LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 147
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Hojiiwwan Waaqaa warra jaalala isaa fi jabina isaa argisiisan jajachuu

        • Inni warra garaan isaanii cabe ni fayyisa (3)

        • Urjiilee hundumaa maqaadhaan waama (4)

        • Cabbii akkuma rifeensa hoolaatti ni erga (16)

Faarfannaa 147:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessuun.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 135:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 17

Faarfannaa 147:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 102:16
  • +Kes 30:1-3; His 36:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 17

Faarfannaa 147:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gadde.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 18

Faarfannaa 147:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 58-59

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 18

Faarfannaa 147:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nho 1:3
  • +Isa 40:28; Rom 11:33

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 18-19

Faarfannaa 147:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 19-20

Faarfannaa 147:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 18:45; Er 14:22; Mat 5:45
  • +Iyo 38:25-27; Isa 30:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 19

Faarfannaa 147:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:41; Fr 136:25; Luq 12:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 19

Faarfannaa 147:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 31:1; Hos 1:7
  • +1Sa 16:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:18; Mil 3:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Cooma qamadiitiinis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:6; Isa 60:17
  • +Kes 8:7, 8; Fr 132:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20-21

Faarfannaa 147:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 37:6
  • +Iyo 38:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 10:11
  • +Iyo 37:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 148:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 20

Faarfannaa 147:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 21

Faarfannaa 147:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:5; 31:16, 17; Kes 4:8; 1Se 17:21; Rom 3:1, 2
  • +Mul 19:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2017, ful. 21

Yaada Wal Simu

Far. 147:1Fr 135:3
Far. 147:2Fr 102:16
Far. 147:2Kes 30:1-3; His 36:24
Far. 147:4Isa 40:26
Far. 147:5Nho 1:3
Far. 147:5Isa 40:28; Rom 11:33
Far. 147:6Fr 37:11
Far. 147:81Mo 18:45; Er 14:22; Mat 5:45
Far. 147:8Iyo 38:25-27; Isa 30:23
Far. 147:9Iyo 38:41; Fr 136:25; Luq 12:24
Far. 147:10Isa 31:1; Hos 1:7
Far. 147:101Sa 16:7
Far. 147:11Fr 33:18; Mil 3:16
Far. 147:14Lew 26:6; Isa 60:17
Far. 147:14Kes 8:7, 8; Fr 132:14, 15
Far. 147:16Iyo 37:6
Far. 147:16Iyo 38:29
Far. 147:17Iya 10:11
Far. 147:17Iyo 37:10
Far. 147:18Fr 148:8
Far. 147:19Kes 4:5
Far. 147:20Bau 19:5; 31:16, 17; Kes 4:8; 1Se 17:21; Rom 3:1, 2
Far. 147:20Mul 19:6
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 147:1-20

Faarfannaa

147 Yaahiin jajadhaa!*

Waaqa keenyaaf faarfannaa galataa faarfachuun* gaarii dha;

Isa jajachuun nama gammachiisa, sirrii dhas!+

 2 Yihowaan Yerusaalemiin ni ijaara;+

Inni jiraattota Israaʼel warra bittinneeffaman walitti ni qaba.+

 3 Warra garaan isaanii cabe* ni fayyisa;

Madaa isaaniis isaaniif ni hidha.

 4 Inni lakkoofsa urjiilee beeka;

Hunda isaaniis maqaadhaan ni waama.+

 5 Gooftaan keenya guddaa dha, humni isaas jabaa dha;+

Hubannaan isaa bira gaʼamuu kan hin dandeenye dha.+

 6 Yihowaan garraamota ol ni kaasa,+

Hamoota garuu lafatti darbata.

 7 Galateeffannaadhaan Yihowaa faarfadhaa;

Waaqa keenyaaf baganaadhaan faarfannaa galataa faarfadhaa;

 8 Inni samiiwwan duumessootaan ni uwwisa,

Lafaaf bokkaa ni kenna,+

Gaarota irratti marga ni biqilcha.+

 9 Inni horiiwwaniif,

Arraagessota xixinnoo nyaata argachuuf iyyaniifis nyaata ni kenna.+

10 Inni humna fardaatti hin gammadu;+

Miilli namaa inni cimaa taʼes isa hin dinqisiisu.+

11 Yihowaan warra isa sodaatanitti,

Warra jaalala isaa isa amanamaa eeggatanitti ni gammada.+

12 Yaa Yerusaalem, Yihowaadhaaf ulfina kenni.

Yaa Xiyoon, Waaqa kee jajadhu.

13 Inni danqaraawwan karra magaalaa keetii ni cimsa;

Ilmaan kee warra si keessatti argaman ni eebbisa.

14 Naannoo keetiif nagaa ni fida;+

Qamadii hunda caalaa baʼeessa taʼeenis* si quubsa.+

15 Inni ajaja isaa gara lafaatti erga;

Dubbiin isaas saffisaan fiiga.

16 Cabbii akkuma rifeensa hoolaatti ni erga;+

Fixeensa cabbaaʼes akkuma daaraatti bittinneessa.+

17 Cabbiiwwan guguddaa akkuma caccabaa daabbootti gad daddarbata.+

Qorra isaa dura eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+

18 Dubbii isaa ni erga, isaanis ni baqu.

Bubbeen isaa akka bubbisu godha,+ bishaanonnis ni yaaʼu.

19 Dubbii isaa Yaaqoobitti,

Dambiiwwan isaa fi murtiiwwan isaas Israaʼelitti ni labsa.+

20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+

Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan.

Yaahiin jajadhaa!*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi