LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 19
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Uumamnii fi seerri Waaqayyoo ragaa ni baʼu

        • “Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni labsu” (1)

        • Seerri Waaqaa inni mudaa hin qabne humna haaressa (7)

        • “Cubbuu ani hin hubanne” (12)

Faarfannaa 19:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 8:3, 4; Isa 40:22; Rom 1:20
  • +Fr 150:1; Mul 4:11

Faarfannaa 19:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “wadaroon safaraa.”

  • *

    Ykn., “lafa oomisha kennituutti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 10:18

Faarfannaa 19:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 104:19

Faarfannaa 19:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu haaressa (namatti deebisa).”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:72
  • +Fr 23:3
  • +Fr 119:111, 129
  • +Fak 1:5; 2Xi 3:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

Faarfannaa 19:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 24:9, 10
  • +Fak 4:4; 6:23; Mat 6:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Faarfannaa 19:9

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, qulqulluu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:12; Fak 1:7; Mil 3:16
  • +Fr 119:137, 160; Mul 16:7

Faarfannaa 19:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qulqulleeffame.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:127; Fak 8:10
  • +Fr 119:103; Fak 16:24

Faarfannaa 19:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:11
  • +Fr 119:165

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

Faarfannaa 19:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:4

Faarfannaa 19:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “balleessaa hedduu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 20:6; Kes 17:12; 1Sa 15:23; 2Sa 6:7; 2Se 26:16-18
  • +Fr 119:133
  • +Isa 38:3

Faarfannaa 19:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2
  • +Iyo 19:25; Isa 43:14
  • +Fr 49:3; 51:15; 143:5; Flp 4:8

Yaada Wal Simu

Far. 19:1Fr 8:3, 4; Isa 40:22; Rom 1:20
Far. 19:1Fr 150:1; Mul 4:11
Far. 19:4Rom 10:18
Far. 19:6Fr 104:19
Far. 19:7Fr 119:72
Far. 19:7Fr 23:3
Far. 19:7Fr 119:111, 129
Far. 19:7Fak 1:5; 2Xi 3:15
Far. 19:82Se 24:9, 10
Far. 19:8Fak 4:4; 6:23; Mat 6:22
Far. 19:9Kes 10:12; Fak 1:7; Mil 3:16
Far. 19:9Fr 119:137, 160; Mul 16:7
Far. 19:10Fr 119:127; Fak 8:10
Far. 19:10Fr 119:103; Fak 16:24
Far. 19:11Fr 119:11
Far. 19:11Fr 119:165
Far. 19:121Qo 4:4
Far. 19:13Uma 20:6; Kes 17:12; 1Sa 15:23; 2Sa 6:7; 2Se 26:16-18
Far. 19:13Fr 119:133
Far. 19:13Isa 38:3
Far. 19:14Fr 18:2
Far. 19:14Iyo 19:25; Isa 43:14
Far. 19:14Fr 49:3; 51:15; 143:5; Flp 4:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 19:1-14

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

19 Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni labsu;+

Hawaan hojii harka isaa ni lallaba.+

 2 Guyyaa guyyaa dubbiin isaanii ni madda,

Halkan halkanis beekumsa mulʼisu.

 3 Dubbiin hin jiru, jechis hin jiru;

Sagaleen isaanii hin dhagaʼamu.

 4 Taʼus, sagaleen* isaanii guutummaa lafaa irratti,

Ergaan isaaniis hamma andaara lafaatti* dhagaʼameera.+

Inni samii irratti aduudhaaf dunkaana dhaabeera;

 5 Ishiin akka misirroo diinqa misirroo keessaa baʼuu ti;

Akka goota dorgommii fiigichaa fiigaa jiruuttis ni gammaddi.

 6 Ishiin fiixee samii isa tokko irraan baatee

Gara fiixee isa kaaniitti naannofti;+

Wanti hoʼa ishii jalaa dhokatu tokko illees hin jiru.

 7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+

Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+

 8 Qajeelfamni Yihowaa qajeelaa dha, garaa namaa gammachiisa;+

Ajajni Yihowaa qulqulluu dha, ija namaa ibsa.+

 9 Yihowaa sodaachuun+ taliila,* bara baraaf jiraata.

Murtiiwwan Yihowaa dhugaa dha, guutummaatti qajeeloo dha.+

10 Isaan warqii caalaa,

Warqii gaarii* hedduu caalaas gatii guddaa qabu;+

Damma caalaa, nadhii dammaa dhaaba dammaa keessaa coccophu caalaas ni miʼaawu.+

11 Tajaajilaan kee isaan irraa akeekkachiisa argata;+

Isaaniin eeguunis badhaasa guddaa argamsiisa.+

12 Dogoggora hubachuu kan dandaʼu eenyu?+

Cubbuu ani hin hubanne irraa qulqulluu akkan taʼe beeksisi.

13 Tajaajilaa kee gochawwan of tuulummaadhaan raawwataman irraa eegi;+

Isaan akka na moʼan hin heyyamin.+

Anis guutuu nan taʼa,+

Cubbuu ija jabinaan raawwatamu* irraas walaba nan taʼa.

14 Qarsaa koo+ fi furii+ koo kan taate Yaa Yihowaa,

Wantin afaan kootiin dubbadhuu fi wantin garaa kootti yaadu kan si gammachiisu haa taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi