LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Mulʼata 3: Namicha wadaroo safaraa qabate (1-13)

        • Yerusaalem ni safaramti (2)

        • Yihowaan “dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru” taʼa (5)

        • Qaroo ija Yihowaa tuquu (8)

        • Saboonni hedduun Yihowaa cinaa dhaabbatu (11)

Zakkaariyaas 2:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 1:16

Zakkaariyaas 2:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 31:38, 39

Zakkaariyaas 2:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 33:20; 44:26; Er 30:18; 31:24; 33:10, 11; His 36:10; Zak 8:4, 5

Zakkaariyaas 2:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 125:2; Isa 26:1
  • +Isa 12:6; 60:19, 20; Hag 2:9

Zakkaariyaas 2:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:12, 16
  • +Kes 28:64; His 5:12

Zakkaariyaas 2:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 48:20; 52:2; Er 50:8; Mik 4:10

Zakkaariyaas 2:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ulfina booda.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 24:2; Mik 4:11
  • +Kes 32:9, 10; Fr 105:14, 15; 2Ta 1:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 27

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 297-298

    Masaraa Eegumsaa,

    9/1/2007, ful. 10

Zakkaariyaas 2:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 14:2

Zakkaariyaas 2:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:10
  • +Isa 40:9, 10
  • +Lew 26:11, 12; Isa 12:6

Zakkaariyaas 2:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:27; Isa 2:2, 3; Zak 8:22, 23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2010, ful. 27-28

Zakkaariyaas 2:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 6:6; Zak 1:17

Zakkaariyaas 2:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ilmaan namootaa.”

Yaada Wal Simu

Zak. 2:1Zak 1:16
Zak. 2:2Er 31:38, 39
Zak. 2:4Isa 33:20; 44:26; Er 30:18; 31:24; 33:10, 11; His 36:10; Zak 8:4, 5
Zak. 2:5Fr 125:2; Isa 26:1
Zak. 2:5Isa 12:6; 60:19, 20; Hag 2:9
Zak. 2:6Isa 11:12, 16
Zak. 2:6Kes 28:64; His 5:12
Zak. 2:7Isa 48:20; 52:2; Er 50:8; Mik 4:10
Zak. 2:82Mo 24:2; Mik 4:11
Zak. 2:8Kes 32:9, 10; Fr 105:14, 15; 2Ta 1:6
Zak. 2:9Isa 14:2
Zak. 2:10Isa 35:10
Zak. 2:10Isa 40:9, 10
Zak. 2:10Lew 26:11, 12; Isa 12:6
Zak. 2:11Fr 22:27; Isa 2:2, 3; Zak 8:22, 23
Zak. 2:122Se 6:6; Zak 1:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 2:1-13

Zakkaariyaas

2 Anis ol jedhee yommuun ilaalu namicha wadaroo safaraa+ harka isaatti qabate tokko nan arge. 2 Kanaafuu, “Eessa dhaqxa?” jedheen isa gaafadhe.

Innis, “Dalga ishii fi dheerina ishii beekuuf, Yerusaalemiin safaruufan dhaqa”+ jedhee deebise.

3 Kunoo, maleekaan anaa wajjin dubbachaa ture sun gad baʼe; maleekaan kan biraanis isa argachuu dhufe. 4 Achiis akkana isaan jedhe: “Gara achiitti fiigiitii dargaggeessa sanaan akkana jedhi: ‘“Yerusaalem namootaa fi horii ishii keessa jiran hundumaatiin kan kaʼe akkuma gandeen dallaa hin qabneetti kan namni keessa jiraatu ni taati.+ 5 Anis dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru ishiidhaaf nan taʼa;+ ulfinni koos ishii gidduu ni jiraata”+ jedha Yihowaan.’”

6 “Kottaa! Kottaa! Biyya kaabaa keessaa baqadhaa”+ jedha Yihowaan.

“Sababiin isaas, ani gara bubbeewwan samii arfaniitti isin bittinneesseen ture”+ jedha Yihowaan.

7 “Yaa Xiyoon ishii intala Baabilonii wajjin jiraattu nana, miliqii kottu.+ 8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+ 9 Ani harka koo isaan irratti nan raasa, isaanis garbootuma isaaniitiin ni saamamu.’+ Isinis Yihowaan Gooftaan Raayyaa akka na erge dhugumaan ni beektu.

10 “Yaa intala Xiyoon,+ gammachuudhaan ililchi; sababiin isaas, ani nan dhufa,+ si gidduus nan jiraadha”+ jedha Yihowaan. 11 “Guyyaa sanatti saboonni hedduun Yihowaa cinaa ni dhaabbatu,+ isaanis saba koo ni taʼu; ani si gidduu nan jiraadha.” Atis Yihowaan Gooftaan Raayyaa gara keetti akka na erge dhugumaan ni hubatta. 12 Yihowaan lafa qulqulluu irratti Yihudaa gaʼee isaa godhatee akka dhaalaatti ni fudhata; inni ammas Yerusaalemiin ni filata.+ 13 Isin foon* hundi, inni iddoo jireenyaa isaa isa qulqulluu irraa tarkaanfii waan fudhatuuf, Yihowaa duratti calluma jedhaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi