; haa taʼu malee, guyyoota hedduudhaaf achi hin turre.

  • Hojii Ergamootaa 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namoonni kun hundi dubartoota tokko tokkoo wajjin,+ akkasumas Maariyaam haadha Yesuusii fi obboloota isaa wajjin yaada tokkoon cimsanii kadhatu turan.+

  • Galaatiyaa 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Taʼus ani Yaaqoob+ obboleessa Gooftaa malee, ergamoota kaan keessaa nama tokko illee hin argine.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi