Nahimiyaa 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Saanbaalaax, Xoobiyaan,+ Geeshem Arabichii+ fi diinonni keenya warri kaan dallicha deebisee akkan ijaaree+ fi bakki wal hin qabannes akka hin jirre yommuu dhagaʼan (hamma yeroo sanaatti ani karrawwan irratti balbaloota kan hin dhaabne taʼus),+ Amoos 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+Baqaqaa isaa* nan supha,Diiggaa isaas nan haaressa;Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+ Amoos 9:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+
6 Saanbaalaax, Xoobiyaan,+ Geeshem Arabichii+ fi diinonni keenya warri kaan dallicha deebisee akkan ijaaree+ fi bakki wal hin qabannes akka hin jirre yommuu dhagaʼan (hamma yeroo sanaatti ani karrawwan irratti balbaloota kan hin dhaabne taʼus),+
11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+Baqaqaa isaa* nan supha,Diiggaa isaas nan haaressa;Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+ Amoos 9:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+
14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+