LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 62
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Fayyinni dhugaan Waaqa biraa argama

        • “Ani calluma jedhee Waaqayyoon nan eeggadha” (1, 5)

        • “Garaa keessan isaaf banaa” (8)

        • Namoonni qilleensa qofa dha (9)

        • Qabeenyatti hin amanaminaa (10)

Faarfannaa 62:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Hiika Addunyaa Haaraa, ful. 2100

Faarfannaa 62:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:39; 68:19; Isa 12:2

Faarfannaa 62:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2
  • +Fr 37:23, 24; 2Qo 4:8, 9

Faarfannaa 62:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Hundi keessan akka waan inni dallaa jalʼatee fi dallaa dhagaa jiguuf jedhu taʼetti isa haleeltu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 38:12

Faarfannaa 62:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ulfina isaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 5:9; 28:3; 55:21

Faarfannaa 62:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “yaa lubbuu koo, calluma jedhii Waaqayyoon eeggadhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 62:1, 2; 71:5
  • +Fr 43:5; Mik 7:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 180

Faarfannaa 62:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 16:8; Fak 10:30

Faarfannaa 62:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 95:1; Isa 26:4

Faarfannaa 62:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “isa duratti dhangalaasaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 1:15
  • +Fak 14:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2021, ful. 10

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

Faarfannaa 62:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 60:11
  • +Isa 40:15

Faarfannaa 62:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:10-12; Iyo 31:24, 28; Fak 11:4, 28; 23:4, 5; Mat 6:19, 24; Mar 8:36; Luq 12:15; 1Xi 6:17; 1Yo 2:16

Faarfannaa 62:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 9:4; Nho 1:3; Mul 19:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 46

Faarfannaa 62:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 36:7; 86:15; Mik 7:18
  • +Iyo 34:11; Fak 24:12; Rom 2:6; 2Qo 5:10; Gal 6:7; 2Xi 4:14; Mul 20:12, 13; 22:12

Yaada Wal Simu

Far. 62:1Fr 37:39; 68:19; Isa 12:2
Far. 62:2Fr 18:2
Far. 62:2Fr 37:23, 24; 2Qo 4:8, 9
Far. 62:3Fr 38:12
Far. 62:4Fr 5:9; 28:3; 55:21
Far. 62:5Fr 62:1, 2; 71:5
Far. 62:5Fr 43:5; Mik 7:7
Far. 62:6Fr 16:8; Fak 10:30
Far. 62:7Fr 95:1; Isa 26:4
Far. 62:81Sa 1:15
Far. 62:8Fak 14:26
Far. 62:9Fr 60:11
Far. 62:9Isa 40:15
Far. 62:10Kes 6:10-12; Iyo 31:24, 28; Fak 11:4, 28; 23:4, 5; Mat 6:19, 24; Mar 8:36; Luq 12:15; 1Xi 6:17; 1Yo 2:16
Far. 62:11Iyo 9:4; Nho 1:3; Mul 19:1
Far. 62:12Fr 36:7; 86:15; Mik 7:18
Far. 62:12Iyo 34:11; Fak 24:12; Rom 2:6; 2Qo 5:10; Gal 6:7; 2Xi 4:14; Mul 20:12, 13; 22:12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 62:1-12

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; Yedutuuniin.* Faarfannaa Daawit.

62 Dhugumaan, ani calluma jedhee Waaqayyoon nan eeggadha.

Fayyinni koo isa biraa dhufa.+

 2 Dhugumaan, inni qarsaa koo, fayyisaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+

Ani matumaa akka malee hin raafamu.+

 3 Isin nama ajjeesuuf hamma yoomiitti isa haleeltu?+

Hundi keessan akka dallaa jalʼateetti, akka dallaa dhagaa jiguuf jedhettis balaa kan geessistani dha.*

 4 Isaan iddoo isaa isa ol kaʼaa* irraa isa kuffisuuf waliin mariʼatu;

Isaan sobatti gammadu.

Afaan isaaniitiin ni eebbisu, keessa isaaniitti garuu ni abaaru.+ (Seelaa)

 5 Abdiin koo isa biraa waan dhufuuf+

Dhugumaan, ani calluma jedhee Waaqayyoon nan eeggadha.*+

 6 Dhugumaan, inni qarsaa koo, fayyisaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu dha;

Ani matumaa hin raafamu.+

 7 Fayyinni koo fi ulfinni koo Waaqayyo irratti kan hundaaʼe dha.

Waaqayyo qarsaa koo isa cimaa fi iddoon kooluu itti galu dha.+

 8 Yaa namootaa, yeroo hundumaa isatti amanamaa.

Garaa keessan isaaf banaa.*+

Waaqayyo iddoo kooluu itti gallu dha.+ (Seelaa)

 9 Ilmaan namootaa qilleensa qofa dha,

Abjuu dhas.+

Isaan yommuu madaallii irra waliin kaaʼaman, qilleensa caalaa salphatu.+

10 Saamichatti hin amanaminaa

Yookiin hanna irratti abdii sobaa hin qabaatinaa.

Qabeenyi keessan yoo dabale, garaa keessan isa irra hin kaaʼatinaa.+

11 Jabinni kan Waaqayyoo taʼuu isaa+

Waaqayyo siʼa tokko ni dubbate, anis wanta kana siʼa lama nan dhagaʼe.

12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+

Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi