LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Pheexiros 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Pheexiros

      • Nagaa dhaamuu (1)

      • Waamamuu keessan mirkaneeffadhaa (2-15)

        • Amalawwan amantii irratti dabalamuu qaban (5-9)

      • Dubbiin raajii caalaatti mirkanaaʼeera (16-21)

2 Pheexiros 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 1:9

2 Pheexiros 1:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “tola kennameera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 17:3

2 Pheexiros 1:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “tola nuu kenneera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 22:29, 30; Yoh 14:2; Gal 3:29
  • +1Qo 15:53; 1Ph 1:3, 4; 1Yo 3:2; Mul 20:6

2 Pheexiros 1:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 4:8
  • +Yoh 17:3; Ibr 5:14
  • +Flp 2:12; 2Xi 2:15; Ibr 4:11; Yih 3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2010, ful. 8

2 Pheexiros 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 9:25; 2Xi 2:24
  • +2Ph 2:9

2 Pheexiros 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 4:9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2009, ful. 14

2 Pheexiros 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Tit 3:14

2 Pheexiros 1:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “fageessee hin ilaalle.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 2:9; Mul 3:17
  • +Ibr 9:14

2 Pheexiros 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 3:1
  • +2Xi 4:7, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 19

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2012, ful. 21

2 Pheexiros 1:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 2:44
  • +Luq 16:9; Yoh 3:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2016, ful. 19

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2012, ful. 22

2 Pheexiros 1:13

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, qaama isaa isa lafa irraa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 5:1
  • +Rom 15:15; Yih 5

2 Pheexiros 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 21:18

2 Pheexiros 1:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dubbachuu.”

2 Pheexiros 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 17:2; Mar 9:2; Luq 9:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 144

2 Pheexiros 1:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “sagaleen.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 2:7; Mat 17:1, 5; Mar 9:7; Luq 9:35

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 144

2 Pheexiros 1:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 144

2 Pheexiros 1:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:105; Yoh 1:9
  • +Lak 24:17; Mul 22:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yesuus—Karaa, ful. 144

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2071

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2008, ful. 22

2 Pheexiros 1:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 7

2 Pheexiros 1:21

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “oofamee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 3:16
  • +2Sa 23:2; HoE 1:16; 28:25; 1Ph 1:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 5

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2019, ful. 9-11

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 26

Yaada Wal Simu

2Phe. 1:2Qol 1:9
2Phe. 1:3Yoh 17:3
2Phe. 1:4Luq 22:29, 30; Yoh 14:2; Gal 3:29
2Phe. 1:41Qo 15:53; 1Ph 1:3, 4; 1Yo 3:2; Mul 20:6
2Phe. 1:5Flp 4:8
2Phe. 1:5Yoh 17:3; Ibr 5:14
2Phe. 1:5Flp 2:12; 2Xi 2:15; Ibr 4:11; Yih 3
2Phe. 1:61Qo 9:25; 2Xi 2:24
2Phe. 1:62Ph 2:9
2Phe. 1:71Ta 4:9
2Phe. 1:8Tit 3:14
2Phe. 1:91Yo 2:9; Mul 3:17
2Phe. 1:9Ibr 9:14
2Phe. 1:10Ibr 3:1
2Phe. 1:102Xi 4:7, 8
2Phe. 1:11Dan 2:44
2Phe. 1:11Luq 16:9; Yoh 3:5
2Phe. 1:132Qo 5:1
2Phe. 1:13Rom 15:15; Yih 5
2Phe. 1:14Yoh 21:18
2Phe. 1:16Mat 17:2; Mar 9:2; Luq 9:29
2Phe. 1:17Fr 2:7; Mat 17:1, 5; Mar 9:7; Luq 9:35
2Phe. 1:19Fr 119:105; Yoh 1:9
2Phe. 1:19Lak 24:17; Mul 22:16
2Phe. 1:212Xi 3:16
2Phe. 1:212Sa 23:2; HoE 1:16; 28:25; 1Ph 1:11
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Pheexiros 1:1-21

Pheexiros Lammaffaa

1 Simoon Pheexiros isa garbichaa fi ergamaa Yesuus Kiristoos taʼe irraa, warra qajeelummaa Waaqa keenyaa fi Yesuus Kiristoos Fayyisaa keenyaatiin akkuma keenya amantii gatii guddaa qabu argataniif:

2 Beekumsa sirrii+ waaʼee Waaqayyoo fi waaʼee Gooftaa keenya Yesuus argattaniin gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa baayʼatu; 3 sababiin isaas, humni Waaqayyoo ulfina isaa fi gaarummaa isaatiin, karaa beekumsa sirrii isa nu waame sanaatiin wantoota jireenyaa fi namoota Waaqayyoof bulle taʼuuf nu barbaachisan hunda nuuf kenneera.*+ 4 Inni karaa wantoota kanaa abdiiwwan gatii guddaa qabanii fi baayʼee guddaa taʼan nuu kenneera;*+ kunis isin karaa wantoota kanaa mancaʼiinsa addunyaa isa hawwii dogoggoraatiin dhufe jalaa baatanii ulfina Waaqayyoo irraa qooda akka qabaattaniifi.+

5 Kanaan kan kaʼes, amantii keessan irratti gaarummaa,+ gaarummaa keessan irratti beekumsa+ dabaluuf wanta dandeessan hunda godhaa;+ 6 beekumsa keessan irratti of toʼachuu, of toʼachuu+ keessan irratti jabaatanii dhaabbachuu, jabaatanii dhaabbachuu keessan irratti Waaqayyoof buluu,+ 7 Waaqayyoof buluu keessan irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa keessan irratti, nama hunda jaallachuu dabalaa.+ 8 Sababiin isaas, wantoonni kun isin keessa yoo jiraatanii fi yoo isiniif baayʼatan, beekumsa sirrii Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii wajjin haala wal qabateen, hojii kan hiiktanii fi firii kan hin godhanne akka hin taane isin eegu.+

9 Namni wantoota kana hin qabne kam iyyuu nama jaamaa ifa akka hin argineef ija isaa dunuunfate* dha;+ cubbuu isaa isa durii irraa qulqullaaʼuu+ isaas irraanfateera. 10 Kanaafuu yaa obbolootaa, waamamuu+ fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa; wantoota kana gochuu keessan yoo itti fuftan matumaa hin kuftan.+ 11 Kana yoo gootan, gara Mootummaa bara baraa+ isa kan Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoositti galuudhaan eebba guddaa argattu.+

12 Kanaafuu, isin wantoota kana kan beektanii fi dhugaa isa beektan sana keessa jabaattanii kan dhaabbattan taʼus, yeroo hundumaa waaʼee wantoota kanaa isin yaadachiisuu nan barbaada. 13 Hamman dunkaana*+ kana keessa jirutti wanta kana isin yaadachiisee isin dammaqsuun koo sirrii natti fakkaata;+ 14 akkuma Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos anaaf ibsetti, yeroo dhihootti dunkaana kana dhiisee akkan deemu beeka.+ 15 Ergan deemee booda, wantoota kana ofuma keessanii yaadachuu* akka dandeessaniif, yeroo hunda wanta naaf dandaʼame nan godha.

16 Nuti humnaa fi argamuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, seenaa sobaa haxxummaadhaan uumame hordofnee utuu hin taʼin, guddina isaa ija keenyaan arginee ti.+ 17 Inni yeroo jechoonni,* “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani ofii kootii itti gammadu dha”+ jedhan ulfina guddaadhaan isatti dubbatamanitti Waaqayyo Abbaa biraa ulfinaa fi kabaja argateera. 18 Eeyyee, nuti yeroo isaa wajjin gaara qulqulluu sana irra turretti yommuu jechoonni kun samii keessaa dubbataman dhageenyeerra.

19 Kanaafuu, nuti dubbii raajii caalaatti mirkanaaʼaa taʼe qabna; isinis akka ibsaa+ iddoo dukkanaa keessatti (hanga lafti bariʼee bakkalchi+ baʼutti), garaa keessan keessatti ifuutti dubbii raajii kanaaf xiyyeeffannaa kennuun keessan gaarii dha. 20 Hundumaa dura raajiin Kitaabota Qulqulluu kam iyyuu yaada namootaa irraa kan madde akka hin taane beektu. 21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi