18 Jalqaba irratti, gatii guutuu balleessaa isaanii fi cubbuu isaaniitiif malu isaaniif nan deebisa;+
Sababiin isaas, isaan fakkiiwwan lubbuu hin qabne kan waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼaniitiin biyya koo xureessaniiru,
Dhaala koos wantoota jibbisiisoo isaaniitiin guutaniiru.’”+