LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Weerara Asoor geessisu (1-8)

        • Maahaar-shaalaal-haash-baaz (1-4)

      • Hin sodaatinaa, “Waaqayyo nuu wajjin jira!” (9-17)

      • Isaayyaasii fi ijoolleen isaa mallattoo taʼu (18)

      • Gara jinniiwwaniitti utuu hin taʼin, gara seerichaatti garagalaa (19-22)

Isaayyaas 8:1

Miiljaleewwan

  • *

    Tarii, “Boojuudhaaf Ariifachuu, Saamichaaf Dafanii Dhufuu” jechuu dha.

  • *

    Kal., “qalama nama duʼuutiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:8

Isaayyaas 8:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ragaa nan baasisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 16:10

Isaayyaas 8:3

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, haadha manaa Isaayyaas.

  • *

    Kal., “gara raajittiitti nan dhihaadhe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 8:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2013, ful. 16-17

Isaayyaas 8:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:29; 16:8, 9; 17:6; Isa 7:16; 17:1

Isaayyaas 8:6

Miiljaleewwan

  • *

    Shiloʼaan ujummoo bishaanii ti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:16; Er 17:13
  • +Isa 7:1

Isaayyaas 8:7

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Efraaxis.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:5; 18:9

Isaayyaas 8:8

Miiljaleewwan

  • *

    Isa 7:14 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 28:19, 20; Isa 7:17, 20; 10:28-32
  • +Isa 7:14; Mat 1:23

Isaayyaas 8:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Hidhadhaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 32:21

Isaayyaas 8:10

Miiljaleewwan

  • *

    Jechi Afaan Ibrootaa hima, “Waaqayyo nuu wajjin jira” jedhuuf gale Amaanuʼel kan jedhu dha. Isa 7:14; 8:8 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 20:1; Fr 44:3

Isaayyaas 8:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 10:3; 22:32
  • +Lal 12:13; Mat 10:28

Isaayyaas 8:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kun gosa kiyyoo ti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 21:42, 44; Luq 20:17, 18; Rom 9:31-33; 1Qo 1:23; 1Ph 2:7, 8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2009, ful. 15

Isaayyaas 8:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Dubbii ragaa.”

  • *

    Ykn., “Barumsichas.”

Isaayyaas 8:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hawwiidhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 33:20
  • +Kes 31:16, 17; Mik 3:4

Isaayyaas 8:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Ibr 2:13
  • +Isa 7:14, 16; 8:3, 4

Isaayyaas 8:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 20:6; Kes 18:10, 11; Fr 146:4; Lal 9:5, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 29

Isaayyaas 8:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dubbii ragaa.”

  • *

    Kal., “barraaqa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 4:19

Isaayyaas 8:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:15, 48

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2013, ful. 11

Yaada Wal Simu

Isa. 8:1Isa 30:8
Isa. 8:22Mo 16:10
Isa. 8:3Isa 8:18
Isa. 8:42Mo 15:29; 16:8, 9; 17:6; Isa 7:16; 17:1
Isa. 8:62Mo 17:16; Er 17:13
Isa. 8:6Isa 7:1
Isa. 8:72Mo 17:5; 18:9
Isa. 8:82Se 28:19, 20; Isa 7:17, 20; 10:28-32
Isa. 8:8Isa 7:14; Mat 1:23
Isa. 8:92Se 32:21
Isa. 8:10Kes 20:1; Fr 44:3
Isa. 8:13Lew 10:3; 22:32
Isa. 8:13Lal 12:13; Mat 10:28
Isa. 8:14Mat 21:42, 44; Luq 20:17, 18; Rom 9:31-33; 1Qo 1:23; 1Ph 2:7, 8
Isa. 8:17Fr 33:20
Isa. 8:17Kes 31:16, 17; Mik 3:4
Isa. 8:18Ibr 2:13
Isa. 8:18Isa 7:14, 16; 8:3, 4
Isa. 8:19Lew 20:6; Kes 18:10, 11; Fr 146:4; Lal 9:5, 10
Isa. 8:20Fak 4:19
Isa. 8:21Kes 28:15, 48
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 8:1-22

Isaayyaas

8 Yihowaan akkana naan jedhe: “Gabatee guddaa+ tokko fudhadhuutii, ‘Maahaar-shaalaal-haash-baaz’* jedhii qalamaan* irratti barreessi. 2 Anis ragoota amanamoo kan taʼan Uuriyaa+ lubichaa fi Zakkaariyaas ilma Yeberekiyaa duratti barreeffamaan akka raggaasifamu nan godha.”*

3 Sana booda raajittii* wajjin saalqunnamtii nan raawwadhe;* ishiinis ulfooftee ilma ni deesse.+ Yihowaanis akkana naan jedhe: “Maqaa isaa Maahaar-shaalaal-haash-baaz jedhii moggaasi; 4 sababiin isaas, mucichi, ‘Aabbaa! Harmee!’ jedhee waamuu baruu isaa dura qabeenyi Damaasqoo fi boojuun Samaariyaa mootii Asoor duratti ni fudhatama.”+

5 Yihowaan ammas akkana naan jedhe:

 6 “Sabni kun bishaanota Shiloʼaa* warra suuta jedhanii yaaʼan tuffatee+

Reezinii fi ilma Remaaliyaatti+ waan gammadeef,

 7 Kunoo, Yihowaan

Bishaanota Lagichaa* warra jajjaboo fi babalʼoo taʼan,

Mootii Asoorii+ fi ulfina isaa hundumaa isaanitti ni fida.

Inni yaaʼaawwan bishaanii isaa hundumaa guutee

Qarqara isaa hundumaa irra ni dhangalaʼa;

 8 Yihudaas ni liqimsa.

Inni lolaʼee keessa ni darba, hamma mormaattis ni gaʼa;+

Yaa Amaanuʼel,*+

Qoochoowwan isaa warri diriirfamanis guutummaa lafa keetii ni uwwisu!”

 9 Namoota nana, miidhaa geessisaa, garuu ni caccabdu.

Isin warri andaara lafaatii dhuftan hundi dhagaʼaa!

Waraanaaf qophaaʼaa,* garuu ni caccabdu!+

Waraanaaf qophaaʼaa, garuu ni caccabdu!

10 Karoora baafadhaa, garuu ni fashalaaʼa!

Wanta barbaaddan jedhaa, garuu hin milkaaʼu;

Sababiin isaas, Waaqayyo nuu wajjin jira!*+

11 Yihowaan harka isaa isa cimaa na irra kaaʼee, daandii saba kanaa akkan hin hordofne na akeekkachiisuuf akkana naan jedhe:

12 “Wanta namoonni kun daba akka taʼe dubbatan, isin daba akka taʼe hin dubbatinaa!

Wanta isaan sodaatan hin sodaatinaa;

Inni isin hin hollachiisin.

13 Qulqulluu akka taʼetti ilaaluu kan qabdan Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,+

Sodaachuu kan qabdan isa dha,

Hollachuu kan qabdanis isaafi.”+

14 Inni akka iddoo qulqulluu ni taʼa,

Manneen Israaʼel lamaaniif garuu

Akka dhagaa nama gufachiisuu+ fi

Akka qarsaa nama kuffisuu ni taʼa;

Jiraattota Yerusaalemiifis

Akka kiyyoo fi qamaaxiraa* ni taʼa.

15 Hedduun isaanii ni gufatu, ni kufu, ni cabus;

Isaan kiyyoo keessa ni galu, ni qabamus.

16 Ragaa barreeffame* sana mari;

Seerichas* barattoota koo gidduutti saamsi!

17 Ani abdiidhaan* Yihowaa nan eeggadha;+ inni fuula isaa mana Yaaqoob jalaa dhokseera;+ ani isa nan abdadha.

18 Kunoo, anii fi ijoolleen Yihowaan naaf kenne,+ Israaʼel keessatti akka mallattoo+ fi dinqii Yihowaa Gooftaa Raayyaa isa Gaara Xiyoon irra jiraatu irraa kennamanii ti.

19 Isaan, “Eker dubbistoota yookiin raagdota warra wacanii fi gunguman gaafadhu” yoo siin jedhan, sabni tokko gaafachuu kan qabu Waaqa isaa mitii? Isaan waaʼee warra lubbuudhaan jiranii warra duʼan gaafachuu qabuu?+ 20 Kanaa mannaa, isaan seerichaa fi ragaa barreeffame* sana qoruu qabu!

Isaan akka dubbii kanaatti utuu hin dubbatin yeroo hafanitti, ifa* hin qabaatan.+ 21 Tokkoon tokkoon isaanii miidhamanii fi beelaʼanii biyyattii keessa ni darbu;+ inni waan beelaʼee fi waan aareef, ol ilaalee mootii isaa fi Waaqa isaa ni abaara. 22 Achiis gara lafaa yommuu ilaalu, dhiphina, dukkana, abdii kutachuu, yeroo rakkisaa taʼee fi dimimmisa qofa malee ifa hin argu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi