LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 5
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Tasalonqee

      • Dhufaatii guyyaa Yihowaa (1-5)

        • “Nagaa dha, tasgabbii dhas!” (3)

      • Dammaqinaan haa jiraannu, dandeettii yaaduu keenya haa eeggannu (6-11)

      • Gorsa (12-24)

      • Nagaa xumuraa (25-28)

1 Tasalonqee 5:2

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Sef 1:14
  • +Mat 24:36; 2Ph 3:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 8-9

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 8-9

    9/2019, ful. 9

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 250-251

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2012, ful. 3-4

    7/15/2010, ful. 5

    5/15/2008, ful. 15-16

1 Tasalonqee 5:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:10; Er 8:11

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2023, ful. 21

    6/2023, ful. 9, 13

    2/2023, ful. 16

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 8-9

    9/2019, ful. 9-10

    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, ful. 250-251

    Masaraa Eegumsaa,

    11/15/2013, ful. 12-13

    1/1/2013, ful. 7

    9/15/2012, ful. 3-5

    7/15/2010, ful. 5

    5/15/2008, ful. 15-16

    Waaqayyoon Waaqeffadhu, ful. 182

    Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, ful. 21

1 Tasalonqee 5:4

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 9

1 Tasalonqee 5:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoh 12:36; Rom 13:12; Efe 5:8
  • +Yoh 8:12; Qol 1:13; 1Ph 2:9

1 Tasalonqee 5:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 13:11
  • +Mat 24:42
  • +1Ph 5:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 9-10

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2019, ful. 9

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2012, ful. 10-11

1 Tasalonqee 5:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 13:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 9-10

1 Tasalonqee 5:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kun wanta akka gaachanaa qoma loltuu tokkoo miidhaa irraa eeguuf gargaaru dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 6:14-17

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 10-12

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2022, ful. 25-26

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 232

    “Jaalala Waaqayyoo,” ful. 203

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2013, ful. 11

    12/15/2008, ful. 6-7

    10/1/2006, ful. 30

    Dammaqaa!,

    4/22/2004,

1 Tasalonqee 5:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 2:13

1 Tasalonqee 5:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 5:8
  • +1Ta 4:16, 17

1 Tasalonqee 5:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 1:11, 12; 15:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 11

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2022, ful. 20-25

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 48

    Tajaajila Mootummaa,

    9/2005, ful. 1

1 Tasalonqee 5:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2011, ful. 24-28

1 Tasalonqee 5:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Flp 2:29, 30; 1Xi 5:17; Ibr 13:7
  • +Mar 9:50; 2Qo 13:11

1 Tasalonqee 5:14

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gorsitan.”

  • *

    Ykn., “warra abdii kutatan.” Kal., “warra lubbuu xinnoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 19:17; 2Xi 4:2
  • +1Qo 13:4; Gal 5:22; Efe 4:1, 2; Qol 3:13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Sabaa),

    Lakk. 1 2023, ful. 14-15

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 123-124, 199

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    10/2017, ful. 10

    Masaraa Eegumsaa,

    2/15/2015, ful. 9

    8/15/2013, ful. 22

    6/15/2010, ful. 12-13

    Dammaqaa!,

    1/2014, ful. 10

    Maatii, ful. 36-37

1 Tasalonqee 5:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 5:39; Rom 12:17, 19

1 Tasalonqee 5:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 6:4, 10; Flp 4:4

1 Tasalonqee 5:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 18:1; Rom 12:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    1/1/2011, ful. 9

1 Tasalonqee 5:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:20; Qol 3:17

1 Tasalonqee 5:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 4:30

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 12-13

1 Tasalonqee 5:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 14:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 12-13

1 Tasalonqee 5:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Yo 4:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    6/2023, ful. 13

1 Tasalonqee 5:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 2:3

1 Tasalonqee 5:23

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jireenyi.” Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 1:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    9/15/2008, ful. 29

1 Tasalonqee 5:25

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 15:30

1 Tasalonqee 5:26

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 5/2019, ful. 6

1 Tasalonqee 5:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Qol 4:16

Yaada Wal Simu

1Tas. 5:2Sef 1:14
1Tas. 5:2Mat 24:36; 2Ph 3:10
1Tas. 5:3Fr 37:10; Er 8:11
1Tas. 5:5Yoh 12:36; Rom 13:12; Efe 5:8
1Tas. 5:5Yoh 8:12; Qol 1:13; 1Ph 2:9
1Tas. 5:6Rom 13:11
1Tas. 5:6Mat 24:42
1Tas. 5:61Ph 5:8
1Tas. 5:7Rom 13:13
1Tas. 5:8Efe 6:14-17
1Tas. 5:92Ta 2:13
1Tas. 5:10Rom 5:8
1Tas. 5:101Ta 4:16, 17
1Tas. 5:11Rom 1:11, 12; 15:2
1Tas. 5:13Flp 2:29, 30; 1Xi 5:17; Ibr 13:7
1Tas. 5:13Mar 9:50; 2Qo 13:11
1Tas. 5:14Lew 19:17; 2Xi 4:2
1Tas. 5:141Qo 13:4; Gal 5:22; Efe 4:1, 2; Qol 3:13
1Tas. 5:15Mat 5:39; Rom 12:17, 19
1Tas. 5:162Qo 6:4, 10; Flp 4:4
1Tas. 5:17Luq 18:1; Rom 12:12
1Tas. 5:18Efe 5:20; Qol 3:17
1Tas. 5:19Efe 4:30
1Tas. 5:201Qo 14:1
1Tas. 5:211Yo 4:1
1Tas. 5:22Iyo 2:3
1Tas. 5:231Qo 1:8
1Tas. 5:25Rom 15:30
1Tas. 5:27Qol 4:16
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Tasalonqee 5:1-28

Tasalonqee Tokkoffaa

5 Egaa yaa obbolootaa, waaʼee yeroowwanii fi waaʼee waqtiilee waan tokko illee isiniif barreessuun hin barbaachisu. 2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu. 3 Yeroo isaan, “Nagaa dha, tasgabbii dhas!” jedhan, yeroo sanatti akkuma ciniinsuun dubartii ulfaa qabu, badiisni tasaa yeruma sana isaan irra gaʼa;+ isaan matumaa jalaa hin miliqan. 4 Isin garuu yaa obbolootaa, dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattuu itti bariʼeetti tasa isin irra hin gaʼu; 5 sababiin isaas, hundi keessan ilmaan ifaa fi ilmaan guyyaa ti.+ Nuti kan halkaniis taʼe kan dukkanaa miti.+

6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+ 7 Sababiin isaas, warri rafan halkaniin rafu; warri machaaʼanis halkaniin machaaʼu.+ 8 Nuti warri kan guyyaa taane garuu, dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu; uffata qomaa* amantii fi jaalalaas haa uffannu; akkasumas abdii fayyinaa akka baarmeexaa sibiilaatti haa kaaʼannu;+ 9 sababiin isaas, Waaqayyo kan nu filate dheekkamsaaf utuu hin taʼin, karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos fayyina akka argannuufi.+ 10 inni kan nuuf duʼe+ yoo jiraannes taʼe yoo duune, isaa wajjin akka jiraannuufi.+ 11 Kanaafuu, akkuma amma gochaa jirtan wal jajjabeessuu fi wal ijaaruu keessan itti fufaa.+

12 Ammas yaa obbolootaa, warra isin gidduutti jabaatanii hojjetanii fi karaa Gooftaa isin geggeessan, akkasumas isin gorsan akka kabajjan isin gaafanna; 13 hojii isaaniitiin kan kaʼes jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa.+ Walii keessanii wajjin nagaa qabaadhaa.+ 14 Karaa biraa immoo yaa obbolootaa, warra seeraan ala deddeebiʼan akka akeekkachiistan,*+ warra dhiphatan* akka jajjabeessitan, warra dadhaban akka deggertan, hundumaattis obsa akka argisiistan+ isin gorsina. 15 Yeroo hunda walii keessaniifis taʼe namoota kaan hundumaaf wanta gaarii gochuuf carraaqaa malee, eenyuuf iyyuu hamaa hamaadhaan akka hin deebisne of eeggadhaa.+

16 Yeroo hunda gammadaa.+ 17 Yeroo hundumaa kadhadhaa.+ 18 Waan hundumaatiif galateeffadhaa.+ Kun karaa Kiristoos Yesuus fedhii Waaqayyo isiniif qabu dha. 19 Ibidda hafuuraa hin dhaamsinaa.+ 20 Raajii dubbatamu hin tuffatinaa.+ 21 Waan hundumaa qoraa mirkaneeffadhaa;+ wanta gaarii taʼe jabeessaa qabadhaa. 22 Hammina akaakuu hundumaa irraa fagaadhaa.+

23 Waaqni nagaa ofuma isaatiin guutummaatti isin haa qulqulleessu. Yaa obbolootaa, guyyaa Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos argamutti+ hafuurri keessan, lubbuun* keessanii fi qaamni keessan karaa hundumaan fayyaa taʼee mudaa malee haa eegamu. 24 Inni isin waame amanamaa dha; kanas dhuguma ni raawwata.

25 Yaa obbolootaa, nuuf kadhachuu keessan itti fufaa.+

26 Dhungannaa qulqulluudhaan obboloota hunda nagaa gaafadhaa.

27 Xalayaan kun obboloota hundumaatiif akka dubbifamu maqaa Gooftaatiin isinan kadhadha.+

28 Gaarummaa guddaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isinii wajjin haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi