-
Faarfannaa 72:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
72 Yaa Waaqayyo, mootichaaf murtiiwwan kee kenni;
Ilma mootichaas qajeelummaa kee gonfachiisi.+
-
-
Isaayyaas 9:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.
7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,
Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,
Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+
Ammaa jalqabee bara baraaf,
Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas.
Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.
-