LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 96
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • “Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa”

        • Yihowaan hunda caalaa jajamuun isaaf mala (4)

        • Waaqoliin sabootaa gatii hin qaban (5)

        • Uffata qulqullummaa uffadhaatii waaqeffadhaa (9)

Faarfannaa 96:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:3; 40:3; 98:1; 149:1; Isa 42:10
  • +1Se 16:23-25; Fr 66:4

Faarfannaa 96:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:10; 71:15; Isa 52:7

Faarfannaa 96:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 28:19; 1Ph 2:9; Mul 14:6

Faarfannaa 96:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 97:7; Isa 44:10
  • +1Se 16:26; 1Qo 8:4

Faarfannaa 96:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 24:9, 10; Isa 6:1-3; His 1:27, 28; Mul 4:2, 3
  • +1Se 16:27; 29:11

Faarfannaa 96:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:28-33; Fr 29:1

Faarfannaa 96:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 29:2; 72:19

Faarfannaa 96:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Ulfina qulqullummaa isaatiin kan kaʼe.”

  • *

    Ykn., “Yihowaa waaqeffadhaa.”

Faarfannaa 96:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lafti oomisha kennitu.”

  • *

    Ykn., “gatantaruu.”

  • *

    Ykn., “ni falma.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 93:1; 97:1; Mul 11:15; 19:6
  • +Fr 67:4; 98:9

Faarfannaa 96:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:7

Faarfannaa 96:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 65:13
  • +1Se 16:33

Faarfannaa 96:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “waan dhufeef.”

  • *

    Ykn., “lafa oomisha kennitu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Kes 32:4; Fr 9:8; 98:9; HoE 17:31; 2Ph 3:7

Yaada Wal Simu

Far. 96:1Fr 33:3; 40:3; 98:1; 149:1; Isa 42:10
Far. 96:11Se 16:23-25; Fr 66:4
Far. 96:2Fr 40:10; 71:15; Isa 52:7
Far. 96:3Mat 28:19; 1Ph 2:9; Mul 14:6
Far. 96:5Fr 97:7; Isa 44:10
Far. 96:51Se 16:26; 1Qo 8:4
Far. 96:6Bau 24:9, 10; Isa 6:1-3; His 1:27, 28; Mul 4:2, 3
Far. 96:61Se 16:27; 29:11
Far. 96:71Se 16:28-33; Fr 29:1
Far. 96:8Fr 29:2; 72:19
Far. 96:10Fr 93:1; 97:1; Mul 11:15; 19:6
Far. 96:10Fr 67:4; 98:9
Far. 96:11Fr 98:7
Far. 96:12Fr 65:13
Far. 96:121Se 16:33
Far. 96:13Uma 18:25; Kes 32:4; Fr 9:8; 98:9; HoE 17:31; 2Ph 3:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 96:1-13

Faarfannaa

96 Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+

Guutummaan lafaa, Yihowaa faarfadhaa!+

 2 Yihowaa faarfadhaa; maqaa isaa jajadhaa.

Guyyaa guyyaadhaan misiraachoo fayyisuu isaa labsaa.+

 3 Ulfina isaa saboota gidduutti,

Hojiiwwan isaa warra dinqisiisoos namoota hundumaa gidduutti lallabaa.+

 4 Yihowaan guddaa fi hunda caalaa jajamuun kan isaaf malu dha.

Inni waaqolii kaan hundumaa caalaa kan sodaatamu dha.

 5 Waaqoliin sabootaa hundi waaqolii gatii hin qabne dha,+

Yihowaan garuu isa samiiwwan tolche dha.+

 6 Ulfinnii fi simboon isa dura jiru;+

Jabinnii fi miidhaginni iddoo qulqulluu isaa keessa jiru.+

 7 Isin maatiiwwan sabootaa, Yihowaadhaaf wanta isaaf malu kennaa,

Ulfinaa fi jabina isaatiif wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa.+

 8 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa;+

Kennaa fidaatii gara mooraawwan isaatti seenaa.

 9 Uffata qulqullummaa uffadhaatii* Yihowaadhaaf sagadaa;*

Guutummaan lafaa isa duratti romʼi!

10 Akkana jedhaatii saboota gidduutti labsaa: “Yihowaan Mootii taʼeera!+

Lafti* jabaattee hundeeffamteetti, iddoo ishiitii sochoʼuu* hin dandeessu.

Inni sabootaaf karaa sirrii taʼeen murtii kenna.”*+

11 Samiin haa gammadu, laftis haa ililchitu;

Galaannii fi wantoonni achi keessa guutan hundi haa kakawweessaʼan;+

12 Dirreewwanii fi wantoonni isaan irratti argaman hundi haa gammadan.+

Mukeetiin bosonaa hundis haa ililchan,+

13 Inni waan dhufuuf* Yihowaa duratti haa ililchan,

Inni lafatti murteessuuf ni dhufa.

Inni addunyaa* irratti qajeelummaadhaan,

Namoota irrattis amanamummaa isaatiin murtii ni kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi