LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Nagaa dhaamuu (1-3)

      • Phaawulos sababii warra Qorontosiif Waaqa galateeffate (4-9)

      • Gorsa tokkummaa akka qabaatan kenname (10-17)

      • Kiristoos isa humnaa fi ogummaa Waaqaa taʼe (18-25)

      • Yihowaadhaan qofa boonuu (26-31)

1 Qorontos 1:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 9:15

1 Qorontos 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:1
  • +1Qo 6:11; Ibr 9:13, 14
  • +Mat 12:18, 21; HoE 4:12

1 Qorontos 1:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 1:9

1 Qorontos 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:5

1 Qorontos 1:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 17:29, 30; 2Ta 1:7; 1Ph 1:7

1 Qorontos 1:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:5; 5:5; Mul 1:10

1 Qorontos 1:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wajjin akka hirmaattaniif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:9

1 Qorontos 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 16:17
  • +Rom 15:5, 6; 2Qo 13:11; Efe 4:1, 3; Flp 2:2

1 Qorontos 1:12

Miiljaleewwan

  • *

    Pheexiros jedhamees ni waamama.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:24; 1Qo 3:4, 5, 21-23

1 Qorontos 1:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 18:8
  • +Rom 16:23

1 Qorontos 1:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 16:15

1 Qorontos 1:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 9:15

1 Qorontos 1:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:18; 1Qo 2:14
  • +Rom 1:16

1 Qorontos 1:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 29:14

1 Qorontos 1:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “bara.” Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Kal., “barreessaanii.”

1 Qorontos 1:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 2:8
  • +Luq 10:21
  • +1Qo 2:14; 3:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 26

1 Qorontos 1:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 12:38; Luq 11:29

1 Qorontos 1:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 17:32

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 4

1 Qorontos 1:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 2:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 104-115

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2015, ful. 3-7

1 Qorontos 1:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 13:4

1 Qorontos 1:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akka ulaagaalee namootaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 4:13
  • +Yoh 7:48; Yaq 2:5

1 Qorontos 1:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 11:25

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 24

1 Qorontos 1:28

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 2:6

1 Qorontos 1:29

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon.”

1 Qorontos 1:30

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 10:4; 2Qo 5:21
  • +Yoh 17:19; Ibr 10:10
  • +Rom 3:24; Qol 1:13, 14

1 Qorontos 1:31

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 9:24; 2Qo 10:17

Yaada Wal Simu

1Qor. 1:1HoE 9:15
1Qor. 1:2HoE 18:1
1Qor. 1:21Qo 6:11; Ibr 9:13, 14
1Qor. 1:2Mat 12:18, 21; HoE 4:12
1Qor. 1:5Qol 1:9
1Qor. 1:6HoE 18:5
1Qor. 1:7Luq 17:29, 30; 2Ta 1:7; 1Ph 1:7
1Qor. 1:81Qo 4:5; 5:5; Mul 1:10
1Qor. 1:9Kes 7:9
1Qor. 1:10Rom 15:5, 6; 2Qo 13:11; Efe 4:1, 3; Flp 2:2
1Qor. 1:10Rom 16:17
1Qor. 1:12HoE 18:24; 1Qo 3:4, 5, 21-23
1Qor. 1:14HoE 18:8
1Qor. 1:14Rom 16:23
1Qor. 1:161Qo 16:15
1Qor. 1:17HoE 9:15
1Qor. 1:18HoE 17:18; 1Qo 2:14
1Qor. 1:18Rom 1:16
1Qor. 1:19Isa 29:14
1Qor. 1:21Qol 2:8
1Qor. 1:21Luq 10:21
1Qor. 1:211Qo 2:14; 3:18
1Qor. 1:22Mat 12:38; Luq 11:29
1Qor. 1:23HoE 17:32
1Qor. 1:24Qol 2:3
1Qor. 1:252Qo 13:4
1Qor. 1:26HoE 4:13
1Qor. 1:26Yoh 7:48; Yaq 2:5
1Qor. 1:27Mat 11:25
1Qor. 1:281Qo 2:6
1Qor. 1:30Rom 10:4; 2Qo 5:21
1Qor. 1:30Yoh 17:19; Ibr 10:10
1Qor. 1:30Rom 3:24; Qol 1:13, 14
1Qor. 1:31Er 9:24; 2Qo 10:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 1:1-31

Qorontos Tokkoffaa

1 Phaawulos isa fedhii Waaqayyootiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼuuf waamamee+ fi obboleessa keenya Sostenees irraa, 2 gumii Waaqayyoo isa Qorontos+ keessa jiruuf, isin warra tokkummaa Kiristoos Yesuusii wajjin qabdaniin qulqullooftaniif,+ warra iddoo hundumaatti maqaa Yesuus Kiristoos isa Gooftaa isaanii fi Gooftaa keenya taʼee waammatanii+ wajjin qulqulloota taʼuuf waamamtaniif:

3 Waaqayyo Abbaa keenyaa fi Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos biraa gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu.

4 Gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa isa karaa Kiristoos Yesuus isiniif kennameef, ani waaʼee keessaniif yeroo hunda Waaqa koo nan galateeffadha; 5 sababiin isaas, waan hundumaatiin, jechuunis dandeettii dubbachuu fi beekumsa guutuudhaan karaa Kiristoos badhaadhota taataniittu;+ 6 wanti waaʼee Kiristoos ragaa baʼame+ isin gidduutti hundee cimaa godhateera; 7 kanaafuu, mulʼachuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hawwiidhaan yommuu eeggattan,+ kennaan tokko illee matumaa isinitti hin hirʼatu. 8 Kana malees, guyyaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoositti himata akkamii irraa iyyuu walaba akka taataniif inni hamma dhumaatti isin cimsa.+ 9 Waaqayyo inni Ilma isaa Yesuus Kiristoos Gooftaa keenyaa wajjin tokkummaa akka qabaattan* isin waame amanamaa dha.+

10 Ammas yaa obboloota koo, hundi keessan wanti dubbattan tokko akka taʼuu fi wal qoqqooduun isin gidduu akka hin jiraanne,+ kanaa mannaa yaadaa fi kaayyoodhaan guutummaatti tokkummaa akka qabaattan+ maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isinan gorsa. 11 Sababiin isaas, yaa obboloota koo, isin gidduu wal qoqqoodiinsi akka jiru namoonni maatii Qalooʼee tokko tokko waaʼee keessan natti himaniiru. 12 Kana jechuun koos tokkoon tokkoon keessan, “Ani kan Phaawulosi,” “Ani garuu kan Apholosi,”+ “Ani immoo kan Keefaasi,”* “Ani garuu kan Kiristoosi” jettu. 13 Kiristoos qoqqoodameeraa? Phaawulos muka irratti isiniif fannifameeraa? Moo maqaa Phaawulosiin cuuphamtan? 14 Qarisphoosii+ fi Gaayos+ irraa kan hafe isin keessaa nama tokko illee waanan hin cuuphneef Waaqayyoon nan galateeffadha; 15 kanaafuu, isin keessaa eenyu iyyuu maqaa kootiin akka cuuphame dubbachuu hin dandaʼu. 16 Haa taʼu malee, maatii Isxifaanaasis cuupheera.+ Kana irraa kan hafe nama kan biraa cuuphuu koo hin yaadadhu. 17 Kiristoos kan na erge akkan misiraachoo labsuuf malee akkan cuuphuuf miti;+ mukti dhiphinaa* Kiristoos gatii akka hin dhabneef, ani kanan lallabu ogummaa dubbachuutiin miti.

18 Dubbiin waaʼee muka dhiphinaa* ibsu warra badaniif gowwummaa dha;+ nu warra fayyina argachaa jirruuf garuu humna Waaqayyoo ti.+ 19 Sababiin isaas, “Ani ogummaa warra ogeeyyii nan balleessa, beekumsa warra beektotaas darbadhee nan gata”+ jedhamee barreeffameera. 20 Egaa sirna* kana keessatti ogeessi, barsiisaan seeraa* fi inni falmii jaallatu eessa jira? Waaqayyo ogummaa addunyaa gowwummaa godheera mitii? 21 Addunyaan ogummaa isaatiin+ Waaqayyoon beekuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo karaa ergaa nuti lallabnuu fi gowwummaa fakkaatu+ sanaa warra amanan fayyisuun gaarii akka taʼetti ilaaleera; karaa kanaan ogummaan Waaqayyoo mulʼateera.

22 Yihudoonni mallattoo gaafatu,+ Giriikonni immoo ogummaa barbaadu; 23 nuti garuu Kiristoos isa muka irratti fannifame lallabna; kunis Yihudootaaf wanta gufachiisu, saboota kaaniif immoo gowwummaa dha.+ 24 Haa taʼu malee, Yihudootaafis taʼe Giriikotaaf, warra waamamaniif Kiristoos humna Waaqayyoo fi ogummaa Waaqayyoo ti.+ 25 Sababiin isaas, wanti akka gowwummaa Waaqayyootti ilaalamu, ogummaa namootaa irra ni caala; wanti akka dadhabina Waaqayyootti ilaalamu jabina namootaa irra ni caala.+

26 Yaa obbolootaa, isinumti iyyuu waamamuu keessan irraa akka hubattanitti, warri akka ilaalcha fooniitti* ogeeyyii taʼan hedduun,+ namoonni jajjaboo taʼan hedduunii fi namoonni maatii beekamoo keessaa dhalatan hedduun hin waamamne;+ 27 kanaa mannaa, Waaqayyo warra ogeeyyii taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa gowwummaa taʼan filate; akkasumas wantoota jajjaboo taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa dadhaboo taʼan filate;+ 28 Waaqayyo wantoota iddoo guddaa qaban gatii dhabsiisuuf, wantoota addunyaa gatii hin qabne, tuffatamoo taʼanii fi iddoo guddaa hin qabne filate;+ 29 kanaafuu, namni* kam iyyuu Waaqayyo duratti boonuu hin dandaʼu. 30 Haa taʼu malee, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuu kan dandeessan isaan kan kaʼe dha; Kiristoos immoo ogummaa Waaqayyo biraa nuuf dhufe, qajeelummaa+ fi qulqullummaa nuuf taʼeera;+ akkasumas karaa furichaa bilisa nu baaseera;+ 31 kunis akkuma, “Inni boonu Yihowaadhaan* haa boonu”+ jedhamee barreeffametti dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi