LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Ogummaa dhugaan affeerraa dhiheessiti (1-12)

        • “Anaan kan kaʼe guyyoonni kee hedduu ni taʼu” (11)

      • Dubartii gowwaan affeerraa dhiheessiti (13-18)

        • “Bishaan hatame ni miʼaawa” (17)

Fakkeenya 9:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22, 23-24

Fakkeenya 9:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalma ishii qalteetti.”

Fakkeenya 9:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:20-22

Fakkeenya 9:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 24

Fakkeenya 9:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22, 24

Fakkeenya 9:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Warra wallaalota taʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:130
  • +Fak 4:5; 13:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22, 24

Fakkeenya 9:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 15:12

Fakkeenya 9:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 21:20, 21; 22:8; 2Se 25:15, 16; Mat 7:6
  • +Fr 141:5; Fak 27:6; 28:23

Fakkeenya 9:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:5; 15:31; 17:10; 25:12

Fakkeenya 9:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 111:10
  • +1Se 28:9; Mat 11:27; Yoh 17:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 125

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2022, ful. 19

Fakkeenya 9:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:1, 2; Fak 8:35; 10:27

Fakkeenya 9:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 7:10, 11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22

Fakkeenya 9:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 23:27, 28

Fakkeenya 9:16

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 6:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22

Fakkeenya 9:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 7:18, 19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22-23, 24-25

Fakkeenya 9:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 2:18, 19; 7:23, 26; 23:27, 28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 22-23, 24-25

Yaada Wal Simu

Fak. 9:3Fak 1:20-22
Fak. 9:6Fr 119:130
Fak. 9:6Fak 4:5; 13:20
Fak. 9:7Fak 15:12
Fak. 9:81Mo 21:20, 21; 22:8; 2Se 25:15, 16; Mat 7:6
Fak. 9:8Fr 141:5; Fak 27:6; 28:23
Fak. 9:9Fak 1:5; 15:31; 17:10; 25:12
Fak. 9:10Fr 111:10
Fak. 9:101Se 28:9; Mat 11:27; Yoh 17:3
Fak. 9:11Kes 6:1, 2; Fak 8:35; 10:27
Fak. 9:13Fak 7:10, 11
Fak. 9:14Fak 23:27, 28
Fak. 9:16Fak 6:32
Fak. 9:17Fak 7:18, 19
Fak. 9:18Fak 2:18, 19; 7:23, 26; 23:27, 28
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 9:1-18

Fakkeenya

9 Ogummaa dhugaan mana ishii ijaarratteetti;

Utubaawwan ishii torba boccee qopheeffatteetti.

 2 Ishiin guutummaatti foon ishii qopheessiteetti;*

Daadhii wayinii ishii waliin makteetti;

Maaddii ishiis qopheessiteetti.

 3 Iddoowwan ol kaʼoo magaalattii irraa akkana jedhanii akka waamaniif,+

Tajaajiltoota ishii warra durbaa ergiteetti:

 4 “Namni muuxannoo hin qabne kam iyyuu, as haa dhufu.”

Warra hubannaa* hin qabneenis akkana jetti:

 5 “Kottaa, nyaata koo nyaadhaa,

Dhaadhii wayinii isan waliin makes dhugaa.

 6 Wallaalummaa keessan* dhiisaa, lubbuudhaanis jiraadhaa;+

Daandii hubannaa irra fuulduratti deemaa.”+

 7 Namni nama qoostuu taʼeef sirreeffama kennu salphina ofitti waama,+

Namni nama hamaadhaaf sirreeffama kennu hundis of miidha.

 8 Nama qoostuu taʼeef sirreeffama hin kennin, yoo akkana goote si jibba.+

Nama ogeessaaf sirreeffama kenni, innis si jaallata.+

 9 Nama ogeessa barsiisi, innis caalaatti ogeessa taʼa.+

Nama qajeelaa barsiisi, innis beekumsa dabalataa ni argata.

10 Yihowaa sodaachuun, jalqaba ogummaa ti,+

Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe sana beekuunis+ hubannaa dha.

11 Anaan kan kaʼe guyyoonni kee hedduu ni taʼu,+

Waggoonni umurii keetiis siif dabalamu.

12 Ogeessa yoo taate, ogeessa taʼuun kee suma fayyada,

Qoostuu yoo taate garuu, miidhaan isaa suma irra gaʼa.

13 Dubartii gowwaan iyyitee dubbatti.+

Ishiin beekumsa hin qabdu, wanta beektu tokko illee hin qabdu.

14 Ishiin balbala mana ishii dura,

Iddoowwan ol kaʼoo magaalattii irra barcuma irra teessee,+

15 Warra achiin darban,

Warra karaa isaanii qabatanii kallattiidhaan deeman akkana jettee waamti:

16 “Namni muuxannoo hin qabne kam iyyuu, as haa dhufu.”

Warra hubannaa* hin qabneenis akkana jetti:+

17 “Bishaan hatame ni miʼaawa,

Nyaanni dhoksaatti nyaatamus nama gammachiisa.”+

18 Inni garuu warri duʼaan moʼaman achi akka jiran,

Keessummoonni ishiis Awwaala* gad fagoo keessa akka jiran hin beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi