LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Lafa dhiha Yordaanos jiru hihiruu (1-5)

      • Kaaleb Kebrooniin dhaale (6-15)

Iyyaasuu 14:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:17; Iya 19:51

Iyyaasuu 14:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 34:13
  • +Lak 26:55; 33:54; Fak 16:33; HoE 13:19

Iyyaasuu 14:3

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, kallattii bahaatti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 32:29
  • +Kes 10:9; Iya 13:14

Iyyaasuu 14:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 48:5; 1Se 5:2
  • +Uma 48:19, 20
  • +Lak 35:7; Iya 21:1, 2
  • +Lak 35:2, 5

Iyyaasuu 14:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 4:19; 10:43
  • +Lak 32:11, 12
  • +Lak 13:26
  • +Lak 12:7, 8
  • +Kes 1:35, 36

Iyyaasuu 14:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dubbii akkuma garaa koo taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:2, 6
  • +Lak 13:30; 14:6, 7

Iyyaasuu 14:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “garaan sabichaa akka baqu kan godhan.”

  • *

    Kal., “guutummaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:24; 32:11, 12

Iyyaasuu 14:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:36

Iyyaasuu 14:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:45
  • +Lak 14:29, 30
  • +Lak 14:33

Iyyaasuu 14:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kan jiru fakkaata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 13:33
  • +Lak 13:22, 28
  • +Lak 14:8; Rom 8:31
  • +Iya 15:14; Abo 1:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    9/2021, ful. 8

Iyyaasuu 14:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:36, 37; 15:13; 21:11, 12; 1Se 6:55, 56

Iyyaasuu 14:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 14:24; Kes 1:35, 36; Iya 14:8

Iyyaasuu 14:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 23:2
  • +Lew 26:6; Iya 11:23

Yaada Wal Simu

Iya. 14:1Lak 34:17; Iya 19:51
Iya. 14:2Lak 34:13
Iya. 14:2Lak 26:55; 33:54; Fak 16:33; HoE 13:19
Iya. 14:3Lak 32:29
Iya. 14:3Kes 10:9; Iya 13:14
Iya. 14:4Uma 48:5; 1Se 5:2
Iya. 14:4Uma 48:19, 20
Iya. 14:4Lak 35:7; Iya 21:1, 2
Iya. 14:4Lak 35:2, 5
Iya. 14:6Iya 4:19; 10:43
Iya. 14:6Lak 32:11, 12
Iya. 14:6Lak 13:26
Iya. 14:6Lak 12:7, 8
Iya. 14:6Kes 1:35, 36
Iya. 14:7Lak 13:2, 6
Iya. 14:7Lak 13:30; 14:6, 7
Iya. 14:8Lak 14:24; 32:11, 12
Iya. 14:9Kes 1:36
Iya. 14:10Iya 21:45
Iya. 14:10Lak 14:29, 30
Iya. 14:10Lak 14:33
Iya. 14:12Lak 13:33
Iya. 14:12Lak 13:22, 28
Iya. 14:12Lak 14:8; Rom 8:31
Iya. 14:12Iya 15:14; Abo 1:20
Iya. 14:13Iya 10:36, 37; 15:13; 21:11, 12; 1Se 6:55, 56
Iya. 14:14Lak 14:24; Kes 1:35, 36; Iya 14:8
Iya. 14:15Uma 23:2
Iya. 14:15Lew 26:6; Iya 11:23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 14:1-15

Iyyaasuu

14 Lafti Israaʼelonni biyya Kanaʼaan keessatti dhaalaan fudhatan inni Eleʼazaar lubichi, Iyyaasuun ilmi Nuunii fi dura buutonni manneen abbootii gosoota Israaʼel akka dhaalaniif isaaniif kennan kana dha.+ 2 Akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti dhaalli isaanii gosoota sagalii fi walakkaadhaaf+ carraadhaan ni hirame.+ 3 Museen gosoota lamaa fi walakkaa warra hafaniif Yordaanos gamatti* dhaala kennee ture;+ Leewwotaaf garuu isaan gidduutti dhaala hin kennine.+ 4 Sanyiiwwan Yoseef akka gosa lamaatti ilaalamu turan;+ isaanis Minaasee fi Efreemi;+ isaan biyyattii keessatti Leewwotaaf qooda hin kennine; kanaa mannaa kan isaaniif kennan, magaalota+ keessa jiraatanii fi iddoowwan dheedichaa horiiwwan isaanii fi qabeenya isaaniitiif taʼu qofa ture.+ 5 Kanaafuu, Israaʼelonni akkuma Yihowaan Musee ajajee turetti biyyattii ni hihiran.

6 Achiis namoonni Yihudaa Gilgaal+ keessatti gara Iyyaasuu ni dhufan; Kaaleb+ ilmi Yofunee Qeenizichaas akkana isaan jedhe: “Yihowaan Qaadesh Barneʼaatti+ sii fi anaan ilaalchisee wanta Musee isa nama Waaqa dhugaa taʼe+ sanaan jedhe+ akka gaariitti ni beekta. 7 Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe biyyattii+ akkan basaasuuf yommuu Qaadesh Barneʼaadhaa na ergetti umuriin koo waggaa 40 ture; anis gabaasa sirrii taʼe* fidee dhufeera.+ 8 Obboloonni koo warri anaa wajjin ol baʼanii turan sabicha kan sossodaachisan* taʼus, ani garaa koo guutuudhaan* Waaqa koo Yihowaa duukaa buʼeera.+ 9 Museenis guyyaa sanatti, ‘Ati garaa guutuudhaan Waaqa koo Yihowaa duukaa waan buuteef, biyyi faanni kee irra deeme, sii fi ilmaan keetiif dhaala dhaabbataa ni taʼa’+ jedhee naaf kakate. 10 Ammas akkuma waadaa galetti,+ Yihowaan waggoota 45f lubbuudhaan na turseera;+ kunis yeroo Yihowaan Museedhaaf waadaa kana gale irraa, jechuunis yeroo Israaʼel lafa onaa keessa deemaa ture irraa jalqabee ti;+ kunoo ani harʼa nama umurii waggaa 85 ti. 11 Ani harʼas akkuma guyyaa Museen na erge sanaatti cimaa dha. Waraana irrattis taʼe sochiiwwan kan biroo irratti hirmaachuuf humni koo akkuma yeroo sanaa cimaa dha. 12 Kanaafuu, naannoo gaarotaa isa Yihowaan guyyaa sanatti waadaa naaf gale sana naaf kenni. Ati Anaaqiim+ magaalota guguddaa dallaa dhagaa qaban+ keessa akka jiran guyyaa sanatti kan dhageesse taʼus, Yihowaan dhugumaan naa wajjin jira;*+ akkuma Yihowaan waadaa galetti anis isaan nan ariʼa.”+

13 Kanaafuu, Iyyaasuun Kaaleb ilma Yofunee erga eebbisee booda Kebrooniin dhaalaan isaaf ni kenne.+ 14 Kebroon hamma harʼaatti dhaala Kaaleb ilma Yofunee Qeenizichaa kan taate kanaafi; sababiin isaas, inni garaa guutuudhaan Yihowaa Waaqa Israaʼel duukaa buʼeera.+ 15 Maqaan Kebroon sana dura Qiriyaat Arbaa+ jedhama ture (Arbaan Anaaqiim gidduutti nama guddaa ture). Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi