LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 18
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

    • FAKKEENYOTA SOLOMOON (10:1–24:34)

Fakkeenya 18:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 24

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2016, ful. 19

Fakkeenya 18:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:19

Fakkeenya 18:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:2

Fakkeenya 18:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:11

Fakkeenya 18:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 1:16, 17; Fak 28:21
  • +1Mo 21:9, 10

Fakkeenya 18:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:10
  • +Fak 19:19

Fakkeenya 18:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 13:3

Fakkeenya 18:8

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “akkuma wanta sassataan liqimfamuu ti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:16
  • +Fak 26:22

Fakkeenya 18:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 10:4

Fakkeenya 18:10

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “ol ni qabama,” jechuunis, bakka bira hin gaʼamnee fi amansiisaa taʼe.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:45, 46; Fr 20:1
  • +Fr 18:2; 91:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 82-83

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 274-275

Fakkeenya 18:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 49:6, 7; Fak 11:4; Er 9:23; Luq 12:19-21

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    4/2016, ful. 10-11

Fakkeenya 18:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 11:2; Dan 5:23, 30; HoE 12:21-23
  • +Fak 22:4; 1Ph 5:5

Fakkeenya 18:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 25:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2018, ful. 3-7

Fakkeenya 18:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Guutummaatti abdii kutachuu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 1:21; 2Qo 4:16; 12:10
  • +Fak 17:22

Fakkeenya 18:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 3:7-9; Fak 9:9

Fakkeenya 18:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 43:11; Fak 17:8

Fakkeenya 18:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 16:3, 4; 19:25-27; Fak 25:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 30

Fakkeenya 18:18

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “gargar ni baasa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 14:1, 2; Nah 11:1; Fak 16:33

Fakkeenya 18:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 27:41; 2Sa 13:22
  • +2Sa 14:28; HoE 15:37-39

Fakkeenya 18:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “afaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:14; 13:2

Fakkeenya 18:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 15:18; Efe 4:29; Yaq 3:6, 9
  • +Lal 10:12

Fakkeenya 18:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gaarummaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 31:10
  • +Fak 19:14; Lal 9:9

Fakkeenya 18:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 15:31; Mat 26:49
  • +1Sa 19:2, 4; Fak 17:17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 183

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 48

Yaada Wal Simu

Fak. 18:2Fak 10:19
Fak. 18:3Fak 11:2
Fak. 18:4Fak 10:11
Fak. 18:5Kes 1:16, 17; Fak 28:21
Fak. 18:51Mo 21:9, 10
Fak. 18:6Fak 13:10
Fak. 18:6Fak 19:19
Fak. 18:7Fak 13:3
Fak. 18:8Lew 19:16
Fak. 18:8Fak 26:22
Fak. 18:9Fak 10:4
Fak. 18:101Sa 17:45, 46; Fr 20:1
Fak. 18:10Fr 18:2; 91:14
Fak. 18:11Fr 49:6, 7; Fak 11:4; Er 9:23; Luq 12:19-21
Fak. 18:12Fak 11:2; Dan 5:23, 30; HoE 12:21-23
Fak. 18:12Fak 22:4; 1Ph 5:5
Fak. 18:13Fak 25:8
Fak. 18:14Iyo 1:21; 2Qo 4:16; 12:10
Fak. 18:14Fak 17:22
Fak. 18:151Mo 3:7-9; Fak 9:9
Fak. 18:16Uma 43:11; Fak 17:8
Fak. 18:172Sa 16:3, 4; 19:25-27; Fak 25:8
Fak. 18:18Iya 14:1, 2; Nah 11:1; Fak 16:33
Fak. 18:19Uma 27:41; 2Sa 13:22
Fak. 18:192Sa 14:28; HoE 15:37-39
Fak. 18:20Fak 12:14; 13:2
Fak. 18:21Mat 15:18; Efe 4:29; Yaq 3:6, 9
Fak. 18:21Lal 10:12
Fak. 18:22Fak 31:10
Fak. 18:22Fak 19:14; Lal 9:9
Fak. 18:242Sa 15:31; Mat 26:49
Fak. 18:241Sa 19:2, 4; Fak 17:17
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 18:1-24

Fakkeenya

18 Namni warra kaan irraa adda of baasu kam iyyuu fedhii ofittummaa isaa hordofa;

Ogummaa hundumaas ni tuffata.

 2 Namni gowwaan hubannaatti hin gammadu;

Kanaa mannaa wanta garaa isaa keessa jiru baasa.+

 3 Namni hamaan yeroo dhufu, tuffiinis ni dhufa,

Salphinaa wajjinis qaaniin jira.+

 4 Dubbiin afaan namaa bishaan gad fagoo dha.+

Burqaan ogummaas laga yaaʼu dha.

 5 Nama hamaadhaaf looguun+

Yookiin nama qajeelaa haqa dhowwachuun gaarii miti.+

 6 Dubbiin nama gowwaa lolatti geessa,+

Afaan isaas rukuttaa namatti fida.+

 7 Afaan nama gowwaa badiisa isatti fida,+

Arrabni isaas lubbuu isaatti kiyyoo taʼa.

 8 Dubbiin nama maqaa namaa balleessuu akkuma nyaata miʼaawuu ti;*+

Kallattiidhaan gara garaatti gad buʼa.+

 9 Namni hojii isaatti dhibaaʼaa taʼe kam iyyuu

Obboleessa nama badiisa fiduu ti.+

10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+

Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+

11 Qabeenyi sooressaa isaaf magaalaa dallaa dhagaa qabdu dha;

Akka dallaa eegumsaa godhees isa ni yaada.+

12 Kufaatii dura garaan namaa of tuula,+

Ulfina argachuu duras gad of qabuun jira.+

13 Namni kam iyyuu odeeffannoo jiru dhagaʼuu isaa dura dhimma tokkoof deebii yoo kenne,

Gowwummaa fi salphina isatti taʼa.+

14 Namni tokko yeroo dhukkubsatutti hafuurri isaa isa gargaaruu dandaʼa,+

Hafuura caccabe* garuu eenyutu baachuu dandaʼa?+

15 Garaan nama hubannaa qabuu beekumsa argata,+

Gurri ogeessaas beekumsa argachuuf carraaqqii godha.

16 Kennaan nama kennu sanaaf karaa ni bana;+

Namoota guguddaa duratti dhihaachuufis carraa isaaf bana.

17 Hamma namni inni kan biraan dhufee cimsee isa qorutti,

Namni jalqaba irratti dhimma isaa dhiheeffatu sirrii fakkaata.+

18 Carraa buusuun falmiin akka xumuramu godha,+

Namoota cimsanii wal morkatan gidduuttis murtii kenna.*

19 Obboleessi aare magaalaa dallaa dhagaa qabdu caalaa cimaa dha,+

Falmiin akka danqaraa magaalaa dallaa dhagaa qabduu taʼes jira.+

20 Namni tokko firii dubbii* isaa irraa garaa isaa ni guuta;+

Buʼaa afaan isaatiinis ni quufa.

21 Duutii fi jireenyi humna arrabaa keessa jiru;+

Namoonni itti fayyadamuu jaallatanis firii isaa ni nyaatu.+

22 Namni haadha manaa gaarii argatu wanta gaarii argata,+

Yihowaa birattis fudhatama* argata.+

23 Hiyyeessi kadhachaa dubbata,

Sooressi garuu karaa sirrii hin taaneen deebii kenna.

24 Hiriyoonni wal balleessuuf qophaaʼan jiru,+

Garuu michuun obboleessa caalaa namatti maxxanu jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi