LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Murtii Waaqni saboota ollaa jiran irratti dabarse (1-8)

      • Dhufaatii mootii Xiyoon (9, 10)

        • Mootii gad of qabuu fi harree irra taaʼee dhufu (9)

      • Sabni Yihowaa bilisa baʼa (11-17)

Zakkaariyaas 9:1

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “iddoo boqonnaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 49:27; Amo 1:3
  • +Ibr 4:13; 1Ph 3:12

Zakkaariyaas 9:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 49:23
  • +Isa 23:1; Amo 1:9, 10
  • +His 28:21; Yoe 3:4
  • +His 28:2, 3

Zakkaariyaas 9:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dahoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 27:32, 33

Zakkaariyaas 9:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “irratti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 26:17; 27:26
  • +His 28:18

Zakkaariyaas 9:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 2:4

Zakkaariyaas 9:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 1:8

Zakkaariyaas 9:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sheekii.” Namni dura buʼaa gosaa taʼe “sheekii” jedhamee waamama ture.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:14
  • +2Sa 5:6, 7; 1Mo 9:20, 21

Zakkaariyaas 9:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “cunqursu.”

  • *

    Dhiphina saba isaa kan argisiisu fakkaata.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 125:2
  • +Isa 54:14

Zakkaariyaas 9:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni injifata; oolcheeras.”

  • *

    Ykn., “Wadala.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:6; Isa 32:1; Er 23:5; Luq 19:37, 38; Yoh 1:49
  • +Mat 11:29
  • +1Mo 1:33, 34; Mat 21:5, 7; Yoh 12:14, 15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 28-29, 30-31

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Yesuus—Karaa, ful. 238

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2012, ful. 12

    8/15/2011, ful. 12

Zakkaariyaas 9:10

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 9:7
  • +Bau 23:31; Fr 2:8; 72:8

Zakkaariyaas 9:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:9

Zakkaariyaas 9:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:1; Er 31:17
  • +Isa 61:7

Zakkaariyaas 9:13

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “irra nan ejjedha.”

  • *

    Jechuunis, akkuma xiyyaatti.

Zakkaariyaas 9:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fiinoo,” jechuunis, xurumbaa gaanfa irraa hojjetamu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 6:5

Zakkaariyaas 9:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 5:9; Zak 10:5; 12:6
  • +Bau 27:2; Lew 4:7

Zakkaariyaas 9:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:22
  • +Isa 62:3; Sef 3:20

Zakkaariyaas 9:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:8; 31:19; Isa 63:7
  • +Isa 62:8; Yoe 3:18; Amo 9:13

Yaada Wal Simu

Zak. 9:1Er 49:27; Amo 1:3
Zak. 9:1Ibr 4:13; 1Ph 3:12
Zak. 9:2Er 49:23
Zak. 9:2Isa 23:1; Amo 1:9, 10
Zak. 9:2His 28:21; Yoe 3:4
Zak. 9:2His 28:2, 3
Zak. 9:3His 27:32, 33
Zak. 9:4His 26:17; 27:26
Zak. 9:4His 28:18
Zak. 9:5Sef 2:4
Zak. 9:6Amo 1:8
Zak. 9:7Isa 60:14
Zak. 9:72Sa 5:6, 7; 1Mo 9:20, 21
Zak. 9:8Fr 125:2
Zak. 9:8Isa 54:14
Zak. 9:9Fr 2:6; Isa 32:1; Er 23:5; Luq 19:37, 38; Yoh 1:49
Zak. 9:9Mat 11:29
Zak. 9:91Mo 1:33, 34; Mat 21:5, 7; Yoh 12:14, 15
Zak. 9:10Isa 9:7
Zak. 9:10Bau 23:31; Fr 2:8; 72:8
Zak. 9:11Isa 49:9
Zak. 9:12Isa 61:1; Er 31:17
Zak. 9:12Isa 61:7
Zak. 9:14Iya 6:5
Zak. 9:15Mik 5:9; Zak 10:5; 12:6
Zak. 9:15Bau 27:2; Lew 4:7
Zak. 9:16His 34:22
Zak. 9:16Isa 62:3; Sef 3:20
Zak. 9:17Fr 25:8; 31:19; Isa 63:7
Zak. 9:17Isa 62:8; Yoe 3:18; Amo 9:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 9:1-17

Zakkaariyaas

9 Murtii Waaqayyo dabarse:

“Dubbiin Yihowaa biyya Hadraak irratti dhufeera,

Damaasqoon akeeka* isaa taateetti,+

Sababiin isaas, ijji Yihowaa ilmaan namootaa irra,+

Gosoota Israaʼel hundumaa irra jira.

 2 Akkasumas Hamaat+ ishii ishii daangessitu,

Xiirosii+ fi Siidooniinis+ akeeka isaa godhateera; sababiin isaas, isaan baayʼee ogeeyyii akka taʼanitti yaadu.+

 3 Xiiros dallaa ittisaa* ijaarratteetti.

Ishiin meetii akkuma biyyootti,

Warqiis akkuma kosii daandii irra jiruutti tuullatteetti.+

 4 Kunoo, Yihowaan qabeenya ishii ishii irraa ni fuudha,

Raayyaa waraanaa ishii galaana keessatti* ni rukuta;+

Ishiinis ibiddaan gubamti.+

 5 Ashqaloon kana argitee ni sodaatti;

Gaazaan baayʼee ni dhiphatti,

Eqroonis baayʼee ni dhiphatti, sababiin isaas, inni ishiin abdatte salphateera.

Gaazaan mootii ishii ni dhabdi,

Ashqaloon keessas namni hin jiraatu.+

 6 Ilmi diqaalaa taʼe Ashdood keessa ni buufata,

Anis of tuulummaa Filisxeem nan balleessa.+

 7 Wantoota dhiigaan faalaman afaan isaa keessaa,

Wantoota balfamoo taʼanis ilkaan isaa gidduudhaa nan balleessa,

Isa keessaa kan hafe kan Waaqa keenyaa ni taʼa;

Yihudaa keessatti akka dura buʼaa* ni taʼa,+

Eqroonis akka Yebuusichaa ni taati.+

 8 Namni tokko illee akka isa keessa hin darbinee fi akka achiin hin deebineef,

Ani eegduu taʼee mana koo bira nan buufadha;+

Namni hojii hojjechiisu* kana booda achi keessa hin darbu,+

Sababiin isaas, ani amma ijuma kootiin isa* argeera.

 9 Yaa intala Xiyoon, baayʼee gammadi.

Yaa intala Yerusaalem, injifannoodhaan iyyi.

Kunoo, mootiin kee gara kee ni dhufa.+

Inni qajeelaa dha, fayyina ni argamsiisa,*

Kan gad of qabu dhas;+ harree irra taaʼee,

Ilmoo harree,* eeyyee, ilmoo harree irra taaʼee ni dhufa.+

10 Ani Efreem irraa gaarii fardaa waraanaa,

Yerusaalem irraas farda nan fuudha.

Iddaan waraanaa ni fudhatama.

Inni sabootaaf nagaa ni labsa;+

Bulchiinsi isaa galaanaa hamma galaanaatti,

Lagicha* irraas hamma andaara lafaatti ni taʼa.+

11 Yaa dubartii nana, ani dhiiga kakuu keetiitiin kan kaʼe

Hidhamtoota kee boolla bishaan hin qabne keessaa baasee nan erga.+

12 Isin hidhamtoonni warri abdii qabdan, gara dahoo sanaatti deebiʼaa.+

Ani harʼa sitti nan hima:

‘Yaa dubartii nana, ani gaʼee dachaa siif nan deebisa.+

13 Sababiin isaas, ani Yihudaa akka iddaa kootti nan dabsa.*

Iddaa sana Efreemiin nan guuta,*

Yaa Xiyoon, ani ilmaan kee dammaqsee

Ilmaan Giriikii irratti akka kaʼan nan godha,

Akka goraadee loltuus sin godha.’

14 Yihowaan saba isaa wajjin akka jiru ni argisiisa,

Xiyyi isaa akkuma bakakkaatti ni baʼa.

Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan sagalee xurumbaa* ni dhageessisa,+

Obomboleettii kibbaatiinis fuulduratti ni adeema.

15 Yihowaan Gooftaan Raayyaa isaaniif ni lola,

Isaan dhagoota furrisaa ni liqimsu, ni dhidhiitus.+

Isaan ni dhugu, akka waan daadhii wayinii dhuganiittis ni wacu;

Akka saanii golbootti,

Akka goleewwan iddoo aarsaattis ni guutamu.+

16 Sabni isaa hoolota isaa waan taʼaniif,

Guyyaa sanatti Waaqni isaanii Yihowaan isaan ni oolcha;+

Isaan akkuma dhagaa gatii guddaa qabuu fi gonfoo irra jiruutti biyyoo isaa irraa ni calaqqisu.+

17 Sababiin isaas, gaarummaan isaa baayʼee guddaa dha!+

Miidhaginni isaas baayʼee dinqisiisaa dha!

Midhaan dargaggoonni,

Daadhiin wayiniis shamarran akka ciman ni godha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi