LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge:

  • Isaayyaas 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+

  • Hoseʼaa 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Bara mootota Yihudaa+ Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti,+ akkasumas bara mootii Israaʼel Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Hoseʼaa* ilma Beʼerii dhufe isa kana.

  • Miikiyaas 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Bara mootota Yihudaa+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Miikiyaas*+ isa nama Moresheet dhufee fi inni waaʼee Samaariyaa fi Yerusaalem mulʼataan arge isa kana:

  • Maatewos 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ooziyaan Yootaamiin+ dhalche;

      Yootaam Akaaziin+ dhalche;

      Akaaz Hisqiyaasiin+ dhalche;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi