LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+

  • Ibroota 13:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+

  • Yaaqoob 1:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Akka ilaalcha Waaqaa fi Abbaa keenyaatti waaqeffannaan* qulqulluunii fi xurii hin qabne, ijoollee warra hin qabnee+ fi dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan+ rakkina isaanii irratti gargaaruu,+ akkasumas xurii addunyaa irraa of eeguu dha.+

  • 1 Yohaannis 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Haa taʼu malee, namni qabeenya addunyaa kanaa qabu kam iyyuu obboleessi isaa utuu rakkatuu argee yoo garaa isaaf laafuu dide, jaalalli Waaqayyoo akkamitti isa keessa jiraata?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi