LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 32
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Mootii fi bulchitoonni haqa dhugaadhaaf ni bulchu (1-8)

      • Dubartoonni dantaa hin qabne ni akeekkachiifaman (9-14)

      • Eebba yommuu hafuurri dhangalaʼu argamu (15-20)

Isaayyaas 32:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 49:10; Fr 2:6; Luq 1:32, 33; Yoh 1:49
  • +Fr 45:6; 72:1; Isa 9:7; 11:4, 5; Er 23:5; Zak 9:9; Ibr 1:9; Mul 19:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 196-199

    Masaraa Eegumsaa,

    9/1/2007, ful. 8

Isaayyaas 32:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dahoo itti argatan.”

  • *

    Ykn., “kooluu itti galan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 199

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 20

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    1/2017, ful. 3

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2014, ful. 16

Isaayyaas 32:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:6

Isaayyaas 32:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dantaa dhabuudhaan tarkaanfii fudhachuu.”

  • *

    Ykn., “Lubbuu isa beelaʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mik 2:1

Isaayyaas 32:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 5:26; Mik 7:3
  • +1Mo 21:9, 10

Isaayyaas 32:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Karaa ulfina qabuun.”

Isaayyaas 32:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 3:16

Isaayyaas 32:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fru 2:12; Sef 1:13

Isaayyaas 32:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 3:24

Isaayyaas 32:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 22:2; Fru 2:15

Isaayyaas 32:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 25:9, 10
  • +2Se 27:1, 3; Nah 3:26
  • +Isa 27:10

Isaayyaas 32:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:3
  • +Isa 29:17; 35:1, 2

Isaayyaas 32:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 42:1, 4; 60:21

Isaayyaas 32:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:165; Isa 55:12
  • +His 37:26; Mik 4:3, 4

Isaayyaas 32:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 60:18; 65:22; Er 23:6; His 34:25; Hos 2:18

Isaayyaas 32:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hiiktanis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 30:23, 24

Yaada Wal Simu

Isa. 32:1Uma 49:10; Fr 2:6; Luq 1:32, 33; Yoh 1:49
Isa. 32:1Fr 45:6; 72:1; Isa 9:7; 11:4, 5; Er 23:5; Zak 9:9; Ibr 1:9; Mul 19:11
Isa. 32:2Isa 35:6
Isa. 32:4Isa 35:6
Isa. 32:6Mik 2:1
Isa. 32:7Er 5:26; Mik 7:3
Isa. 32:71Mo 21:9, 10
Isa. 32:9Isa 3:16
Isa. 32:10Fru 2:12; Sef 1:13
Isa. 32:11Isa 3:24
Isa. 32:13Isa 22:2; Fru 2:15
Isa. 32:142Mo 25:9, 10
Isa. 32:142Se 27:1, 3; Nah 3:26
Isa. 32:14Isa 27:10
Isa. 32:15Isa 44:3
Isa. 32:15Isa 29:17; 35:1, 2
Isa. 32:16Isa 42:1, 4; 60:21
Isa. 32:17Fr 119:165; Isa 55:12
Isa. 32:17His 37:26; Mik 4:3, 4
Isa. 32:18Isa 60:18; 65:22; Er 23:6; His 34:25; Hos 2:18
Isa. 32:20Isa 30:23, 24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 32:1-20

Isaayyaas

32 Kunoo, mootiin+ qajeelummaadhaan ni bulcha,+

Bulchitoonnis haqaan ni geggeessu.

 2 Tokkoon tokkoon isaaniis bakka bubbee jalaa itti dhokatan,*

Bakka bokkaa yandoo jalaa dahoo itti argatan* ni taʼu;

Biyya bishaan hin qabne keessatti akkuma yaaʼaawwan bishaanii,+

Biyya waxalame keessattis akkuma gaaddisa qarsaa guddaa ni taʼu.

 3 Yeroo sanatti ijji warra arganii hin dunuunfatu,

Gurri warra dhagaʼaniis xiyyeeffannaadhaan ni dhaggeeffata.

 4 Garaan namoota jarjaranii beekumsa irratti ni xiinxala,

Arrabni giingaʼus akka gaariittii fi qulqulleessee ni dubbata.+

 5 Kana booda namni hubannaa hin qabne arjaa hin jedhamu,

Namni seera hin qabnes guddaa hin jedhamu;

 6 Namni hubannaa hin qabne, gantummaa babalʼisuu* fi wanta sirrii hin taane Yihowaa irratti dubbachuuf,

Isa beelaʼe* garaa duwwaa gadhiisuuf,

Isa dheebotes wanta dhugamu dhowwachuuf,

Wallaalummaa ni dubbata,

Garaan isaas wantoota miidhaa geessisan ni qopheessa.+

 7 Malli namni seera hin qabne qopheessu hamaa dha;+

Hiyyeessi wanta sirrii taʼe yommuu dubbatutti illee,

Inni sobatti fayyadamee isa cunqurfame balleessuuf,+

Gocha qaanessaa taʼe ni babalʼisa.

 8 Namni arjaan garuu arjummaa jaallata,

Arjummaa argisiisuuf* carraaqqii gochuu isaas itti fufa.

 9 “Isin dubartoonni yaaddoo hin qabne, kaʼaatii sagalee koo dhaggeeffadhaa!

Isin ijoolleen durbaa dantaa hin qabne,+ wantan dubbadhu dhagaʼaa!

10 Yeroon makaraa firii wayinii yommuu xumuramutti firiin tokko illee waan hin sassaabamneef,

Isin warri dantaa hin qabne waggaan tokko akkuma dhumeen ni raafamtu.+

11 Isin dubartoonni yaaddoo hin qabne, jeeqamaa!

Isin warri dantaa hin qabne, raafamaa!

Uffata of irraa baasaa,

Uffata gaddaas marxifadhaa.+

12 Maasiiwwan babbareedoo fi muka wayinii firii hedduu godhatuuf,

Gaddaan qoma keessan rurrukutaa.

13 Sababiin isaas, lafti saba kootii qoree fi sokorruudhaan ni uwwifama;

Wantoonni kun manneen gammachuu hundumaa,

Eeyyee, magaalaa gammachuu ni uwwisu.+

14 Masaraan cimaan dhiifameera;

Magaalaan waccus onteetti.+

Ofeelii+ fi masaraan eegumsaa yeroo hundumaatiif lafa onaa taʼaniiru,

Bakka harroonni bosonaa keessa burraaqan,

Bakka bushaayeewwan keessa dheedanis taʼaniiru;+

15 Kunis, hamma hafuurri gubbaadhaa nu irratti dhangalaʼutti,+

Hamma lafti onaan maasii fuduraa taʼutti,

Akkasumas hamma maasiin fuduraa akka bosonaatti ilaalamutti dha.+

16 Achiis haqni lafa onaa keessa,

Qajeelummaanis maasii fuduraa keessa ni jiraata.+

17 Buʼaan qajeelummaa dhugaa, nagaa,+

Firiin qajeelummaa dhugaas, tasgabbii fi boqonnaa dhaabbataa ni taʼa.+

18 Sabni koo iddoo dhaabbataa nagaa qabu keessa,

Iddoowwan jireenyaa amansiisoo fi iddoowwan boqonnaa tasgabbii qaban keessa ni jiraata.+

19 Haa taʼu malee, cabbiin bosonicha ni mancaasa,

Magaalattiinis guutummaatti ni diigamti.

20 Isin warri bishaanota hundumaa qarqaratti sanyii facaastan,

Warri qotiyyoo fi harree gadhiistanis* gammadoo dha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi