LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 95
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqeffannaa dhugaan ajajamuu dabalata

        • ““Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan” (7)

        • “Garaa keessan didaa hin godhinaa” (8)

        • “Isaan gara boqonnaa kootti hin galan” (11)

Faarfannaa 95:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 22:47

Faarfannaa 95:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “fuula isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23; 100:4

Faarfannaa 95:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 18:11; Er 10:10; 1Qo 8:5, 6

Faarfannaa 95:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 4:13; 9:3

Faarfannaa 95:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 5:22
  • +Uma 1:9, 10

Faarfannaa 95:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 100:3; Mat 4:10; Mul 14:7

Faarfannaa 95:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka isaa ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 23:1; Isa 40:11
  • +Ibr 3:7-11; 4:7

Faarfannaa 95:8

Miiljaleewwan

  • *

    “Wal Loluu” jechuu dha.

  • *

    “Qorumsa” jechuu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 3:15
  • +Bau 17:7

Faarfannaa 95:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:18; 1Qo 10:9
  • +Lak 14:22, 23

Faarfannaa 95:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 2:3; Lak 14:22, 23; Ibr 4:3

Yaada Wal Simu

Far. 95:12Sa 22:47
Far. 95:2Fr 50:23; 100:4
Far. 95:3Bau 18:11; Er 10:10; 1Qo 8:5, 6
Far. 95:4Amo 4:13; 9:3
Far. 95:5Er 5:22
Far. 95:5Uma 1:9, 10
Far. 95:6Fr 100:3; Mat 4:10; Mul 14:7
Far. 95:7Fr 23:1; Isa 40:11
Far. 95:7Ibr 3:7-11; 4:7
Far. 95:8Ibr 3:15
Far. 95:8Bau 17:7
Far. 95:9Fr 78:18; 1Qo 10:9
Far. 95:9Lak 14:22, 23
Far. 95:11Uma 2:3; Lak 14:22, 23; Ibr 4:3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 95:1-11

Faarfannaa

95 Kottaa, Yihowaadhaaf haa ililchinu!

Qarsaa fayyinaa keenyaaf miira injifannootiin haa ililchinu.+

 2 Galataa wajjin isa* duratti haa dhihaannu;+

Isaaf haa faarfannu, miira injifannootiinis isaaf haa ililchinu.

 3 Sababiin isaas, Yihowaan Waaqa guddaa dha,

Waaqolii kan biroo hundumaa irrattis Mootii guddaa dha.+

 4 Gad fageenyi lafaa harka isaa keessa jira;

Fiixeewwan gaarotaas kan isaa ti.+

 5 Galaanni inni tolche kan isaa ti,+

Lafa gogaa kan hojjetes harka isaa ti.+

 6 Kottaa, haa waaqeffannu, haa sagadnus;

Yihowaa isa nu tolche duratti haa jilbeenfannu.+

 7 Inni Waaqa keenya dha,

Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,

Hoolota kunuunsa isaa jala jirru dha.*+

Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan,+

 8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+

Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa;

 9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+

Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+

10 Anis waggaa 40f dhaloota sana jibbee akkana nan jedhe:

“Isaan saba yeroo hundumaa garaan isaa karaa irraa goru dha;

Daandiiwwan koos hin beekne.”

11 Kanaan kan kaʼes, dheekkamsa kootiin,

“Isaan gara boqonnaa kootti hin galan”+ jedheen kakadhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi