LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 91
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Iddoo dhokataa isa kan Waaqayyoo keessatti eegumsa argachuu

        • Kiyyoo simbira qabatu jalaa ooluu (3)

        • Qoochoo Waaqayyoo jalatti kooluu galuu (4)

        • Kumaatamni kufanis ooluu (7)

        • Maleekonni akka eegan ajajaman (11)

Faarfannaa 91:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:5; 31:20; 32:7
  • +Fr 57:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2010, ful. 26-27

    1/15/2010, ful. 9-10

Faarfannaa 91:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2; Fak 18:10
  • +Fak 3:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2010, ful. 9-10

Faarfannaa 91:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2010, ful. 9-10

    10/1/2007, ful. 26-27

Faarfannaa 91:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “eenyu illee akka sitti hin dhihaanne si golga.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:4; Kes 32:11; Rut 2:12
  • +Fr 57:3; 86:15
  • +Uma 15:1; Fr 84:11

Faarfannaa 91:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 121:4, 6; Isa 60:2
  • +Fr 64:2, 3; Isa 54:17

Faarfannaa 91:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2010, ful. 10

Faarfannaa 91:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 12:13

Faarfannaa 91:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “haaloon irratti baʼamu.”

Faarfannaa 91:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “dahoo kee; iddoo kooluu itti galtu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:3; 90:1

Faarfannaa 91:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:21

Faarfannaa 91:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:20; Ibr 1:7, 14
  • +2Mo 6:17; Fr 34:7; Mat 18:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2010, ful. 10

Faarfannaa 91:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:24; Mat 4:6; Luq 4:10, 11
  • +Isa 63:9

Faarfannaa 91:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 10:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/15/2011, ful. 26-27

    10/1/2007, ful. 27

Faarfannaa 91:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “natti waan of hidheef.”

  • *

    Ykn., “amanee waan fudhateefis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2
  • +Fr 9:10; Fak 18:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu,

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 14

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 17

    10/1/2010, ful. 3

Faarfannaa 91:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 10:13; Ibr 5:7
  • +Fr 138:7; Isa 43:2

Faarfannaa 91:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Fayyina na biraa dhufus.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 21:1, 4; Fak 3:1, 2
  • +Isa 45:17

Yaada Wal Simu

Far. 91:1Fr 27:5; 31:20; 32:7
Far. 91:1Fr 57:1
Far. 91:2Fr 18:2; Fak 18:10
Far. 91:2Fak 3:5
Far. 91:4Bau 19:4; Kes 32:11; Rut 2:12
Far. 91:4Fr 57:3; 86:15
Far. 91:4Uma 15:1; Fr 84:11
Far. 91:5Fr 121:4, 6; Isa 60:2
Far. 91:5Fr 64:2, 3; Isa 54:17
Far. 91:7Bau 12:13
Far. 91:9Fr 71:3; 90:1
Far. 91:10Fak 12:21
Far. 91:11Bau 23:20; Ibr 1:7, 14
Far. 91:112Mo 6:17; Fr 34:7; Mat 18:10
Far. 91:12Fr 37:24; Mat 4:6; Luq 4:10, 11
Far. 91:12Isa 63:9
Far. 91:13Luq 10:19
Far. 91:14Fr 18:2
Far. 91:14Fr 9:10; Fak 18:10
Far. 91:15Rom 10:13; Ibr 5:7
Far. 91:15Fr 138:7; Isa 43:2
Far. 91:16Fr 21:1, 4; Fak 3:1, 2
Far. 91:16Isa 45:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 91:1-16

Faarfannaa

91 Namni iddoo iccitii Isa Hundaa Olii keessa jiraatu+

Gaaddisa Isa Hundumaa Dandaʼuu jala ni bula.+

 2 Ani Yihowaadhaan, “Ati iddoon kooluu itti galuu fi dahoo koo,+

Waaqa koo isan itti amanamu dha”+ nan jedha.

 3 Sababiin isaas, inni kiyyoo isa simbira qabatu sanaa jalaa,

Golfaa badiisa guddaa fidu irraas si oolcha.

 4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*

Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+

Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.

 5 Atis naasuu halkanii,+

Xiyya guyyaa balaliʼu,+

 6 Golfaa dukkana keessa deemu,

Badiisa guyyaa saafaatti balleessus hin sodaattu.

 7 Kumni si cinaatti,

Kumni kudhanis karaa harka mirgaa keetiin ni kufu,

Taʼus inni gara keetti hin dhihaatu.+

 8 Ati hamoonni yommuu adabaman* ni ilaalta,

Ijuma keetiin qofa ni argita.

 9 Sababiin isaas ati, “Yihowaan iddoon kooluu itti galu dha” jetteetta,

Isa Hundaa Oliis iddoo jireenyaa kee* godhatteetta;+

10 Balaan si irra hin gaʼu,+

Dhaʼichis dunkaana keetti hin dhihaatu.

11 Daandiiwwan kee hundumaa irratti akka si eeganiif,+

Inni maleekota isaa siif ni ajaja.+

12 Miilli kee dhagaatti akka hin rukutamneef,+

Isaan harka isaaniitti si baatu.+

13 Leencaa fi marʼataa irra ni ejjetta;

Leenca saafelaa fi bofa guddaa faana kee jalatti ni dhidhiitta.+

14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+

Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+

15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+

Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+

Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna.

16 Umurii dheeraa isa nan quubsa,+

Gochawwan fayyinaa koos* akka argu nan godha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi