LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Ifa guddaa biyya Galiilaadhaaf ifu (1-7)

        • Dhalachuu “Bulchaa Nagaa” (6, 7)

      • Harki Waaqaa Israaʼel irratti kaʼe (8-21)

Isaayyaas 9:1

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, Waaqayyo.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 15:29

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2016, ful. 4

    Yesuus—Karaa, ful. 59, 161

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 10-11

Isaayyaas 9:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 4:13-16; Luq 1:78, 79; 2:30-32; Yoh 1:9; 8:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii,

    12/2016, ful. 4

    Yesuus—Karaa, ful. 59, 161

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 10-11

Isaayyaas 9:4

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, harqoota, qambara.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 8:12, 28; Isa 10:26, 27

Isaayyaas 9:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Mootummaan; Bulchiinsi mootii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 1:35; 2:11
  • +Uma 49:10; Fr 2:6; Zak 6:13; Luq 22:29; Mul 19:16
  • +Isa 11:2; Mat 7:28, 29; 12:42
  • +Fr 45:3; Yoh 1:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    “Duuka Buutuu Koo Taʼi,” ful. 26, 221

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 253-255

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2014, ful. 12

Isaayyaas 9:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “mootummaa; bulchiinsa mootii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 1:32, 33
  • +Fr 72:1, 7; Dan 2:44
  • +Isa 42:1; Mat 12:18
  • +Fr 45:6; Isa 32:1; Er 23:5; Ibr 1:8
  • +2Sa 7:16, 17; Mul 11:15

Isaayyaas 9:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:6

Isaayyaas 9:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 5:11

Isaayyaas 9:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “karaa duubaatiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 28:18
  • +Kes 31:17
  • +Isa 5:25; 10:4

Isaayyaas 9:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:13, 14; Hos 7:10; Amo 4:6; 5:6

Isaayyaas 9:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “damee muka meexxii fi shomboqqoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 17:6; Hos 10:15

Isaayyaas 9:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 13:1-3

Isaayyaas 9:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “warri jalaa duʼanii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:25, 26
  • +Isa 5:25

Isaayyaas 9:18

Miiljaleewwan

  • *

    Jechuunis, muka gaggabaabaa gobbatee biqilu.

Isaayyaas 9:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 28:6
  • +Isa 5:25

Yaada Wal Simu

Isa. 9:12Mo 15:29
Isa. 9:2Mat 4:13-16; Luq 1:78, 79; 2:30-32; Yoh 1:9; 8:12
Isa. 9:4Abo 8:12, 28; Isa 10:26, 27
Isa. 9:6Luq 1:35; 2:11
Isa. 9:6Uma 49:10; Fr 2:6; Zak 6:13; Luq 22:29; Mul 19:16
Isa. 9:6Isa 11:2; Mat 7:28, 29; 12:42
Isa. 9:6Fr 45:3; Yoh 1:18
Isa. 9:7Luq 1:32, 33
Isa. 9:7Fr 72:1, 7; Dan 2:44
Isa. 9:7Isa 42:1; Mat 12:18
Isa. 9:7Fr 45:6; Isa 32:1; Er 23:5; Ibr 1:8
Isa. 9:72Sa 7:16, 17; Mul 11:15
Isa. 9:82Mo 17:6
Isa. 9:10Amo 5:11
Isa. 9:122Se 28:18
Isa. 9:12Kes 31:17
Isa. 9:12Isa 5:25; 10:4
Isa. 9:132Mo 17:13, 14; Hos 7:10; Amo 4:6; 5:6
Isa. 9:142Mo 17:6; Hos 10:15
Isa. 9:15Kes 13:1-3
Isa. 9:17Kes 4:25, 26
Isa. 9:17Isa 5:25
Isa. 9:212Se 28:6
Isa. 9:21Isa 5:25
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 9:1-21

Isaayyaas

9 Haa taʼu malee, dimimmisni sun akka yeroo biyyattiin dhiphattee turte sanaa, akka bara durii yeroo biyyi Zaabiloonii fi biyyi Niftaalem tuffatamanii turan sanaa hin taʼu.+ Yeroo booda garuu inni* biyyichi jechuunis daandiin galaanichatti geessu, Galiilaan sabootaa inni naannoo Yordaanos keessatti argamu ulfina akka argatu ni godha.

 2 Uummanni dukkana keessa deemaa ture,

Ifa guddaa arge.

Warri biyya gaaddisa cimaa keessa jiraachaa turanis

Ifni isaan irratti ni ife.+

 3 Ati sabicha baayʼisteetta;

Gammachuun isaaniis guddaa akka taʼu gooteetta.

Akkuma namoonni yeroo makaraatti gammadanitti,

Akkuma namoota gammachuudhaan boojuu hirataniittis

Isaan si duratti ni gammadu.

 4 Sababiin isaas, akkuma guyyaa Miidiyaanitti taʼetti,+

Ati waanjoo* baʼaa isaanii,

Ulee gateettii isaanii irra jiruu fi harcummee nama isaan hojjechiisu sanaa caccabsiteetta.

 5 Kopheen yeroo duulaatti lafa sochoosu hundi,

Uffanni dhiigaan laaqame hundis

Ibiddaan ni nyaatama.

 6 Mucaan nuuf dhalateera,+

Ilmi nuuf kennameera;

Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+

Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.

 7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,

Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,

Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+

Ammaa jalqabee bara baraaf,

Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+

Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas.

Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.

 8 Yihowaan Yaaqoob irratti labsii ergeera,

Kunis Israaʼel irratti dhufeera.+

 9 Guutummaan sabichaa,

Efreemii fi jiraattonni Samaariyaa

Warri of tuulummaa isaaniitiin, akkasumas garaa isaanii isa addaggee taʼeen kan kaʼe akkana jedhan isa ni hubatu:

10 “Xuubiiwwan diigamaniiru,

Nuti garuu dhagoota bocamaniin ni ijaarra.+

Mukeetiin harbuu muramaniiru,

Nuti garuu mukeetii gaattiraatiin bakka buusna.”

11 Yihowaan hamajaajota Reezin isa irratti ni kaasa,

Tarkaanfii akka irratti fudhataniifis diinota isaa ni kakaasa;

12 Kallattii bahaa irraa Sooriyaa, kallattii dhihaa irraa* immoo Filisxeemota isa irratti ni fida,+

Isaanis afaan bananii Israaʼeliin ni liqimsu.+

Kana hundumaatiin kan kaʼes, dheekkamsi isaa hin qabbanoofne,

Kanaa mannaa, harki isaa rukutuuf akkuma diriirfametti jira.+

13 Sababiin isaas, sabichi gara isa isaan rukutetti hin deebine,

Yihowaa Gooftaa Raayyaa hin barbaaddanne.+

14 Yihowaan Israaʼel keessaa guyyaa tokkotti,

Mataa fi eegee, biqiltuu reefuu baatee fi citaa* ni kuta.+

15 Maanguddoonii fi namni kabajamaan mataa dha,

Raajiin barumsa sobaa barsiisus eegee dha.+

16 Warri saba kana geggeessan asii fi achi akka jooran isaan godhu,

Warri geggeeffamanis burjaajaʼaniiru.

17 Yihowaan dargaggoota isaaniitti kan hin gammanne kanaafi,

Inni ijoollee isaanii warra abbaa hin qabnee* fi dubartoota isaanii warra abbaan manaa irraa duʼeef garaa hin laafu,

Sababiin isaas, hundi isaanii gantootaa fi hammina kan raawwatani dha,+

Afaan hundis wanta gatii hin qabne dubbata.

Kana hundumaatiin kan kaʼes, dheekkamsi isaa hin qabbanoofne,

Kanaa mannaa, harki isaa rukutuuf akkuma diriirfametti jira.+

18 Sababiin isaas, hamminni akkuma ibiddaa ni bobaʼa,

Harangamaa fi aramaas ni nyaata.

Tusiiwwan* bosonaa irratti ibidda ni qabsiisa,

Isaanis duumessa aaraa taʼanii ol ni baʼu.

19 Aarii guddaa Yihowaa Gooftaa Raayyaatiin

Biyyattiin ibiddaan gubachaa jirti,

Namoonnis ibiddichaaf qoraan ni taʼu.

Namni obboleessa isaatiif illee hilu hin jiraatu.

20 Inni tokko karaa mirgaatiin ni mura,

Garuu amma iyyuu ni beelaʼa;

Inni tokkos karaa bitaatiin ni nyaata,

Garuu hin quufu.

Tokkoon tokkoon namaa foon irree isaa ni nyaata,

21 Minaaseen Efreemiin,

Efreemis Minaasee ni nyaata.

Isaan waliin taʼanii Yihudaa irratti ni kaʼu.+

Kana hundumaatiin kan kaʼes, dheekkamsi isaa hin qabbanoofne,

Kanaa mannaa, harki isaa rukutuuf akkuma diriirfametti jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi