LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Yihowaan Abbaa Murtii qajeelaa dha

        • ‘Yaa Yihowaa, murtii naaf kenni’ (8)

Faarfannaa 7:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2; Fak 18:10
  • +Er 15:15; 2Qo 4:9; 2Ph 2:9

Faarfannaa 7:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:9

Faarfannaa 7:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Isa sababii malee na mormu oolcheera yoon taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 17:13

Faarfannaa 7:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Faarfannaa 7:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 3:7; 35:1
  • +Fr 103:6

Faarfannaa 7:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Fr 9:7, 8
  • +Fr 18:20; 26:11; 41:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 6

Faarfannaa 7:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garaa fi kalee.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:25
  • +Kes 32:4; Mul 15:3
  • +1Sa 16:7; 1Se 28:9; Er 17:10; Mul 2:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    12/15/2008, ful. 6

Faarfannaa 7:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 15:1; Fak 30:5
  • +Fak 2:21

Faarfannaa 7:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “balaaleffannaa isaa ni darbata.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; Fr 9:4; 98:9

Faarfannaa 7:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 55:7
  • +Kes 32:41
  • +Kes 32:21, 23

Faarfannaa 7:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:42

Faarfannaa 7:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 1:15

Faarfannaa 7:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 7:10; Fr 10:2; 35:7, 8; 57:6; Fak 26:27

Faarfannaa 7:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +As 9:24, 25

Faarfannaa 7:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa nan qopheessa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 35:28
  • +Dan 4:17
  • +Isa 25:1; Ibr 13:15; Mul 15:4

Yaada Wal Simu

Far. 7:1Fr 18:2; Fak 18:10
Far. 7:1Er 15:15; 2Qo 4:9; 2Ph 2:9
Far. 7:2Fr 10:9
Far. 7:4Fak 17:13
Far. 7:6Fr 3:7; 35:1
Far. 7:6Fr 103:6
Far. 7:8Uma 18:25; Fr 9:7, 8
Far. 7:8Fr 18:20; 26:11; 41:12
Far. 7:9Fr 37:25
Far. 7:9Kes 32:4; Mul 15:3
Far. 7:91Sa 16:7; 1Se 28:9; Er 17:10; Mul 2:23
Far. 7:10Uma 15:1; Fak 30:5
Far. 7:10Fak 2:21
Far. 7:11Uma 18:25; Fr 9:4; 98:9
Far. 7:12Isa 55:7
Far. 7:12Kes 32:41
Far. 7:12Kes 32:21, 23
Far. 7:13Kes 32:42
Far. 7:14Yaq 1:15
Far. 7:15As 7:10; Fr 10:2; 35:7, 8; 57:6; Fak 26:27
Far. 7:16As 9:24, 25
Far. 7:17Fr 35:28
Far. 7:17Dan 4:17
Far. 7:17Isa 25:1; Ibr 13:15; Mul 15:4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 7:1-17

Faarfannaa

Faaruu gaddaa Daawit dubbii Kuush Biiniyaamichaa ilaalchisee Yihowaadhaaf faarfate.

7 Yaa Waaqa koo Yihowaa, ani sitti kooluu galeera.+

Warra na ariʼatan hundumaa jalaa na oolchi, na baraaris.+

 2 Taʼuu baannaan garuu isaan akkuma leencaatti na* cicciru,+

Kan na oolchu utuu hin jiraatin na fudhatanii deemu.

 3 Yaa Waaqa koo Yihowaa, ani gama kanaan dogoggoreera yoon taʼe,

Haqa jalʼiseera yoon taʼe,

 4 Isa wanta gaarii naaf godhe irratti balleessaa raawwadheera yoon taʼe+

Yookiin sababii malee diina koo saameera yoon taʼe,*

 5 Diinni ariʼee na* haa dhaqqabu;

Lubbuu koo lafa irratti haa dhidhiitu,

Ulfinni koos biyyoo keessatti akka badu haa godhu. (Seelaa)

 6 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin kaʼi;

Aarii diinota koo irrattis kaʼi;+

Naaf dammaqi, haqnis akka raawwatamu ajaji.+

 7 Saboonni sitti haa marsan;

Atis ol gubbaadhaa isaan irratti tarkaanfii ni fudhatta.

 8 Yihowaan namoota irratti murtii ni dabarsa.+

Yaa Yihowaa, akka qajeelummaa kootti,

Akka amanamummaa koottis murtii naaf kenni.+

 9 Maaloo, gocha hamminaa hamoonni raawwatan dhaabsisi.

Qajeelota garuu hundeessii dhaabi,+

Sababiin isaas, ati Waaqa qajeelaa+ garaa namaa fi miira gad fagoo* qoru dha.+

10 Waaqayyo gaachana koo ti,+ inni warra garaa isaaniitti qajeelota taʼaniif Fayyisaa dha.+

11 Waaqayyo Abbaa Murtii qajeelaa ti,+

Guyyaa hundumaas murtiiwwan isaa ni labsa.*

12 Namni tokko yaada isaa yoo geddarachuu baate,+ inni goraadee isaa ni qarata;+

Iddaa isaas dabsee ni qopheeffata.+

13 Inni meeshaawwan waraanaa isaa warra nama ajjeesan,

Xiyyawwan isaa warra bobaʼanis ni qopheeffata.+

14 Isa hammina ulfaaʼe ilaali;

Inni rakkina garaatti baata, sobas ni dhala.+

15 Inni gad fageessee boolla ni qota,

Taʼus boolluma qote keessatti ni kufa.+

16 Rakkinni inni uume mataa isaa irratti ni deebiʼa;+

Hamminni isaas gubbee mataa isaa irratti ni buʼa.

17 Haqa isaatiif Yihowaa nan jajadha;+

Maqaa Yihowaa Isa Hundaa Oliitiif+ faarfannaa galataa nan faarfadha.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi