LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Lakkoofsaa

      • Cubbuu Israaʼel dubartoota Moʼaabii wajjin raawwate (1-5)

      • Finahaas tarkaanfii ni fudhate (6-18)

Lakkoofsa 25:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 2:1; Mik 6:5
  • +Lak 31:16; 1Qo 10:8; Mul 2:14

Lakkoofsa 25:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:15; 1Qo 10:20
  • +Bau 20:5

Lakkoofsa 25:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Pheʼoritti ni maxxane.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:3; Iya 22:17; Fr 106:28, 29; Hos 9:10

Lakkoofsa 25:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mataawwan.”

  • *

    Kal., “aduu fuulduratti.”

Lakkoofsa 25:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maxxanan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 18:21
  • +Bau 22:20; 32:25, 27; Kes 13:6-9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    4/2019, ful. 4

Lakkoofsa 25:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 25:14, 15

Lakkoofsa 25:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 6:25; Iya 22:30

Lakkoofsa 25:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “qaama hormaataa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 106:30

Lakkoofsa 25:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 25:4; Kes 4:3; 1Qo 10:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 97-98

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    4/2019, ful. 4

Lakkoofsa 25:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 25:7
  • +Fr 106:30, 31
  • +Bau 20:5; 34:14; Kes 4:24

Lakkoofsa 25:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 19:10
  • +1Se 6:4; Iz 7:1, 5; 8:1, 2

Lakkoofsa 25:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 31:7, 8; Iya 13:21
  • +1Se 1:32, 33

Lakkoofsa 25:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 31:1, 2

Lakkoofsa 25:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 25:3; 31:16
  • +Lak 25:9
  • +Lak 25:8, 15

Yaada Wal Simu

Lak. 25:1Iya 2:1; Mik 6:5
Lak. 25:1Lak 31:16; 1Qo 10:8; Mul 2:14
Lak. 25:2Bau 34:15; 1Qo 10:20
Lak. 25:2Bau 20:5
Lak. 25:3Kes 4:3; Iya 22:17; Fr 106:28, 29; Hos 9:10
Lak. 25:5Bau 18:21
Lak. 25:5Bau 22:20; 32:25, 27; Kes 13:6-9
Lak. 25:6Lak 25:14, 15
Lak. 25:7Bau 6:25; Iya 22:30
Lak. 25:8Fr 106:30
Lak. 25:9Lak 25:4; Kes 4:3; 1Qo 10:8
Lak. 25:11Lak 25:7
Lak. 25:11Fr 106:30, 31
Lak. 25:11Bau 20:5; 34:14; Kes 4:24
Lak. 25:131Mo 19:10
Lak. 25:131Se 6:4; Iz 7:1, 5; 8:1, 2
Lak. 25:15Lak 31:7, 8; Iya 13:21
Lak. 25:151Se 1:32, 33
Lak. 25:17Lak 31:1, 2
Lak. 25:18Lak 25:3; 31:16
Lak. 25:18Lak 25:9
Lak. 25:18Lak 25:8, 15
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Lakkoofsa 25:1-18

Lakkoofsa

25 Israaʼel yommuu Shitiim+ keessa jiraachaa turetti, sabichi dubartoota Moʼaabii wajjin ejja raawwate.+ 2 Dubartoonni sunis sabicha gara aarsaawwan waaqolii isaaniitiif dhiheessanitti ni affeeran;+ sabichis isa irraa nyaachuu fi waaqolii isaaniitiif sagaduu jalqabe.+ 3 Kanaafuu, Israaʼel isaanii wajjin waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor* irratti ni hirmaate;+ Yihowaanis Israaʼelitti ni dheekkame. 4 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Dheekkamsi Yihowaa inni bobaʼaan Israaʼel irraa akka deebiʼuuf, geggeessitoota* saba kanaa hundumaa fuudhiitii guyyaa saafaa* Yihowaa duratti isaan fannisi” jedhe. 5 Museenis abbootii murtii Israaʼeliin,+ “Tokkoon tokkoon keessan namoota keessan warra waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor irratti hirmaatan* ajjeesaa” jedhe.+

6 Haa taʼu malee yeruma sana, utuma isaan balbala dunkaana walgaʼii duratti booʼaa jiranii, Israaʼelota keessaa namichi tokko Musee fi guutummaan yaaʼii Israaʼel utuma isa ilaalanii dubartii biyya Miidiyaan takka gara obboloota isaatti fidee dhufe.+ 7 Ilma Aaron lubichaa, ilma Eleʼazaar kan taʼe Finahaas+ kana yommuu argu, yeruma sana yaaʼii sana gidduudhaa kaʼee eeboo tokko ni fudhate. 8 Achiis namicha Israaʼel sana duukaa buʼee gara dunkaanichaatti seenuudhaan lamaan isaanii iyyuu ni waraane; namicha Israaʼel sana ni waraane; dubartittiis waraanee garaa* ishii keessa baase. Yeroo kanatti dhaʼichi Israaʼelota rukutaa ture sun ni dhaabbate.+ 9 Namoonni dhaʼicha sanaan duʼanis walumaa galatti 24,000 turan.+

10 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 11 “Ilma Aaron lubichaa, ilma Eleʼazaar kan taʼe Finahaas,+ morkii ana ilaalchisee isaan gidduutti kaʼe hundumaa obsaan bira darbuu dhiisuudhaan dheekkamsa koo saba Israaʼel irraa deebiseera.+ Guutummaatti akka naaf bulan kanan barbaadu taʼus, Israaʼelota haxaaʼee kanan hin balleessine kanaafi.+ 12 Kanaafuu, kakuu nagaa koo akkan isaa wajjin galu itti himaa. 13 Inni morkii Waaqa isaa ilaalchisee kaʼe obsaan waan bira hin darbineef,+ akkasumas saba Israaʼeliif araara waan argamsiiseef, kun isaa fi sanyii isaa isa booda dhufuuf kakuu lubummaa dhaabbataa ni taʼa.”+

14 Namichi Israaʼel inni dubartii biyya Miidiyaanii wajjin ajjeefame sun maqaan isaa Zimrii jedhama ture; inni ilma Saaluu yeroo taʼu, ajajaa mana abbootii Simiʼoonotaa ture. 15 Maqaan dubartittii biyya Miidiyaan ishii ajjeefamte sanaa Koozbii jedhama ture; ishiin intala Zuur+ yeroo taatu, Zuur biyya Miidiyaan+ keessatti geggeessaa qomoowwan mana abbootii isa tokkoo ture.

16 Boodas Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 17 “Miidiyaanota dhiphisaa; akkasumas isaan rukutaa;+ 18 sababiin isaas, isaan Pheʼoriin kan kaʼe,+ akkasumas intala ajajaa Miidiyaan kan taate obboleettii isaanii Koozbii ishii Pheʼor ishii guyyaa dhaʼichi isin irra gaʼetti+ ajjeefamte+ sanaan kan kaʼe haxxummaadhaan cubbuu akka hojjettan gochuudhaan isin dhiphisaniiru.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi