LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa eegumsa argachuuf dhihaate

        • “Ati garaa koo ni qorte” (3)

        • “Gaaddisa qoochoo keetii jalatti” (8)

Faarfannaa 17:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 145:18

Faarfannaa 17:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:5, 6

Faarfannaa 17:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 11:5; 16:7; 1Qo 4:4
  • +Fr 26:2; Mil 3:3; 1Ph 1:6, 7

Faarfannaa 17:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:9

Faarfannaa 17:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:36; 94:18; 119:133; 121:3

Faarfannaa 17:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Gad jedhii na dhaggeeffadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:16
  • +Isa 37:17

Faarfannaa 17:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:21; Fru 3:22

Faarfannaa 17:8

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, goflaa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:9, 10; Zak 2:8
  • +Rut 2:12; Fr 36:7; 57:1

Faarfannaa 17:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu irratti kaʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 24:11; Fr 35:4

Faarfannaa 17:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Isaan cooma isaaniitiin marfamaniiru.”

Faarfannaa 17:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lafatti nu darbachuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:26

Faarfannaa 17:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 7:6

Faarfannaa 17:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sirna.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:12
  • +Mat 5:45

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2011, ful. 12

Faarfannaa 17:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bifa kee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:4

Yaada Wal Simu

Far. 17:1Fr 145:18
Far. 17:2Fr 37:5, 6
Far. 17:3Fr 11:5; 16:7; 1Qo 4:4
Far. 17:3Fr 26:2; Mil 3:3; 1Ph 1:6, 7
Far. 17:4Fr 119:9
Far. 17:5Fr 18:36; 94:18; 119:133; 121:3
Far. 17:6Fr 55:16
Far. 17:6Isa 37:17
Far. 17:7Fr 31:21; Fru 3:22
Far. 17:8Kes 32:9, 10; Zak 2:8
Far. 17:8Rut 2:12; Fr 36:7; 57:1
Far. 17:91Sa 24:11; Fr 35:4
Far. 17:111Sa 23:26
Far. 17:13Fr 7:6
Far. 17:14Fr 73:12
Far. 17:14Mat 5:45
Far. 17:15Fr 65:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 17:1-15

Faarfannaa

Kadhannaa Daawit.

17 Yaa Yihowaa, kadhata ani haqa argachuuf dhiheessu dhagaʼi;

Iyya ani gargaarsa argachuuf dhageessisuuf xiyyeeffannaa kenni;

Kadhannaa koo isa gowwoomsaa malee dhihaate dhagaʼi.+

 2 Anaaf jedhiitii murtoo haqaa kenni;+

Ijji kee wanta sirrii taʼe haa argu.

 3 Ati garaa koo ni qorte, halkaniinis na sakattaate;+

Na qulqulleessites;+

Ani wanta hamaa akkamii iyyuu akkan hin yaanne ni argita,

Afaan koos seera hin cabsine.

 4 Namoonni kaan maal iyyuu yoo godhan,

Ani dubbii afaan keetii wajjin haala wal simuun daandii saamtotaa irraa nan fagaadha.+

 5 Miilli koo akka hin gufannetti,+

Faanni koo daandii kee irra haa turu.

 6 Yaa Waaqayyo, deebii waan naa kennituuf ani sin waammadha.+

Gurra kee natti qabi.* Dubbii koos dhagaʼi.+

 7 Ati inni warra harka kee mirgaatti kooluu galuu barbaadan

Namoota si irratti fincila kaasan jalaa oolchitu,

Karaa dinqisiisaa taʼeen jaalala kee isa amanamaa argisiisi.+

 8 Akka qaroo ija keetiitti na eegi;+

Gaaddisa qoochoo* keetii jalattis na dhoksi.+

 9 Namoota hamoo na miidhan irraa,

Diinota koo warra na marsanii fi na ajjeesuu barbaadan* irraas na eegi.+

10 Isaan gara jabeeyyii taʼaniiru;*

Afaan isaaniitiin of tuulummaadhaan dubbatu;

11 Isaan nutti marsaniiru;+

Nu kuffisuuf* carraa eeggatu.

12 Inni akka leenca wanta adamsu cicciruuf eeggachaa jiruu ti;

Akka leenca saafelaa riphee eeggachaa jiruu ti.

13 Yaa Yihowaa, isa mormuudhaaf kaʼi,+ isa kuffisis;

Goraadee keetiin isa hamaa irraa na* oolchi;

14 Yaa Yihowaa, harka keetiin

Namoota addunyaa* kanaa warra qoodni isaanii jireenyuma kana taʼe jalaa,+

Warra wantoota gaggaarii qopheessiteen quubsitu jalaa,+

Akkasumas ilmaan isaanii warra hedduu taʼaniif dhaala dabarsan jalaa na oolchi.

15 Ani garuu, qajeelummaadhaan fuula kee nan arga;

Si* arguuf yommuun dammaqu nan gammada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi