LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Zakkaariyaas

      • Bokkaa argachuuf Yihowaa malee waaqolii sobaa hin gaafatinaa (1, 2)

      • Yihowaan saba isaa tokko ni godha (3-12)

        • Namni iddoo guddaa qabu Yihudaa keessaa ni baʼa (3, 4)

Zakkaariyaas 10:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 11:14; Er 14:22; 51:16; His 34:26; Yoe 2:23

Zakkaariyaas 10:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Waaqoliin maatii; Waaqolii tolfamoon.”

  • *

    Ykn., “iccitii.”

Zakkaariyaas 10:3

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Korbeeyyiin reʼee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 34:16, 17

Zakkaariyaas 10:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Masaraan golee,” nama barbaadamu ykn iddoo guddaa qabu argisiisa; geggeessaa.

  • *

    Kal., “Qofoon.” Nama deggeru argisiisa.

  • *

    Ykn., “hojjechiisaa.”

Zakkaariyaas 10:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 20:1
  • +Hag 2:22

Zakkaariyaas 10:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 3:18; His 37:16, 19; Hos 1:10, 11
  • +Er 31:9, 20
  • +Er 30:18

Zakkaariyaas 10:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Zak 9:15
  • +Isa 66:14; Sef 3:14

Zakkaariyaas 10:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 44:22; 51:11

Zakkaariyaas 10:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:11
  • +Er 50:19; Mik 7:14
  • +Isa 49:19, 20; 54:1, 2

Zakkaariyaas 10:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 11:15
  • +Isa 19:1; His 30:13

Zakkaariyaas 10:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:10; 45:24
  • +Mik 4:5

Yaada Wal Simu

Zak. 10:1Kes 11:14; Er 14:22; 51:16; His 34:26; Yoe 2:23
Zak. 10:3His 34:16, 17
Zak. 10:5Kes 20:1
Zak. 10:5Hag 2:22
Zak. 10:6Er 3:18; His 37:16, 19; Hos 1:10, 11
Zak. 10:6Er 31:9, 20
Zak. 10:6Er 30:18
Zak. 10:7Zak 9:15
Zak. 10:7Isa 66:14; Sef 3:14
Zak. 10:8Isa 44:22; 51:11
Zak. 10:10Isa 11:11
Zak. 10:10Er 50:19; Mik 7:14
Zak. 10:10Isa 49:19, 20; 54:1, 2
Zak. 10:11Isa 11:15
Zak. 10:11Isa 19:1; His 30:13
Zak. 10:12Isa 41:10; 45:24
Zak. 10:12Mik 4:5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Zakkaariyaas 10:1-12

Zakkaariyaas

10 “Waqtii rooba arfaasaatti Yihowaan bokkaa akka roobsu gaafadhaa.

Duumessa bokkaa cimaa qabu kan uumu,

Bokkaa kan isaaniif roobsu,+

Hundumaatiif biqiltoota dirree keessa jiran kan kennu Yihowaa dha.

 2 Siidaawwan taraafiim* gowwoomsaa* dubbataniiru;

Warri hooda dubbatanis mulʼata sobaa arganiiru.

Isaan waaʼee abjuuwwan gatii hin qabnee dubbatu,

Yaaliin isaan jajjabina kennuuf godhan gatii hin qabu.

Kanaan kan kaʼes isaan akka hoolaatti asii fi achi ni jooru.

Tikseen waan hin jirreef isaan ni rakkatu.

 3 Dheekkamsi koo tiksitoota irratti ni bobaʼa,

Geggeessitoonni cunqursitoota taʼan* akka itti gaafataman nan godha;

Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa xiyyeeffannaa isaa gara hoolota isaatti, gara mana Yihudaatti deebiseera,+

Akkuma fardi waraanaa isaa ulfina qabeessa taʼe, isaaniinis ulfina qabeeyyii godheera.

 4 Namni iddoo guddaa qabu* isa keessaa ni baʼa,

Bulchaan isa deggeru* isa keessaa ni baʼa,

Iddaan waraanaa isa keessaa ni baʼa;

Tokkoon tokkoon ilaaltuu ol aanaa* isa keessaa ni baʼa, hundi isaanii walumaan ni baʼu.

 5 Isaan akkuma loltoota

Waraana irratti dhoqqee daandii irra jiru dhidhiitanii ni taʼu.

Yihowaan isaanii wajjin waan jiruuf, isaan waraana ni banu;+

Warri fardeen gulufanis ni qaaneffamu.+

 6 Ani manni Yihudaa hundumaa irra akka caalu nan godha,

Mana Yoseefis nan fayyisa.+

Ani gara laafina waanan isaanitti argisiisuuf,+

Iddootti isaan nan deebisa;

Isaan akkuma waan ani kanaan dura isaan hin gannee ni taʼu;+

Sababiin isaas, ani Waaqa isaanii Yihowaa dha; deebiis isaaniif nan kenna.

 7 Namoonni Efreem akkuma loltuu jabaa ni taʼu,

Garaan isaaniis akkuma waan daadhii wayinii dhuganiitti ni gammada.+

Ilmaan isaaniis kana arganii ni gammadu;

Garaan isaanii Yihowaatti ni gammada.+

 8 ‘Ani siiqsuudhaan walitti isaan nan qaba;

Isaan nan fura,+ isaanis hedduu ni taʼu,

Baayʼachuu isaaniis ittuma fufu.

 9 Ani akka sanyiitti saboota gidduutti kanan isaan bittinneesse taʼu illee,

Isaan iddoowwan fagootti na yaadatu;

Ilmaan isaanii wajjin bayyanatanii ni deebiʼu.

10 Ani biyya Gibxii keessaa isaan nan deebisa,

Asoor keessaas walitti isaan nan qaba;+

Gara biyya Giiliyaadii+ fi Libaanonitti isaan nan fida,

Iddoo gaʼaan isaaniif hin argamu.+

11 Inni galaanicha jeequudhaan isa gidduu ni darba;

Galaanicha keessattis dambaliiwwan ni rukuta;+

Bishaanonni Abbayyaa gad fagoo taʼan hundis ni gogu.

Of tuulummaan Asoor gad ni qabama,

Uleen mootummaa Gibxiis ni bada.+

12 Ani Yihowaan isaan hundumaa irra akka caalan nan godha,+

Isaanis maqaa kootiin ni deddeebiʼu’+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi