LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Filiphisiyus

      • Tokkummaa, gammachuu, yaada sirrii (1-9)

        • Waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa (6, 7)

      • Dinqisiifannaa obboloota Filiphisiyusiif qabu (10-20)

      • Nagaa xumuraa (21-23)

Filiphisiyus 4:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 2:19
  • +Flp 1:27

Filiphisiyus 4:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:5, 6; 1Qo 1:10; 2Qo 13:11; Flp 2:2; 1Ph 3:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2019, ful. 9-10

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2016, ful. 14-15

Filiphisiyus 4:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “anaa wajjin waanjoo tokko jala jirtu.”

  • *

    Ykn., “qabsoo cimaa godhaniiru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:28; Luq 10:20

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2022, ful. 15-16

Filiphisiyus 4:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 64:10; 1Ta 5:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2011, ful. 20

    7/15/2008, ful. 29

Filiphisiyus 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Tit 3:2; Yaq 3:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 269

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2021, ful. 29-30

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2008, ful. 29

    3/15/2008, ful. 3

Filiphisiyus 4:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:23; Rom 12:12; 1Ph 5:6, 7
  • +Mat 6:25; Luq 12:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 191

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 13

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2020, ful. 21-22

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    6/2019, ful. 6

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 10-11

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2009, ful. 3-4

    3/15/2008, ful. 13-14

    9/1/2006, ful. 26-27, 28-29

Filiphisiyus 4:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “sammuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 16:33; Rom 5:1
  • +Qol 3:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 21-22

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 13

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2019, ful. 8, 13

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2018, ful. 28

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 8-12

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2008, ful. 13-14

Filiphisiyus 4:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “irratti xiinxaluu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 3:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 31

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2022, ful. 9

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 41

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 83-84

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 71-72

Filiphisiyus 4:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 3:17

Filiphisiyus 4:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 11:8, 9

Filiphisiyus 4:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 6:6, 8; Ibr 13:5

Filiphisiyus 4:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:11; 2Qo 6:4, 10; 11:27

Filiphisiyus 4:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:29; 2Qo 4:7; 12:9, 10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname, mataduree 20

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 40

Filiphisiyus 4:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 11:8, 9

Filiphisiyus 4:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kun maqaa gaarii isaan Waaqa biratti qabaatan argisiisa.

Filiphisiyus 4:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 29:18
  • +Flp 2:25

Filiphisiyus 4:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 9:8

Filiphisiyus 4:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 1:12, 13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2013, ful. 16

    4/1/2011, ful. 31

Filiphisiyus 4:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2012, ful. 18

Yaada Wal Simu

Filp. 4:11Ta 2:19
Filp. 4:1Flp 1:27
Filp. 4:2Rom 15:5, 6; 1Qo 1:10; 2Qo 13:11; Flp 2:2; 1Ph 3:8
Filp. 4:3Fr 69:28; Luq 10:20
Filp. 4:4Fr 64:10; 1Ta 5:16
Filp. 4:5Tit 3:2; Yaq 3:17
Filp. 4:6Yoh 16:23; Rom 12:12; 1Ph 5:6, 7
Filp. 4:6Mat 6:25; Luq 12:22
Filp. 4:7Yoh 16:33; Rom 5:1
Filp. 4:7Qol 3:15
Filp. 4:8Qol 3:2
Filp. 4:9Flp 3:17
Filp. 4:102Qo 11:8, 9
Filp. 4:111Xi 6:6, 8; Ibr 13:5
Filp. 4:121Qo 4:11; 2Qo 6:4, 10; 11:27
Filp. 4:13Isa 40:29; 2Qo 4:7; 12:9, 10
Filp. 4:152Qo 11:8, 9
Filp. 4:18Bau 29:18
Filp. 4:18Flp 2:25
Filp. 4:192Qo 9:8
Filp. 4:22Flp 1:12, 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Filiphisiyus 4:1-23

Warra Filiphisiyusiif

4 Kanaafuu, yaa obboloota koo jaallatamo, warri ani isin jaalladhuu fi isin yaadu, akkasumas gammachuu koo fi gonfoo koo taatan,+ akkuma kanatti Gooftaa wajjin tokkummaa qabaadhaatii jabaadhaa dhaabbadhaa.+

2 Gooftaadhaan yaada tokko akka qabaatan+ Ewodiyaa fi Sinxiikee nan gorsa. 3 Eeyyee, atis inni amanamummaadhaan anaa wajjin hojjettu,* dubartoota kana gargaaruu kee akka itti fuftu sin gaafadha. Isaan Qaleeminxoosii fi warra kaanii wajjin misiraachichaaf anaa wajjin carraaqaniiru;* maqaan hunda isaanii kitaaba jireenyaa keessatti barreeffameera.+

4 Yeroo hunda Gooftaatti gammadaa. Ammas irra deebiʼeen dubbadha, gammadaa!+ 5 Yaada ofiitti kan hin cichine+ taʼuun keessan namoota hundumaa biratti kan beekame haa taʼu. Gooftaan dhihoo dha. 6 Waan hundumaa ilaalchisee kadhannaa fi wawwaannaadhaan galataa wajjin iyyannoon keessan Waaqayyo biratti akka beekamu godhaa+ malee, waaʼee waan tokkoo illee hin yaaddaʼinaa;+ 7 nagaan+ Waaqayyoo inni hubannaa hundumaa irra caalu karaa Kiristoos Yesuus garaa keessanii fi yaada* keessan ni eega.+

8 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, wanta dhugaa taʼe hunda, wanta ulfina qabu hunda, wanta qajeelaa taʼe hunda, wanta qulqulluu taʼe hunda, wanta jaallatamaa taʼe hunda, wanta maqaa gaarii qabu hunda, wanta gaarii taʼe hundaa fi wanta galateeffamu hunda, eeyyee, wantoota kana yaaduu* keessan itti fufaa.+ 9 Wantoota ana irraa barattan, ana irraa fudhattan, ana irraa dhageessanii fi ana irraa argitan hojii irra oolchuu keessan itti fufaa;+ Waaqni nagaas isinii wajjin taʼa.

10 Gooftaa wajjin haala wal qabateen amma dhuma irratti deebitanii naaf yaaduu jalqabuu keessanitti guddaan gammada.+ Isin naaf yaadaa kan turtan taʼus, carraa kana itti argisiistan hin arganne. 11 Kana yeroon jedhu rakkadheera jechuu koo miti; ani haala akkamii iyyuu keessatti, wantan qabutti gammadee jiraachuu baradheera.+ 12 Wanta xinnoodhaanis+ taʼe wanta hedduudhaan akkamitti jiraachuu akkan dandaʼu beeka. Yeroon quufuttis taʼe yeroon beelaʼutti, yeroon irraa hafaa qabaadhuttis taʼe yeroon dhabutti iccitii waan hundumaa fi haala hundumaa keessatti gammadanii jiraachuu baradheera. 13 Karaa isa humna naaf kennu sanaatiin jabina waan hundumaatiif na barbaachisu qaba.+

14 Taʼus, rakkina koo irratti na gargaaruu keessanitti gaarii gootaniittu. 15 Dhugaa dubbachuuf, jalqaba erga misiraachicha dhageessanii booda, yeroon Maqedooniyaadhaa deeme, kennuu fi fudhachuu irratti isin qofa malee gumiin tokko illee akka anaa wajjin hin hirmaanne isin warri Filiphisiyus ni beektu;+ 16 sababiin isaas, yeroon Tasalonqee keessa ture, wanta na barbaachisu siʼa tokko qofa utuu hin taʼin siʼa lama naaf ergitaniittu. 17 Kana yeroon jedhu kennaa keessan barbaadee utuu hin taʼin, hojiin keessan inni gaariin herrega* keessan akka dabalu barbaadeeni. 18 Haa taʼu malee, ani wanta na barbaachisu hundumaa qaba; hamma na barbaachisu caalaa iyyuu qaba. Wanta isin naaf ergitan isa urgaa gaarii qabu,+ aarsaa fudhatama qabuu fi Waaqayyoon gammachiisu Ephaafrodixos+ irraa waanan fudhadheef wanti hundi naaf guutameera. 19 Waaqni koos akka badhaadhina isaa isa ulfina qabeessaatti wanta isin barbaachisu hunda karaa Kiristoos Yesuus guutummaatti deebisee isiniif kenna.+ 20 Waaqaa fi Abbaa keenyaaf ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.

21 Qulqulloota Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qaban hundatti nagaa koo naaf himaa. Obboloonni anaa wajjin jiran nagaa isiniif dhaamaniiru. 22 Qulqulloonni hundi, keessumaa immoo warri maatii Qeesaar keessaa taʼan+ nagaa isiniif dhaamaniiru.

23 Gaarummaa guddaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hafuura isin argisiistanii wajjin haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi