Ittiin Baafata
Muddee 15, 2013
© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
GURAANDHALA 3-9, 2014
“Yaadni Keessan Dafee Hin Raafamin”
FUULA 6• FAARFANNAA: 32, 7
GURAANDHALA 10-16, 2014
Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu?
FUULA 11• FAARFANNAA: 40, 28
GURAANDHALA 17-23, 2014
‘Kun Yaadannoodhaaf Isiniif Haata’u’
FUULA 17 • FAARFANNAA: 5, 18
GURAANDHALA 24, 2014–BITOOTESSA 2, 2014
‘Kana Yaadannoo Kootiif Godhadhaa’
FUULA 22 • FAARFANNAA: 30, 8
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ “Yaadni Keessan Dafee Hin Raafamin”
Yaadawwan gaaffii kaasaniifi shakkii uuman akka dhugaa ta’anitti akka hin fudhanne of eeguun baay’ee barbaachisaadha! Macaafota Tasaloniiqee Isa Duraafi Isa Lammaffaarraa yaada akeekkachiisa nuuf ta’u arganna.
▪ Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu?
Hojiiwwan Mootummichaa deggeruuf fedhii dhuunfaa aarsaa gochuun barbaachisaadha. Mataduree kana keessatti barumsa aarsaawwan Israa’el duriitti dhihaachaa turanirraa argannu ilaalla. Waa’ee namoota yeroo har’aatti hojii Mootummichaa deggeruuf aarsaa gochaa jiranii hedduus ni ilaalla.
▪ ‘Kun Yaadannoodhaaf Isiniif Haata’u’
▪ ‘Kana Yaadannoo Kootiif Godhadhaa’
Waggaa keessatti tibba walfakkaatutti Yihudoonni Ayyaana Faasikaa, Kiristiyaanonni dhugaanimmoo Ayyaana Yaadannoo du’a Yesus kabaju. Waa’ee Ayyaana Faasikaa beekuu kan qabnu maaliifi? Yeroo Ayyaanni Irbaata Gooftaa itti kabajamu beekuu kan dandeenyu akkamitti? Ayyaanni kun hunda keenyaaf hiika akkamii qaba?
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Yihowaan Gaaddidduu Tulluuwwanii Jala Isaan Dhokse
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Namoota naannoo tulluuwwan dhagaa qaban kana keessatti walirraa fagaatanii jiraatan argachuun baay’ee rakkisaadha. Naannoowwan tokko tokkommoo dhagaa gurguddaa walirra taa’an qabu. Ta’us obboloonni biyya Zimbaabuwee, Maataabalalaanditti argaman, naannoo Tulluuwwan Maatobootti tajaajilaa jiru
ZIMBAABUWEE
BAAY’INA UUMMATAA:
12,759,565
BAAY’INA BABAL’ISTOOTAA:
40,034
QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU:
90,894
Namoonni Zimbaabuwee barreeffamoota keenya dubbisuu ni jaallatu. Dhugaa Baatuun tokko ji’atti giddu galeessaan barruulee 16 raabsa