LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Abbootii Murtii

      • Yihowaan Israaʼeliin qore (1-6)

      • Abbaa murtii isa jalqabaa kan taʼe Otniʼel  (7-11)

      • Eehud inni abbaa murtii taʼe Egloon Mooticha isa furdaa taʼe ajjeese (12-30)

      • Abbaa murtii kan taʼe Shaamgaar (31)

Abbootii Murtii 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:2; Abo 2:10

Abbootii Murtii 3:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “karra Hamaatitti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:18, 19
  • +Iya 13:1, 4; Abo 1:31
  • +Iya 9:1, 2
  • +Lak 34:2, 8; Iya 13:1, 5
  • +Iya 13:1, 6

Abbootii Murtii 3:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:33; Abo 2:21, 22

Abbootii Murtii 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 1:29; Fr 106:34

Abbootii Murtii 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 34:15, 16; Lak 25:1, 2; Kes 7:3, 4; 1Mo 11:1, 4

Abbootii Murtii 3:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 31:16; Abo 2:11; 10:6
  • +Bau 34:13; Kes 12:3; 16:21

Abbootii Murtii 3:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Aaraam Nahaaraayim.”

Abbootii Murtii 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:30; Abo 10:10, 15
  • +Abo 2:16, 18; 3:15
  • +1Se 4:13

Abbootii Murtii 3:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Aaraam.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 11:16, 17; Abo 6:34; 11:29; 14:5, 6; 15:14; 1Sa 11:6; 16:13; 2Se 15:1

Abbootii Murtii 3:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nagaa.”

Abbootii Murtii 3:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:19
  • +Uma 19:36, 37

Abbootii Murtii 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 19:36, 38; Abo 11:4, 5
  • +Bau 17:8; Abo 6:3
  • +Kes 34:3

Abbootii Murtii 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:48

Abbootii Murtii 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 78:34
  • +Abo 3:9
  • +Abo 4:1
  • +Uma 49:27
  • +Abo 20:15, 16

Abbootii Murtii 3:16

Miiljaleewwan

  • *

    Tarii dhundhuma gabaabaa gara 38 cm dheeratu. Kutaa Dabalataa B14 ilaali.

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    11/2021, ful. 5

Abbootii Murtii 3:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    11/2021, ful. 5

Abbootii Murtii 3:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “kaabaawwan dhagaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 4:19; 5:8, 9

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii,

    11/2021, ful. 5

Abbootii Murtii 3:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “teessuma.”

Abbootii Murtii 3:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “karaa qilleensi galuun.”

Abbootii Murtii 3:24

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “miila isaa haguugaa.”

Abbootii Murtii 3:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “kaabaawwan dhagaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:19

Abbootii Murtii 3:27

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fiinoo,” jechuunis, xurumbaa gaanfa irraa hojjetamu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 7:24
  • +Abo 6:34; 1Sa 13:3

Abbootii Murtii 3:29

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:7
  • +Lew 26:7, 8

Abbootii Murtii 3:30

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “nagaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 3:11

Abbootii Murtii 3:31

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 5:6
  • +Abo 15:3, 15; 1Sa 17:47, 50
  • +Iya 13:1, 2

Yaada Wal Simu

Abo. 3:1Kes 8:2; Abo 2:10
Abo. 3:3Abo 1:18, 19
Abo. 3:3Iya 13:1, 4; Abo 1:31
Abo. 3:3Iya 9:1, 2
Abo. 3:3Lak 34:2, 8; Iya 13:1, 5
Abo. 3:3Iya 13:1, 6
Abo. 3:4Bau 23:33; Abo 2:21, 22
Abo. 3:5Abo 1:29; Fr 106:34
Abo. 3:6Bau 34:15, 16; Lak 25:1, 2; Kes 7:3, 4; 1Mo 11:1, 4
Abo. 3:7Kes 31:16; Abo 2:11; 10:6
Abo. 3:7Bau 34:13; Kes 12:3; 16:21
Abo. 3:9Kes 4:30; Abo 10:10, 15
Abo. 3:9Abo 2:16, 18; 3:15
Abo. 3:91Se 4:13
Abo. 3:10Lak 11:16, 17; Abo 6:34; 11:29; 14:5, 6; 15:14; 1Sa 11:6; 16:13; 2Se 15:1
Abo. 3:12Abo 2:19
Abo. 3:12Uma 19:36, 37
Abo. 3:13Uma 19:36, 38; Abo 11:4, 5
Abo. 3:13Bau 17:8; Abo 6:3
Abo. 3:13Kes 34:3
Abo. 3:14Kes 28:48
Abo. 3:15Fr 78:34
Abo. 3:15Abo 3:9
Abo. 3:15Abo 4:1
Abo. 3:15Uma 49:27
Abo. 3:15Abo 20:15, 16
Abo. 3:19Iya 4:19; 5:8, 9
Abo. 3:26Abo 3:19
Abo. 3:27Abo 7:24
Abo. 3:27Abo 6:34; 1Sa 13:3
Abo. 3:29Kes 28:7
Abo. 3:29Lew 26:7, 8
Abo. 3:30Abo 3:11
Abo. 3:31Abo 5:6
Abo. 3:31Abo 15:3, 15; 1Sa 17:47, 50
Abo. 3:31Iya 13:1, 2
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
  • 29
  • 30
  • 31
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Abbootii Murtii 3:1-31

Abbootii Murtii

3 Israaʼelota warra waraana Kanaʼaanii wajjin godhame kam irratti iyyuu hin hirmaanne hundumaa qoruu akka dandaʼaniif, Saboonni Yihowaan akka hafan heyyame kanneen kana dha+ 2 (kunis kan taʼe dhaloonni Israaʼelotaa warri itti aanan, jechuunis warri kanaan dura wanti akkanaa isaan hin mudanne waraana irratti muuxannoo akka argataniifi): 3 gooftolii Filisxeemotaa+ shanan, Kanaʼaanota hundumaa, Siidoonotaa+ fi Hiiwota+ warra Gaara Baʼaal Hermoon irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatitti*+ Gaara Libaanon+ irra jiraatan. 4 Israaʼelonni ajajawwan Yihowaan karaa Musee abbootii isaaniitiif kenne kan ajajaman taʼuu fi dhiisuu isaanii beekuuf, saboonni kun Israaʼelitti qorumsa taʼanii turan.+ 5 Kanaafuu, Israaʼelonni Kanaʼaanota,+ Heetota, Amoorota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota gidduu ni jiraatan. 6 Isaanis ijoollee durbaa isaanii ni fuudhan; ijoollee durbaa ofii isaaniis ilmaan isaaniitti ni heerumsiisan; akkasumas waaqolii isaanii tajaajiluu jalqaban.+

7 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Waaqa isaanii Yihowaa irraanfatanii Baʼaalii+ fi utubaawwan waaqeffannaa*+ tajaajilaa turan. 8 Kanaan kan kaʼes, dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; innis mootii Mesophotaamiyaa* kan taʼe Kuushaan Rishaataayimitti dabarsee isaan gurgure. Israaʼelonnis Kuushaan Rishaataayimiin waggaa saddeetiif ni tajaajilan. 9 Yommuu Israaʼelonni gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatanis,+ Yihowaan Israaʼelota oolchuuf fayyisaa tokko isaaniif kaase;+ innis Otniʼel+ ilma Qeenaaz yeroo taʼu, Qeenaaz obboleessa Kaaleb isa quxisuu dha. 10 Hafuurri Yihowaa isa irra ni buʼe;+ innis abbaa murtii Israaʼel taʼe. Yommuu inni waraanaaf baʼuttis Yihowaan Kuushaan Rishaataayim isa mootii Mesophotaamiyaa* taʼe harka isaatti dabarsee kenne; innis Kuushaan Rishaataayim irratti injifannoo argate. 11 Sana booda biyyattiin waggaa 40f boqonnaa* argatte. Achiis Otniʼel ilmi Qeenaaz ni duʼe.

12 Ammas Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwachuu jalqaban.+ Kanaafuu, Yihowaan Egloon mootiin Moʼaab+ Israaʼel irratti akka jabaatu ni godhe; sababiin isaas, isaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatanii turan. 13 Kana malees inni Amoonotaa+ fi Amaaleqota+ isaanitti ni fide. Isaanis Israaʼeliin rukutanii magaalaa mukeetii meexxii+ qabatan. 14 Israaʼelonnis Egloon mootii Moʼaab waggaa 18f ni tajaajilan.+ 15 Achiis Israaʼelonni gargaarsaaf gara Yihowaatti ni iyyatan;+ kanaafuu, Yihowaan fayyisaa tokko isaaniif ni kaase;+ innis Eehud+ ilma Geeraa isa sanyii Biiniyaam+ taʼee fi bitaacha taʼe+ dha. Yeroo boodas Israaʼelonni Egloon mootii Moʼaabiif karaa isaa gibira ergan. 16 Yeroo kanatti Eehud goraadee karaa lamaan qara qabuu fi dhundhuma* tokko dheeratu tolfatee uffata isaa jalaan karaa mirgaatiin mudhii isaatti hidhatee ture. 17 Achiis gibiricha Egloon mootii Moʼaab duratti ni dhiheesse. Egloon nama baayʼee furdaa taʼe ture.

18 Eehud gibiricha dhiheessee yommuu xumuru namoota gibiricha baatanii dhaqan ni geggeesse. 19 Haa taʼu malee, fakkiiwwan bocamoo* Gilgaalitti+ argaman bira erga gaʼee booda duubatti deebiʼee, “Yaa mootii, ergaa iccitii taʼe tokkon sitti hima” jedhe. Mootichis, “Callisaa!” jedhe. Yeroo kanatti tajaajiltoonni isaa hundi isa biraa deeman. 20 Kanaafuu, Eehud utuu mootichi kutaa qabbanaaʼaa baaxii irratti argamu keessa kophaa isaa taaʼee jiruu gara isaa dhaqe. Achiis Eehud, “Waaqayyo biraa ergaa tokko siif fideera” isaan jedhe. Kanaafuu, inni teessoo* isaa irraa ni kaʼe. 21 Eehudis harka isaa isa bitaatiin goraadee karaa mirgaatiin mudhii isaatti hidhatee ture sana luqqifatee garaa isaa waraane. 22 Qabannoon isaas qara isaa wajjin keessa ni lixe; inni goraadee sana garaa isaa keessaa waan hin baasneef coomni qara isaa ni uwwise; miini garaa isaas gad jige. 23 Eehudis balbaloota kutaa baaxii irraa sana of duubaan cufee erga qollofee booda karaa barandaa* gad baʼe. 24 Erga inni deemee booda tajaajiltoonni sun deebiʼanii balbaloonni kutaa baaxii irraa sun akka qollofaman argan. Kanaafuu, “Kutaa isa keessaa isa qabbanaaʼaa taʼe keessatti bobbaa baʼaa* jira taʼa” jedhan. 25 Isaanis hamma qaanaʼanitti isa eegan; haa taʼu malee, inni amma iyyuu balbaloota kutaa baaxii irraa sana akka hin banne yeroo arganitti, furtuu fudhatanii balbaloota sana ni banan; yeroo kanatti gooftaan isaanii duʼee lafatti kufee argan!

26 Eehud utuma isaan mamaa jiranii miliqee fakkiiwwan bocamoo*+ sana bira darbee nagaadhaan Seʼiiraa gaʼe. 27 Yommuu achi gaʼus naannoo gaarotaa Efreem+ keessatti xurumbaa* afuufe;+ Israaʼelonnis of dura isa buusanii naannoo gaarotaa keessaa gad ni buʼan. 28 Achiis inni, “Yihowaan Moʼaabota warra diinota keessan taʼan harka keessanitti dabarsee waan kenneef, na duukaa buʼaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan isa duukaa buʼanii Moʼaabonni akka hin darbine dhowwuuf malkaawwan Yordaanos ni qabatan; namni tokko iyyuu akka ceʼus hin heyyamne. 29 Yeroo sanatti Moʼaabota+ ciccimoo fi gootota taʼan 10,000 ni ajjeesan; namni tokko illees hin miliqne.+ 30 Akka kanaan, Moʼaab guyyaa sanatti harka Israaʼel jala galte; biyyattiinis waggaa 80f boqonnaa* argatte.+

31 Isa booda immoo Shaamgaar+ ilmi Anaat inni arfii* looniitiin+ Filisxeemota+ 600 ajjeese ni kaʼe; innis Israaʼelota ni oolche.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi