LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w13 12/15 ful. 32
  • Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2013

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2013
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
w13 12/15 ful. 32

Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2013

Maxxansa matadureensaa irratti ba’e

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • ‘Akkuma Qocaa Manashee Keessa Jirtuun Ture’ (Manneen Konkolaataadhaan Harkifaman), 11/15

  • Dubbistoota Barruu Kanaaf (Barruu Masaraa Eegumsaa), 1/1

  • Duula Karooraan Godhame (Chiilii), 1/15

  • “Fakkicha Ilaali!” 7/15

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Filippiinsi, 10/15

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Meeksikoo, 4/15

  • Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Noorweeyitti, 1/15

  • Gonkumaa Abdii Hin Kutatin! 3/15

  • Miseensa Qaama Olaanaa Haaraa (Maark Sandarsan), 7/15

  • Mootichi Baay’ee Gammade! (Siwaazilaandi), 8/15

  • Waaqayyoon Tajaajiluun Dawaa Isaaf Ta’eera! 11/15

  • ‘Wanta Hin Irraanfatamne’ (“Kiri’eeshin Diraamaa”), 2/15

  • ‘Yeroo Qorumsaatti’ Jabaatanii Dhaabataniiru (Waraana Addunyaa Tokkoffaa), 5/15

  • Yihowaan Isaan Dhokse (Bara Naaziitti), 12/15

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • Akeeka Garaa Keessanii Eeggadhaa, 2/15

  • “Ilmaan Waaqayyoo” eenyufa’i? (Uma 6:2, 4), 6/15

  • Israa’eloonni, yakkamtoota mukarratti fannisanii ajjeesu turanii? 5/15

  • Warri Kiristiyaana ta’an walga’iirratti mucaasaanii gumiidhaa baafamee wajjin taa’uunsaanii sirriidhaa? 8/15

  • Yesus, imimmaansaa kan dhangalaase maaliifi? (Yoh 11:35), 9/15

JIREENYAAFI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

  • Akeeka Garaa Keessanii Eeggadhaa, 2/15

  • Du’a Hiriyaa Gaa’elaa, 12/15

  • Jaarsolii Kan Taatan ‘Lubbuu Dadhabe’ Jajjabeessaa, 6/15

  • Jajjabina Fudhadhaa—Isinis Warra Kaan Jajjabeessaa, 3/15

  • Mucaan Keessan Dhukkubsataa Yoo Ta’e, 4/1

  • Namoota Akeekkachiisuuf Kana Caalaa Gochuu, 10/15

  • Warri Mucummaasaaniitii Jalqabaa Ijoollee Keessan Leenjisaa, 8/15

MACAAFNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

  • “Dhumarratti birmadummaa dhugaa argadheera” (Biriyaan Heewiit), 1/1

  • “Gara Jabeessan Ture” (Eesaa Lenonee), 7/1

MATADUREEWWAN ADDADDAA

  • Afaan Dubbannu Yeroo “Gamoon Baabel” Ijaarame Dhufee? 10/1

  • Barabaraaf Jiraachuu, 10/1

  • Dhuguma Joseefastu Barreessee? 3/15

  • Dhuma Biyya Lafaa, 1/1

  • Eegduun Mana Mootummaa Dhugaa Dhaga’e, 2/15

  • Elsaa’i Konkolaataa Ibiddaa Argeera, 8/15

  • Halaalatti Nama Jibbuu—Rakkina Addunyaa Maraa, 7/1

  • ‘Inni Ammayyuu Dubbachaa Jira’ (Abeel), 1/1

  • Ittisa Mana Yihudootaarratti Ijaaramu, 7/1

  • Manni qulqullummaa Yerusaalem Dh.K.B. bara 70⁠tti deebi’ee ijaaramee? 4/15

  • Miseensa Maatii Qayyaafaa Turte, 2/15

  • Musee, 4/1

  • Namoota Kaan Gargaaruu, 11/15

  • ‘Namoota Kan Biraa Torbaa Wajjin Ooleera’ (Nohi), 10/1

  • Nanawwee—“mandara dhiiga namaa dhangalaaftu,” 7/1

  • Rakkinni Kan Baay’ate Maaliifi? 10/1

  • Yaadawwan Walbira Qabamanii Ibsamanirraa Faayidaa Argadhaa, 9/15

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

  • Adabni Yihowaa Akka Isin Tolchu Heyyamaa, 6/15

  • Akka Gaariitti Walii Galuudhaan Gaa’ela Keessan Jabeessaa, 5/15

  • Amalawwan Yihowaatiif Dinqisiifannaa Guddaa Qabaadhaa, 6/15

  • Dachaa Yihowaan Eegumsa Itti Godhu Keessaa Hin Ba’inaa, 2/15

  • ‘Dammaqinaan Kadhadhaa,’ 11/15

  • Dhaala Hafuuraa Keenya Ni Dinqisiifattaa? 2/15

  • Filannaa Sirrii Gochuudhaan Dhaala Keessan Eeggadhaa, 5/15

  • Gaabbii Malee Tajaajiluu, 1/15

  • ‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabaadhaa, 3/15

  • Garaan Keessan Yaadachiisa Yihowaatti Akka Gammadu Godhaa, 9/15

  • Geggeessituu Torbaafi Gurguddaa Namaa Saddeet—Nuuf Hiika Maalii Qabu? 11/15

  • “Guyyaa Hundumaa Isinii Wajjin Nan Jira,” 7/15

  • ‘Hojii Gaariidhaaf Hinaaffaa’ Qabaadhaa, 5/15

  • ‘Hojjetaan Amanamaaniifi Ogeessi Isa Kami?’ 7/15

  • Homtinuu Ulfina Argachuu Isin Hin Dhowwin, 2/15

  • ‘Humna Hin Dhabinaa,’ 4/15

  • Isin Warra Qulqullaa’an Taataniittu, 8/15

  • Jaarsoliin Gumii ‘Nu Gammachiisuuf Nu Wajjin Hojjetu,’ 1/15

  • Jijjiirama Gootaniittuu? 9/15

  • Kadhannaa Irratti Yaadamee Dhihaaterraa Baradhaa, 10/15

  • Kadhannaa Yesusii Wajjin Haala Walsimuun Jiraadhaa, 10/15

  • ‘Kana Yaadannoo Kootiif Godhadhaa,’ 12/15

  • Kun Dhaala Hafuuraa Keenyadha, 2/15

  • ‘Kun Yaadannoodhaaf Isiniif Haata’u,’ 12/15

  • Lallabaa Wangeelaa Ta’uudhaan Ga’ee Keessan Raawwadhaa, 5/15

  • Macaafa Qulqulluu Dubbisuudhaan Faayidaa Argadhaa, 4/15

  • Macaafa Qulqulluutti Fayyadamuudhaan Ofis Ta’e Warra Kaan Gargaaraa, 4/15

  • Maqaa Yihowaa Isa Guddaadhaaf Ulfina Kennaa, 3/15

  • Matumaa ‘Yihowaa Hin Komatinaa,’ 8/15

  • Mootummichaaf Aarsaa Ni Kaffaltuu? 12/15

  • Murtoo Dhuunfaa Ogummaarratti Hundaa’e Godhaa, 9/15

  • Namoota Akkamii Ta’uu Akka Qabdan Itti Yaadaa, 8/15

  • Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu, 7/15

  • “Nutti Himi, Kun Yoom Ta’a?” 7/15

  • Qajeelchaa Ta’uun Hariiroo Waaqayyoo Wajjin Qabnu Nuuf Cimsa, 9/15

  • Tiksitoota Kan Taatan Fakkeenya Tiksitoota Hunda Caalanii Hordofaa, 11/15

  • Tiksitoota Yihowaan Muudeef Abboomamaa, 11/15

  • Uumamni Waaqa Isa Jiraataa Mul’isa, 10/15

  • ‘Waaqayyoon Beekuu Bira Erga Geenyee’ Booda Maal Gochuu Qabna? 3/15

  • ‘Waaqayyoon Eeggachuu’ Kan Dandeenyu Akkamitti? 11/15

  • ‘Wanta Caalaatti Barbaachisaa Ta’e Adda Baasaa Beekaa,’ 4/15

  • Wanti Kamiyyuu Yihowaarraa Akka Isin Fageessu Hin Heyyaminaa, 1/15

  • Warra Yihowaa Jaallatan ‘Wanti Gufachiisu Hin Jiru,’ 3/15

  • Warriifi Ijoolleen Maree Jaalalarratti Hundaa’e Godhaa, 5/15

  • Xiyyeeffannaa Walii Kennaa; Akkasumas Wal Jajjabeessaa, 8/15

  • Yaadachiisni Yihowaa Amanamaadha, 9/15

  • “Yaadni Keessan Dafee Hin Raafamin,” 12/15

  • “Yihowaa Akka Garbaatti Tajaajilaa,” 10/15

  • Yihowaan Amanamaafi Dhiifama Kan Godhu Ta’uusaa Dinqisiifadhaa, 6/15

  • Yihowaan Arjaafi Sababa Qabeessa Ta’uusaa Dinqisiifadhaa, 6/15

  • Yihowaan Iddoo Kooluu Itti Galludha, 3/15

  • Yihowaan Isinii Wajjin Waan Jiruuf Ija Jabaadhaa! 1/15

  • Yihowaatti Dhihaachuu Keessan Itti Fufaa, 1/15

SEENAA JIREENYAA

  • Eessattiyyuu Yihowaa Tajaajiluuf Fedhii Qabaachuu (Maarkusiifi Jaanii Haartiliif), 7/15

  • Jireenyi Keenya Kaayyoo Qabeessa Kan Ta’e Akkamitti? (Paatriishaa Ismiiz), 5/15

  • Waggaa Shantamaaf Naannoo Arkitiikitti Tajaajiluu (Aayiliifi Aniikii Maatiilaa), 4/15

  • Yihowaadhaaf Abboomamuun Eebba Naaf Argamsiiseera (Eeliisaa Pikoolii), 6/15

  • Yihowaan ‘Guyyuma Guyyaatti Ba’aakoo Naaf Baata’ (Maareetaa duu Raan), 8/15

  • Yihowaatti Hirkachuun Eebba Argamsiisa (Maalkam Alan), 10/15

YESUS KIRISTOS

  • Du’aa Ka’uu, 4/1

  • ‘Hafuurota warra mana hidhaa keessa jiranitti lallabuu’ (1Phe 3:19), 6/15

  • Ilma Waaqayyoo kan jedhame maaliifi? 4/1

  • Yoom uumame? 4/1

YIHOWAA

  • Inni ‘Garaa Keenya Ni Guuta,’ 10/1

  • ‘Inni Waaqa Warra Jiraataati,’ 4/1

  • ‘Isa Kana Wallaalotatti Mul’ifteetta,’ 1/1

  • Maqaa, 1/1

  • Waaqayyo Gara Jabeessadhaa? 7/1

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi