LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 143
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Akkuma lafa waxalameetti Waaqa dheebochuu

        • ‘Hojii kee irratti nan yaada’ (5)

        • “Fedhii kee raawwachuu na barsiisi” (10)

        • ‘Hafuurri kee inni gaariin na haa geggeessu’ (10)

Faarfannaa 143:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:2

Faarfannaa 143:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 9:2; Fr 130:3; Lal 7:20; Rom 3:20; Gal 2:16; 1Yo 1:10

Faarfannaa 143:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Faarfannaa 143:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Jabinni.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 142:3
  • +Fr 102:4

Faarfannaa 143:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hojii harka keetii nan qoʼadha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 77:5, 6, 11, 12; 111:2, 3

Faarfannaa 143:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 63:1

Faarfannaa 143:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Hafuurri.”

  • *

    Ykn., “awwaalaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:13; 70:5
  • +Fr 142:3
  • +Fr 27:9
  • +Fr 28:1

Faarfannaa 143:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuu koo gara keetti waanan ol kaasuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:8; Fak 3:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2010, ful. 21

Faarfannaa 143:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:1; 61:3, 4; 91:1

Faarfannaa 143:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “biyya qajeelummaa keessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:4

Faarfannaa 143:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:1

Faarfannaa 143:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “cal jechisiisi.”

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 25:29; 26:9, 10
  • +Fr 89:20
  • +1Sa 24:12

Yaada Wal Simu

Far. 143:1Fr 65:2
Far. 143:2Iyo 9:2; Fr 130:3; Lal 7:20; Rom 3:20; Gal 2:16; 1Yo 1:10
Far. 143:4Fr 142:3
Far. 143:4Fr 102:4
Far. 143:5Fr 77:5, 6, 11, 12; 111:2, 3
Far. 143:6Fr 63:1
Far. 143:7Fr 40:13; 70:5
Far. 143:7Fr 142:3
Far. 143:7Fr 27:9
Far. 143:7Fr 28:1
Far. 143:8Fr 5:8; Fak 3:6
Far. 143:9Fr 59:1; 61:3, 4; 91:1
Far. 143:10Fr 25:4
Far. 143:11Fr 31:1
Far. 143:121Sa 25:29; 26:9, 10
Far. 143:12Fr 89:20
Far. 143:121Sa 24:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 143:1-12

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

143 Yaa Yihowaa, kadhannaa koo dhagaʼi;+

Kadhatan gargaarsa argachuuf dhiheessu dhaggeeffadhu.

Amanamummaa kee fi qajeelummaa keetiin deebii naaf kenni.

 2 Namni lubbuudhaan jiru kam iyyuu si duratti qajeelaa taʼuu waan hin dandeenyeef,+

Ana tajaajilaa kee murtiitti hin dhiheessin.

 3 Diinni na* ariʼa;

Inni lubbuu koo lafatti dabaleera.

Akkuma warra yeroo dheeraa dura duʼaniitti dukkana keessa akkan jiraadhu godheera.

 4 Hafuurri* koo dadhabeera;+

Garaan koos na keessatti hadoodeera.+

 5 Guyyoota durii nan yaadadha;

Gocha kee hundumaa irratti nan xiinxala;+

Fedhii guddaadhaan hojii harka keetii irratti nan yaada.*

 6 Harka koo gara keetti nan diriirsa;

Ani* akkuma lafa gogaa si dheebotuu ti.+ (Seelaa)

 7 Yaa Yihowaa, dafii deebii naaf kenni;+

Jabinni* koo dhumeera.+

Fuula kee na duraa hin dhoksin,+

Taʼuu baannaan, akkuma warra gara boollaatti* gad buʼanii nan taʼa.+

 8 Sitti waanan amanamuuf,

Ganama jaalala kee isa amanamaa akkan dhagaʼu godhi.

Gara keetti waanan garagaluuf,*

Daandiin irra deemuu qabu na beeksisi.+

 9 Yaa Yihowaa, diinota koo jalaa na oolchi.

Eegumsa kee nan barbaada.+

10 Waaqa koo waan taateef,

Fedhii kee raawwachuu na barsiisi.+

Hafuurri kee gaarii dha;

Inni lafa wal qixa taʼe irra* na haa geggeessu.

11 Yaa Yihowaa, maqaa keetiif jedhiitii lubbuudhaan na tursi.

Qajeelummaa keetiin dhiphina jalaa na* oolchi.+

12 Jaalala kee isa amanamaadhaan diinota koo balleessi;*+

Tajaajilaa kee waanan taʼeef,+

Warra na* miidhan hundumaa balleessi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi