LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 62
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Maqaa haaraa Xiyooniif kenname (1-12)

Isaayyaas 62:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 1:26
  • +Isa 51:5
  • +Fr 102:13; Zak 2:12

Isaayyaas 62:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 54:1; 60:1
  • +Isa 49:23; 60:11
  • +Er 33:16

Isaayyaas 62:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:14; 54:6
  • +Isa 32:14
  • +Fr 149:4; Sef 3:17

Isaayyaas 62:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 65:18, 19; Er 32:41

Isaayyaas 62:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 61:11; Er 33:9; Sef 3:19, 20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2022, ful. 10

Isaayyaas 62:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:49-51; Er 5:17

Isaayyaas 62:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 14:23; Isa 65:21, 22

Isaayyaas 62:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jirma mallattoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:3; 48:20
  • +Isa 57:14
  • +Iz 1:1, 3; Isa 11:12; 49:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 3

Isaayyaas 62:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 9:9; Mat 21:5; Yoh 12:15
  • +Isa 40:9, 10; Mul 22:12

Isaayyaas 62:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 107:2, 3
  • +Isa 54:7

Yaada Wal Simu

Isa. 62:1Isa 1:26
Isa. 62:1Isa 51:5
Isa. 62:1Fr 102:13; Zak 2:12
Isa. 62:2Isa 54:1; 60:1
Isa. 62:2Isa 49:23; 60:11
Isa. 62:2Er 33:16
Isa. 62:4Isa 49:14; 54:6
Isa. 62:4Isa 32:14
Isa. 62:4Fr 149:4; Sef 3:17
Isa. 62:5Isa 65:18, 19; Er 32:41
Isa. 62:7Isa 61:11; Er 33:9; Sef 3:19, 20
Isa. 62:8Kes 28:49-51; Er 5:17
Isa. 62:9Kes 14:23; Isa 65:21, 22
Isa. 62:10Isa 40:3; 48:20
Isa. 62:10Isa 57:14
Isa. 62:10Iz 1:1, 3; Isa 11:12; 49:22
Isa. 62:11Zak 9:9; Mat 21:5; Yoh 12:15
Isa. 62:11Isa 40:9, 10; Mul 22:12
Isa. 62:12Fr 107:2, 3
Isa. 62:12Isa 54:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 62:1-12

Isaayyaas

62 Qajeelummaan ishii akkuma ifa guddaatti hamma ifutti,+

Fayyinni ishiis akkuma gucaatti hamma bobaʼutti,+

Ani Xiyooniif jedhee calluma hin jedhu,+

Yerusaalemiif jedhees calluma jedhee hin taaʼu.

 2 “Yaa dubartii nana, saboonni qajeelummaa kee,+

Mootonni hundis ulfina kee ni argu.+

Atis maqaa haaraa,

Isa afaan Yihowaatiin siif moggaafamuun ni waamamta.+

 3 Ati harka Yihowaa keessatti gonfoo miidhaginaa,

Barruu Waaqa keetii keessattis marata mataa mootii ni taata.

 4 Ati kana booda dubartii dhiifamte jedhamtee hin waamamtu,+

Biyyi kees kana booda ona jedhamtee hin waamamtu.+

Kanaa mannaa, ati Ishii Ani Itti Gammadu jedhamtee waamamta,+

Biyyi kees Ishii Heermute jedhamtee waamamti.

Sababiin isaas, Yihowaan sitti ni gammada,

Biyyi kees akkuma dubartii heerumtee ni taati.

 5 Akkuma dargaggeessi durba fuudhutti,

Ilmaan kees si fuudhu.

Akkuma misirrichi misirrittiitti gammadutti,

Waaqni kees sitti gammada.+

 6 Yaa Yerusaalem, ani dallaawwan kee irratti waardiyyoota muudeera.

Isaan guyyaa guutuu fi halkan guutuu yeroo hundumaa calluma jechuu hin qaban.

Isin warri waaʼee Yihowaa dubbattan,

Hin boqotinaa,

 7 Hamma inni Yerusaalemiin cimsee dhaabutti,

Eeyyee, hamma inni namoonni lafa irra jiraatan hundi akka ishii jajatan godhutti boqonnaa tokko iyyuu isaaf hin kenninaa.”+

 8 Yihowaan harka isaa isa mirgaa, irree isaa isa jabaas kaasee akkana jedhee kakateera:

“Kana booda nyaata akka isaaniif taʼuuf midhaan kee diinotaaf hin kennu,

Namoonni biyya ormaas daadhii wayinii kee isa haaraa isa itti dhamaate hin dhugan.+

 9 Haa taʼu malee, warri midhaanicha sassaaban isa nyaatanii Yihowaa ni jajatu;

Warri firii wayinii walitti qabanis mooraa koo isa qulqulluu keessatti daadhii wayinii ni dhugu.”+

10 Darbaa, karricha keessa darbaa.

Sabichaaf daandii qopheessaa.+

Ijaaraa, daandii guddaa ijaaraa.

Dhagoota isa irraa kaasaa.+

Uummatichaaf mallattoo* tokko dhaabaa.+

11 Kunoo, Yihowaan hamma andaara lafaatti akkana jedhee labseera:

“Intala Xiyooniin,

‘Kunoo, fayyinni kee ni dhufa.+

Kunoo, badhaasni isaa isa bira jira,

Gatiin inni kaffalus isa dura jira’ jedhaa.”+

12 Isaan saba qulqulluu, isa Yihowaan fure+ jedhamanii waamamu,

Atis Ishii Barbaadamtu, Magaalaa hin Dhiifamne jedhamtee waamamta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi