LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 118
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Injifannoo Yihowaatiif galata galchuu

        • ‘Yaahiin nan waammadhe, innis deebii naaf kenne’ (5)

        • “Yihowaan na cinaa jira” (6, 7)

        • Dhagaan tuffatame dhagaa golee hunda irra caalu taʼe (22)

        • ‘Isa maqaa Yihowaatiin dhufu’ (26)

Faarfannaa 118:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 19:17

Faarfannaa 118:5

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi, “Yaah” jedhu maqaan Yihowaa yommuu gabaabaatti barreeffamu dha.

  • *

    Ykn., “iddoo balʼaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:19

Faarfannaa 118:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1
  • +Isa 51:12; Rom 8:31; Ibr 13:6

Faarfannaa 118:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “warra na gargaaranii wajjin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 26:52, 53
  • +Fr 54:7

Faarfannaa 118:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:4; 146:3, 4; Er 17:5

Faarfannaa 118:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 29:6, 7

Faarfannaa 118:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 20:15, 17

Faarfannaa 118:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 14:11

Faarfannaa 118:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “ati humnaan na darbatte.”

Faarfannaa 118:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:2; Fr 18:2; Isa 12:2

Faarfannaa 118:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “injifannoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 89:13; Isa 63:12

Faarfannaa 118:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:6; Isa 40:26

Faarfannaa 118:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 6:5; 71:17

Faarfannaa 118:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 66:10; 94:12
  • +Fr 16:10

Faarfannaa 118:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:2; Mul 22:14

Faarfannaa 118:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 24:3, 4

Faarfannaa 118:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 116:1

Faarfannaa 118:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Mataa golee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 28:16; Luq 20:17; HoE 4:11; 1Qo 3:11; Efe 2:19, 20; 1Ph 2:4-7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2018, ful. 32

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 9-10

    Yesuus—Karaa, ful. 247

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 12-13

Faarfannaa 118:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 5:31
  • +Mar 12:10, 11

Faarfannaa 118:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 9

Faarfannaa 118:26

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 21:7-9; 23:39; Mar 11:7-10; Luq 19:37, 38

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2017, ful. 9

    Yesuus—Karaa, ful. 254

Faarfannaa 118:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:28; 1Ph 2:9
  • +Lew 23:34; Fr 42:4
  • +Bau 27:2

Faarfannaa 118:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:2; Isa 25:1

Faarfannaa 118:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:23
  • +Iz 3:11; Fr 118:1

Yaada Wal Simu

Far. 118:1Mat 19:17
Far. 118:5Fr 18:19
Far. 118:6Fr 27:1
Far. 118:6Isa 51:12; Rom 8:31; Ibr 13:6
Far. 118:7Mat 26:52, 53
Far. 118:7Fr 54:7
Far. 118:8Fr 40:4; 146:3, 4; Er 17:5
Far. 118:9His 29:6, 7
Far. 118:102Se 20:15, 17
Far. 118:122Se 14:11
Far. 118:14Bau 15:2; Fr 18:2; Isa 12:2
Far. 118:15Fr 89:13; Isa 63:12
Far. 118:16Bau 15:6; Isa 40:26
Far. 118:17Fr 6:5; 71:17
Far. 118:18Fr 66:10; 94:12
Far. 118:18Fr 16:10
Far. 118:19Isa 26:2; Mul 22:14
Far. 118:20Fr 24:3, 4
Far. 118:21Fr 116:1
Far. 118:22Isa 28:16; Luq 20:17; HoE 4:11; 1Qo 3:11; Efe 2:19, 20; 1Ph 2:4-7
Far. 118:23HoE 5:31
Far. 118:23Mar 12:10, 11
Far. 118:26Mat 21:7-9; 23:39; Mar 11:7-10; Luq 19:37, 38
Far. 118:27Fr 18:28; 1Ph 2:9
Far. 118:27Lew 23:34; Fr 42:4
Far. 118:27Bau 27:2
Far. 118:28Bau 15:2; Isa 25:1
Far. 118:29Fr 50:23
Far. 118:29Iz 3:11; Fr 118:1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 118:1-29

Faarfannaa

118 Inni gaarii+ waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

 2 Israaʼel amma,

“Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata” haa jedhu.

 3 Warri mana Aaron keessaa taʼan amma,

“Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata” haa jedhan.

 4 Warri Yihowaa sodaatan amma,

“Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata” haa jedhan.

 5 Yeroo dhiphina kootti Yaahiin* nan waammadhe;

Yaah deebii naaf kenne, gara bakka balaa irraa walaba* taʼettis na geesse.+

 6 Yihowaan na cinaa jira; ani hin sodaadhu.+

Namni maal na gochuu dandaʼa?+

 7 Yihowaan gargaaraa koo taʼee na cinaa* jira;+

Anis warra na jibban miira injifannootiin nan ilaala.+

 8 Namootatti amanamuu mannaa,

Yihowaatti kooluu galuu wayya.+

 9 Bulchitootatti amanamuu mannaa,

Yihowaatti kooluu galuu wayya.+

10 Saboonni hundi natti marsan,

Ani garuu maqaa Yihowaatiin

Of irraa isaan nan dhowwe.+

11 Isaan natti marsan, eeyyee, ani guutummaatti nan marfame,

Garuu maqaa Yihowaatiin

Of irraa isaan nan dhowwe.

12 Isaan akka kanniisaatti natti marsan,

Garuu akka ibidda qoree gidduu jiruutti dafanii dhaaman.

Anis maqaa Yihowaatiin

Of irraa isaan nan dhowwe.+

13 Na kuffisuuf humnaan na darbatan,*

Yihowaan garuu na gargaare.

14 Yaah gaaddisa koo fi jabina koo ti,

Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.+

15 Sagaleen gammachuu fi sagaleen fayyinaa*

Dunkaanota qajeelotaa keessa jira.

Harki mirgaa Yihowaa humna isaa ni mulʼisa.+

16 Harki mirgaa Yihowaa ol of qaba;

Harki mirgaa Yihowaa humna isaa ni mulʼisa.+

17 Hojiiwwan Yaah akkan labsuuf,

Ani nan jiraadha malee hin duʼu.+

18 Yaah akka malee na adabeera,+

Garuu duʼatti dabarsee na hin kennine.+

19 Karrawwan qajeelummaa naaf banaa;+

Anis achiin seenee Yaahiin nan jajadha.

20 Kun karra Yihowaa ti.

Qajeelonni achiin ni seenu.+

21 Deebii waan naa kenniteef,

Fayyisaa koos waan taateef, ani sin jajadha.+

 22 Dhagaan ijaartonni tuffatan,

Dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+

 23 Kun Yihowaa biraa dhufe;+

Ija keenyaafis dinqii dha.+

 24 Guyyaan Yihowaan murteesse isa kana dha;

Nutis isatti ni gammanna, ni ililchinas.

 25 Yaa Yihowaa, si kadhanna, maaloo nu oolchi!

Yaa Yihowaa, maaloo injifannoo nuuf kenni!

 26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+

Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna.

 27 Yihowaan Waaqa dha;

Inni ifa nuuf kenna.+

Dameewwan mukaa harkatti qabadhaatii warra gara ayyaanichaatti deemanii wajjin taʼuudhaan+

Hamma gaanfota iddoo aarsaatti+ deemaa.

 28 Ati Waaqa koo ti; ani sin jajadha;

Yaa Waaqa koo, ol sin qaba.+

 29 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+

Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi