LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Pheexiros 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 2 Pheexiros

      • Qoostonni badiisni akka dhufu hin amanan (1-7)

      • Yihowaan hin turu (8-10)

      • Namoota akkamii taʼuu akka qabdan itti yaadaa (11-16)

        • Samii haaraa fi lafa haaraa (13)

      • Gowwoomfamtanii akka hin fudhatamne of eeggadhaa (17, 18)

2 Pheexiros 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:15; 2Ph 1:13

2 Pheexiros 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yih 17, 18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2023, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2010, ful. 6

    1/1/2007, ful. 4-5

2 Pheexiros 3:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “rafanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:15; Mat 24:48; Luq 12:45
  • +His 12:22, 27

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2023, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2013, ful. 7-8

    1/1/2007, ful. 4-5

2 Pheexiros 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 1:6, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2013, ful. 5

    1/1/2007, ful. 5

2 Pheexiros 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 7:11, 23; Mat 24:38, 39

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2013, ful. 5

2 Pheexiros 3:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:10; 2Ta 1:7-9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 141

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2017, ful. 14

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2013, ful. 5

    10/1/2012, ful. 29

    7/1/2012, ful. 20

2 Pheexiros 3:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 90:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2023, ful. 27

    Masaraa Eegumsaa,

    2/1/2006, ful. 17-18

2 Pheexiros 3:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +An 2:3
  • +Rom 2:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2023, ful. 27

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 105

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2021, ful. 31

    7/2021, ful. 13

    Masaraa Eegumsaa,

    2/1/2006, ful. 17-18

2 Pheexiros 3:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:31; Sef 1:14
  • +1Ta 5:2
  • +Mul 21:1
  • +Fr 37:10; Isa 13:9; Sef 1:18; Mul 6:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 70

    Masaraa Eegumsaa,

    7/1/2012, ful. 20

    7/15/2010, ful. 3-5

2 Pheexiros 3:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2023, ful. 16

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    10/2019, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    3/2016, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 23

    7/15/2010, ful. 8

    3/15/2009, ful. 19

    11/15/2008, ful. 22

    1/1/2007, ful. 8

2 Pheexiros 3:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

  • *

    Ykn., “hawwiidhaan eegaa.” Kal., “ariifachiisaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 1:14
  • +Isa 34:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2023, ful. 27

    2/2023, ful. 16

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2007, ful. 8

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 176-177

2 Pheexiros 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:17; 66:22; Mul 21:1
  • +Isa 11:4, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Waaqeffannaa Qulqulluu, ful. 225

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2017, ful. 11-12

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2010, ful. 5

    1/1/2009, ful. 18-19

    9/1/2007, ful. 8-9

    Dammaqinaan Eegaa!, ful. 16

    Barsiisaa, ful. 250

2 Pheexiros 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 13:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2010, ful. 9-10

    11/15/2008, ful. 22

2 Pheexiros 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 2:4

2 Pheexiros 3:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin barannee.”

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2015, ful. 11

2 Pheexiros 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 24:24; Efe 4:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2010, ful. 5-6, 8

    11/15/2008, ful. 22

Yaada Wal Simu

2Phe. 3:1Rom 15:15; 2Ph 1:13
2Phe. 3:3Yih 17, 18
2Phe. 3:4Er 17:15; Mat 24:48; Luq 12:45
2Phe. 3:4His 12:22, 27
2Phe. 3:5Uma 1:6, 9
2Phe. 3:6Uma 7:11, 23; Mat 24:38, 39
2Phe. 3:7Kes 7:10; 2Ta 1:7-9
2Phe. 3:8Fr 90:4
2Phe. 3:9An 2:3
2Phe. 3:9Rom 2:4
2Phe. 3:10Yoe 2:31; Sef 1:14
2Phe. 3:101Ta 5:2
2Phe. 3:10Mul 21:1
2Phe. 3:10Fr 37:10; Isa 13:9; Sef 1:18; Mul 6:14
2Phe. 3:12Sef 1:14
2Phe. 3:12Isa 34:4
2Phe. 3:13Isa 65:17; 66:22; Mul 21:1
2Phe. 3:13Isa 11:4, 5
2Phe. 3:142Qo 13:11
2Phe. 3:15Rom 2:4
2Phe. 3:17Mat 24:24; Efe 4:14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
2 Pheexiros 3:1-18

Pheexiros Lammaffaa

3 Yaa obboloota jaallatamo, akkuman xalayaa isa jalqabaa irratti godhe yaadachiisa isiniif kennuudhaan sirriitti akka yaaddan isin kakaasuuf+ xalayaa lammaffaa kanas isiniif barreesseera; 2 kunis wantoota raajonni qulqulluun dursanii dubbatan, akkasumas ajaja Gooftaanii fi Fayyisaan keenya karaa ergamoota keessanii dubbate akka yaadattaniifi. 3 Hundumaa dura, guyyoota dhumaatti qoostonni fedhii ofii isaanii hordofuudhaan qoosan akka dhufan beekaa;+ 4 isaan, “Waadaan inni argama isaa ilaalchisee gale eessa jira?+ Guyyaa abbootiin keenya duʼanii* jalqabee, wanti hundi jalqaba uumamaatii kaasee akkuma jirutti itti fufeera”+ jedhu.

5 Namoonni kun dhugaa kana, jechuunis bara duriitti samiiwwan akka turan, akkasumas dubbii Waaqayyootiin lafti bishaan keessaa ol baatee jabaattee akka dhaabbattee fi bishaan gidduu akka turte+ taʼe jedhanii fudhachuu didu; 6 wantoota kanaan addunyaan yeroo sana ture bishaaniin yommuu liqimfametti badeera.+ 7 Dubbii kanaan samiiwwanii fi lafti yeroo ammaa jiranis ibiddaaf kaaʼamanii, hanga guyyaa murtii yeroo namoonni Waaqayyoon hin sodaanne itti balleeffamaniitti+ eegamaa jiru.

8 Haa taʼu malee, yaa obboloota jaallatamo, Yihowaa* biratti guyyaan tokko akka waggaa kuma tokkoo, waggaan kumni tokko immoo akka guyyaa tokkoo+ akka taʼe hin dagatinaa. 9 Namoonni tokko tokko akka yaadanitti Yihowaan* waadaawwan gale raawwachuuf hin turu;+ kanaa mannaa, hundumtuu yaada akka geddarataniif malee, namni tokko illee akka badu waan hin barbaanneef isiniif jedhee obsa.+ 10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+

11 Wantoonni kun hundi haala kanaan kan baqan erga taʼee, amala qulqulluu qabaachuu fi hojiiwwan Waaqayyoof kan bultan taʼuu keessan argisiisan hojjechuudhaan namoota akkamii taʼuu akka qabdan itti yaadaa; 12 dhufaatii guyyaa Yihowaa*+ isa samiiwwan ibiddaan itti balleeffaman,+ akkasumas wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetaman hoʼa cimaadhaan itti baqan eeggadhaa; akkasumas sammuu keessanitti dhiheessaa yaadaa!* 13 Haa taʼu malee, akkuma inni waadaa galetti, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa+ warra qajeelummaan keessa buufatu+ ni eegganna.

14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan jirtaniif, dhuma irratti isa duratti xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf+ wanta isiniif dandaʼame hunda godhaa. 15 Kana malees, akkuma obboleessi keenya Phaawulos inni jaallatamaan ogummaa isaaf kennameen isiniif barreesse, obsi Gooftaa keenyaa fayyina keessan akka taʼetti yaadaa;+ 16 inni xalayaawwan isaa hunda keessatti waaʼee wantoota kanaa dubbateera. Taʼus xalayaawwan kana keessa wantoonni hubachuuf ulfaataa taʼan tokko tokko jiru; namoonni beekumsa hin qabnee* fi cimoo hin taane akkuma Kitaabota Qulqulluu kaan jalʼisan, warra kanas ni jalʼisu; kunis badiisa isaanitti fida.

17 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, isin kana dursitanii waan beektaniif, dogoggora namoonni hamoon hojjetaniin gowwoofamtanii isaanii wajjin akka hin fudhatamnee fi ejjennoo cimaan qabdan akka hin laafne of eeggadhaa.+ 18 Kanaa mannaa, gaarummaa guddaadhaan, akkasumas beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin guddachuu keessan itti fufaa. Ammas taʼe bara baraaf ulfinni isaaf haa taʼu. Ameen.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi