LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 12:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “miira.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:13
  • +Fr 32:9

Fakkeenya 12:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 25:1; 1Mo 8:31, 32

Fakkeenya 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:10, 38

Fakkeenya 12:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaariin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 18:22; 19:14
  • +1Mo 21:25

Fakkeenya 12:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dhiigaaf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 17:1, 2
  • +As 7:3, 4; Fak 14:3

Fakkeenya 12:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 24:3; Mat 7:24, 25

Fakkeenya 12:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 41:39; 1Sa 16:18
  • +1Sa 25:14, 17; Mat 27:3, 4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 198

Fakkeenya 12:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Daabboo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:7

Fakkeenya 12:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu beeladoota isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 33:12-14; Bau 23:12; Kes 22:4, 10; 25:4; Yon 4:11

Fakkeenya 12:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “qalbii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 28:19; Efe 4:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2008, ful. 3

Fakkeenya 12:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 2:23, 24; Fr 5:6; Lal 5:6

Fakkeenya 12:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “afaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:2; 18:20

Fakkeenya 12:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 3:7; 26:12
  • +Fak 1:5

Fakkeenya 12:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “guyyuma sanatti.”

  • *

    Kal., “ni haguuga.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 29:11

Fakkeenya 12:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “wanta qajeelaa taʼe.”

Fakkeenya 12:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 16:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 122-124

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 51

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2018, ful. 15

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 160

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 134-135

    Maatii, ful. 147-148

Fakkeenya 12:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 3:10
  • +Fak 19:9; HoE 5:3, 5

Fakkeenya 12:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gorsitoota nagaa taʼan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:9

Fakkeenya 12:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 91:9, 10
  • +Fak 1:30, 31; Isa 48:22

Fakkeenya 12:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:6; Fak 6:16, 17; Mul 21:8

Fakkeenya 12:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:19

Fakkeenya 12:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 39:4; 1Mo 11:28
  • +Fak 19:15

Fakkeenya 12:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa dhiphisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:6; Fak 13:12; 15:13
  • +Fak 16:24; Isa 50:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Dammaqaa!,

    Lakk. 1 2020, ful. 12

Fakkeenya 12:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 26:13-15

Fakkeenya 12:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:27; Fak 10:7; An 2:4

Yaada Wal Simu

Fak. 12:1Fak 4:13
Fak. 12:1Fr 32:9
Fak. 12:2Kes 25:1; 1Mo 8:31, 32
Fak. 12:3Fr 37:10, 38
Fak. 12:4Fak 18:22; 19:14
Fak. 12:41Mo 21:25
Fak. 12:62Sa 17:1, 2
Fak. 12:6As 7:3, 4; Fak 14:3
Fak. 12:7Fak 24:3; Mat 7:24, 25
Fak. 12:8Uma 41:39; 1Sa 16:18
Fak. 12:81Sa 25:14, 17; Mat 27:3, 4
Fak. 12:9Fak 13:7
Fak. 12:10Uma 33:12-14; Bau 23:12; Kes 22:4, 10; 25:4; Yon 4:11
Fak. 12:11Fak 28:19; Efe 4:28
Fak. 12:131Mo 2:23, 24; Fr 5:6; Lal 5:6
Fak. 12:14Fak 13:2; 18:20
Fak. 12:15Fak 3:7; 26:12
Fak. 12:15Fak 1:5
Fak. 12:16Fak 29:11
Fak. 12:18Fak 16:24
Fak. 12:191Ph 3:10
Fak. 12:19Fak 19:9; HoE 5:3, 5
Fak. 12:20Mat 5:9
Fak. 12:21Fr 91:9, 10
Fak. 12:21Fak 1:30, 31; Isa 48:22
Fak. 12:22Fr 5:6; Fak 6:16, 17; Mul 21:8
Fak. 12:23Fak 10:19
Fak. 12:24Uma 39:4; 1Mo 11:28
Fak. 12:24Fak 19:15
Fak. 12:25Fr 38:6; Fak 13:12; 15:13
Fak. 12:25Fak 16:24; Isa 50:4
Fak. 12:27Fak 26:13-15
Fak. 12:28Fr 37:27; Fak 10:7; An 2:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 12:1-28

Fakkeenya

12 Namni adaba jaallatu, beekumsa jaallata,+

Namni adaba jibbu garuu hubannaa* kan hin qabne dha.+

 2 Namni gaariin Yihowaa biratti fudhatama argata,

Namni yaada hamaa qabu garuu isa biratti ni balaaleffatama.+

 3 Namni kam iyyuu hamminaan tasgabbii hin argatu,+

Qajeelonni garuu matumaa hin buqqifaman.

 4 Haati manaa kaamettiin* abbaa manaa ishiitiif gonfoo dha,+

Haati manaa nama qaanessitu garuu akkuma dhukkuba lafee isaa tortorsuu ti.+

 5 Yaanni qajeelotaa sirrii dha,

Qajeelfamni hamootaa garuu gowwoomsaa dha.

 6 Dubbiin hamootaa akkuma nama rukutee ajjeesuuf* riphee eeggatuu ti,+

Afaan qajeelotaa garuu isaan ni oolcha.+

 7 Hamoonni yommuu garagalfaman, sana booda hin jiraatan,

Manni qajeelotaa garuu akkuma dhaabbatetti jiraata.+

 8 Namni tokko hubannaa afaan isaatiin ni jajama,+

Namni garaa micciiramaa qabu garuu ni tuffatama.+

 9 Nyaata* utuu hin qabaatin of guguddisuu mannaa,

Tajaajilaa qabaatanii ulfina xinnoo argachuu wayya.+

10 Namni qajeelaan beeladoota isaa* ni kunuunsa,+

Hamoonni garuu gara laafinni isaanii illee gara jabina dha.

11 Namni lafa isaa qotatu nyaata ni quufa,+

Namni wantoota gatii hin qabne duukaa buʼu garuu hubannaa* hin qabu.

12 Namni hamaan wanta namoonni hamoon qabatanitti hinaafa,

Hiddi qajeelotaa garuu firii godhata.

13 Namni hamaan cubbuu dubbateen ni qabama,+

Namni qajeelaan garuu dhiphina jalaa ni oola.

14 Namni tokko firii dubbii* isaa irraa wanta gaarii ni quufa,+

Hojiin harka isaas isa ni kiisa.

15 Karaan nama gowwaa, ija isaa duratti sirrii dha,+

Namni ogeessi garuu gorsa fudhata.+

16 Namni gowwaan aarii isaa yeruma sana* ibsa,+

Namni abshaalli garuu arrabsoo tuffatee bira darba.*

17 Namni amanamummaadhaan ragaa baʼu dhugaa* dubbata,

Namni sobaan ragaa baʼu garuu dubbii gowwoomsaa dubbata.

18 Dubbiin utuu itti hin yaadamin dubbatamu akkuma goraadee nama waraana,

Arrabni ogeessotaa garuu nama fayyisa.+

19 Arrabni dhugaa dubbatu bara baraaf jiraata,+

Arrabni sobu garuu yeroo xinnoodhaaf qofa tura.+

20 Gowwoomsaan garaa namoota hammina yaadanii keessa jira,

Warri nagaa babalʼisan* garuu gammachuu qabu.+

21 Nama qajeelaa irra miidhaan tokko illee hin gaʼu,+

Hamoonni garuu rakkina ni quufu.+

22 Arrabni sobu Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,+

Warri amanamoo taʼan garuu isa ni gammachiisu.

23 Namni abshaalli wanta beeku ni dhoksa,

Garaan gowwootaa garuu gowwummaa isaanii gad yaasa.+

24 Harki namoota jabaatanii hojjetanii ni bulcha,+

Harki hojii hiike garuu hojii dirqamaa hojjeta.+

25 Yaaddoon garaa namaa keessa jiru gad isa qaba,*+

Dubbii gaariin garuu isa gammachiisa.+

26 Namni qajeelaan bakka dheedichaa isaa ni barbaaddata,

Daandiin hamootaa garuu karaa irraa isaan jalʼisa.

27 Namni dhibaaʼaan wanta adamsu duukaa hin buʼu,+

Dhimmanii hojjechuun garuu nama tokkoof qabeenya gatii guddaa qabu dha.

28 Daandiin qajeelummaa gara jireenyaatti geessa;+

Daandii sana irras duuti hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi