LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 112
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Namni qajeelaan Yihowaa sodaata

        • Namni arjummaadhaan liqeessu ni badhaadha (5)

        • “Namni qajeelaan bara baraaf yaadatama” (6)

        • Namni arjaan hiyyeessaaf ni kenna (9)

Faarfannaa 112:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Halleeluyaah!” Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:2; Mul 19:1
  • +Fr 111:10
  • +Fr 1:1, 2; 40:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 25-26

Faarfannaa 112:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:12, 13; 37:25, 26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 25-26

Faarfannaa 112:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 26-27

Faarfannaa 112:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:11; 1Ph 2:9
  • +Luq 6:36; Efe 4:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 26-27

Faarfannaa 112:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaarummaadhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:7, 8; Fr 41:1; Fak 19:17; Luq 6:34, 35; HoE 20:35; Ibr 13:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 27

Faarfannaa 112:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 15:5; 125:1
  • +Nah 5:19; Fak 10:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 27-28

Faarfannaa 112:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1; Fak 3:25
  • +Fr 62:8; Isa 26:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 27-28

Faarfannaa 112:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “kutataa dha; cimaa dha.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:1
  • +Fr 59:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 27-28

Faarfannaa 112:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “arjummaadhaan.”

  • *

    Kal., “Gaanfi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 15:11; Fak 11:24; 19:17
  • +Kes 24:12, 13; 2Qo 9:9; Ibr 6:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 27-28

Faarfannaa 112:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 28

Yaada Wal Simu

Far. 112:1Bau 15:2; Mul 19:1
Far. 112:1Fr 111:10
Far. 112:1Fr 1:1, 2; 40:8
Far. 112:2Fr 25:12, 13; 37:25, 26
Far. 112:4Fr 97:11; 1Ph 2:9
Far. 112:4Luq 6:36; Efe 4:32
Far. 112:5Kes 15:7, 8; Fr 41:1; Fak 19:17; Luq 6:34, 35; HoE 20:35; Ibr 13:16
Far. 112:6Fr 15:5; 125:1
Far. 112:6Nah 5:19; Fak 10:7
Far. 112:7Fr 27:1; Fak 3:25
Far. 112:7Fr 62:8; Isa 26:3
Far. 112:8Fak 28:1
Far. 112:8Fr 59:10
Far. 112:9Kes 15:11; Fak 11:24; 19:17
Far. 112:9Kes 24:12, 13; 2Qo 9:9; Ibr 6:10
Far. 112:10Fak 11:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 112:1-10

Faarfannaa

112 Yaahiin jajadhaa!*+

א [Aleef]

Namni Yihowaa sodaatu,+

ב [Beet]

Namni ajajawwan isaa baayʼee jaallatus gammadaa dha.+

ג [Giimel]

 2 Sanyiiwwan isaa lafa irratti jajjaboo taʼu,

ד [Daalet]

Dhaloonni nama qajeelaa ni eebbifama.+

ה [Hii]

 3 Qabeenyii fi badhaadhinni mana isaa keessa jiru,

ו [Waaw]

Qajeelummaan isaas bara baraaf itti fufa.

ז [Zaayin]

 4 Inni nama qajeelaadhaaf akkuma ibsaa dukkana keessaa ifuutti ni ibsa.+

ח [Heet]

Inni gara laafessa,* araara qabeessaa+ fi qajeelaa dha.

ט [Teet]

 5 Namni arjummaadhaan* liqeessu gaarii isaaf ni taʼa.+

י [Yood]

Dhimmoota isaa haqaan ni raawwata.

כ [Kaaf]

 6 Inni matumaa hin raafamu.+

ל [Laamed]

Namni qajeelaan bara baraaf yaadatama.+

מ [Meem]

 7 Oduu hamaa hin sodaatu.+

נ [Nuun]

Yihowaatti waan amanamuuf, garaan isaa cimaa dha.+

ס [Saamek]

 8 Garaan isaa hin raafamu;* inni hin sodaatu;+

ע [Ayiin]

Dhuma irrattis miira injifannootiin diinota isaa ilaala.+

פ [Pee]

 9 Inni balʼinaan* raabseera; hiyyeeyyiidhaafis kenneera.+

צ [Tsadee]

Qajeelummaan isaa bara baraaf itti fufa.+

ק [Qoof]

Jabinni* isaa ulfinaan ol ni kaafama.

ר [Reesh]

10 Inni hamaan kana argee ni aara.

ש [Shiin]

Ilkaan isaa ni qarata, baqees ni bada.

ת [Taaw]

Hawwiin hamootaa ni bada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi