LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 12
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Hoseʼaa

      • Efreem gara Yihowaatti deebiʼuu qaba (1-14)

        • Yaaqoob Waaqaa wajjin waldhaansoo qabe (3)

        • Yaaqoob eebba Waaqaa argachuuf booʼee kadhate (4)

Hoseʼaa 12:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:19; Hos 8:9
  • +2Mo 17:4

Hoseʼaa 12:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:19; Er 2:35; Hos 4:1; Mik 6:2
  • +Isa 3:11

Hoseʼaa 12:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 25:26
  • +Uma 32:28

Hoseʼaa 12:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 32:24-26
  • +Uma 28:13, 19

Hoseʼaa 12:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 28:16; 32:30
  • +Bau 3:15

Hoseʼaa 12:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 31:6; Hos 14:1; Yoe 2:12, 13
  • +Kes 16:20; Mik 6:8

Hoseʼaa 12:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 8:5, 6; Mik 2:1, 2

Hoseʼaa 12:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 3:17
  • +Kes 8:17-19

Hoseʼaa 12:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Akkuma guyyoota yeroo murteeffamaniitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 20:2; Hos 13:4

Hoseʼaa 12:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 17:1; 2Mo 17:13; Amo 7:14, 15

Hoseʼaa 12:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “iccitii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Hos 6:8
  • +Hos 9:15; Amo 4:4
  • +2Mo 17:9, 10; Hos 8:11; 10:1

Hoseʼaa 12:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dirree.”

  • *

    Ykn., “Sooriyaatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 28:5; Kes 26:5
  • +Uma 32:28
  • +Uma 29:18
  • +Uma 31:38

Hoseʼaa 12:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:50, 51; Fr 77:20
  • +Iya 24:17; 1Sa 12:8

Hoseʼaa 12:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:9-11; His 23:4, 5
  • +Kes 28:37

Yaada Wal Simu

Hos. 12:12Mo 15:19; Hos 8:9
Hos. 12:12Mo 17:4
Hos. 12:22Mo 17:19; Er 2:35; Hos 4:1; Mik 6:2
Hos. 12:2Isa 3:11
Hos. 12:3Uma 25:26
Hos. 12:3Uma 32:28
Hos. 12:4Uma 32:24-26
Hos. 12:4Uma 28:13, 19
Hos. 12:5Uma 28:16; 32:30
Hos. 12:5Bau 3:15
Hos. 12:6Isa 31:6; Hos 14:1; Yoe 2:12, 13
Hos. 12:6Kes 16:20; Mik 6:8
Hos. 12:7Amo 8:5, 6; Mik 2:1, 2
Hos. 12:8Mul 3:17
Hos. 12:8Kes 8:17-19
Hos. 12:9Bau 20:2; Hos 13:4
Hos. 12:101Mo 17:1; 2Mo 17:13; Amo 7:14, 15
Hos. 12:11Hos 6:8
Hos. 12:11Hos 9:15; Amo 4:4
Hos. 12:112Mo 17:9, 10; Hos 8:11; 10:1
Hos. 12:12Uma 28:5; Kes 26:5
Hos. 12:12Uma 32:28
Hos. 12:12Uma 29:18
Hos. 12:12Uma 31:38
Hos. 12:13Bau 12:50, 51; Fr 77:20
Hos. 12:13Iya 24:17; 1Sa 12:8
Hos. 12:142Mo 17:9-11; His 23:4, 5
Hos. 12:14Kes 28:37
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Hoseʼaa 12:1-14

Hoseʼaa

12 “Efreem bubbee soorachaa jira.

Inni bubbee bahaa ariʼaa oola.

Sobaa fi jeequmsa baayʼisaa jira.

Isaan Asoorii wajjin kakuu galaniiru,+ gara Gibxiittis zayitii geessu.+

 2 Yihowaan Yihudaa irratti falmii seeraa qaba;+

Yaaqoobiin akka daandiiwwan isaatti ni adaba,

Akka gocha isaattis isaaf ni deebisa.+

 3 Inni gadameessa keessatti koomee obboleessa isaa ni qabate,+

Jabina isaatiinis Waaqayyoo wajjin waldhaansoo ni qabe.+

 4 Inni maleekaa tokkoo wajjin waldhaansoo qabuu isaa itti fufe, achiis ni moʼe.

Booʼee eebba argachuuf ni kadhate.”+

Inni Beetelitti isa argate, achittis nutti ni dubbate,+

 5 Yihowaan Waaqa Raayyaa ti,+

Yihowaan maqaa inni ittiin yaadatamu dha.+

 6 “Kanaafuu, gara Waaqa keetti deebiʼi,+

Jaalala amanamaa fi haqaan deddeebiʼi,+

Yeroo hundumaas Waaqa kee abdadhu.

 7 Haa taʼu malee, harka daldaltuu keessa madaalliin sobaa jira;

Inni nama gowwoomsuu ni jaallata.+

 8 Efreem, ‘Dhugumaan, ani sooromeera;+

Qabeenya argadheera.+

Wantan itti dadhabee argadhe hundumaa keessaa dogoggora yookiin cubbuu tokko illee hin argatan’ jechaa jira.

 9 Haa taʼu malee, ani biyya Gibxii irraa jalqabee Waaqa kee Yihowaa dha.+

Akkuma guyyoota ayyaanaatti,*

Ammas dunkaanota keessa akka jiraattu nan godha.

10 Ani raajotatti nan dubbadhe,+

Mulʼatawwan isaanii nan baayʼise,

Karaa raajotaas fakkeenya nan dubbadhe.

11 Giiliyaad keessa gowwoomsaa*+ fi sobatu jira.

Gilgaal keessatti qotiyyoowwan aarsaa godhaniiru,+

Iddoowwan aarsaa isaaniis akka tuullaa dhagaa boʼoowwan maasii keessa jiruu ti.+

12 Yaaqoob gara naannoo* Aaraamitti*+ baqate;

Israaʼel+ haadha manaa argachuuf achitti ni tajaajile,+

Haadha manaa argachuuf jedhee hoolota ni tikse.+

13 Yihowaan raajii tokkotti fayyadamee Israaʼeliin Gibxii keessaa ni baase,+

Inni karaa raajii tokkoo eegumsa isaaf ni godhe.+

14 Efreem Waaqayyoon baayʼee ni dheekkamsiise;+

Yakki inni dhiiga dhangalaasuudhaan raawwate isuma irra ni taʼa;

Gooftaan isaa arrabsoo isaatiif gatii isaa isaaf ni deebisa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi