LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 35
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa diinota irraa ooluuf dhihaate

        • Diinonni ni ariʼamu (5)

        • Namoota hedduu gidduutti Waaqa jajachuu (18)

        • Sababa malee jibbamuu (19)

Faarfannaa 35:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 24:15
  • +Fr 3:7

Faarfannaa 35:2

Miiljaleewwan

  • *

    Gaachana xixinnoo yeroo baayʼee warri xiyya darbatan qabatan.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:3
  • +Isa 42:13

Faarfannaa 35:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:26
  • +Isa 12:2

Faarfannaa 35:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:18

Faarfannaa 35:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:19, 20; Isa 37:36

Faarfannaa 35:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kootiif.”

Faarfannaa 35:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:6; 141:10

Faarfannaa 35:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:17
  • +Fr 40:17; Fak 22:22, 23

Faarfannaa 35:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:12; Mat 26:59

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 146

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2011, ful. 14

Faarfannaa 35:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kootti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 19:4, 5; 20:33; Er 18:20

Faarfannaa 35:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Ykn., “bobaa kootti deebiʼettis.”

Faarfannaa 35:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “bixxillee tokkoof jedhanii qoosu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:12

Faarfannaa 35:17

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Kal., “Takkittii tiyya,” lubbuu isaa ykn jireenya isaa argisiisa.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +An 1:13
  • +Fr 142:6
  • +Fr 22:20; 57:4

Faarfannaa 35:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:22

Faarfannaa 35:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 69:4; Fak 6:12, 13; Yoh 15:24, 25

Faarfannaa 35:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 31:13; Er 11:19; Mat 26:4

Faarfannaa 35:22

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:1
  • +Fr 10:1; 71:12

Faarfannaa 35:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 26:1; 96:13

Faarfannaa 35:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ishoo! Lubbuu keenya.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 41:1, 2

Faarfannaa 35:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 84:11; 149:4

Faarfannaa 35:28

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “irratti xiinxala.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 51:14
  • +Fr 71:24

Yaada Wal Simu

Far. 35:11Sa 24:15
Far. 35:1Fr 3:7
Far. 35:2Bau 15:3
Far. 35:2Isa 42:13
Far. 35:31Sa 23:26
Far. 35:3Isa 12:2
Far. 35:4Er 17:18
Far. 35:5Bau 14:19, 20; Isa 37:36
Far. 35:8Fr 57:6; 141:10
Far. 35:10Fr 18:17
Far. 35:10Fr 40:17; Fak 22:22, 23
Far. 35:11Fr 27:12; Mat 26:59
Far. 35:121Sa 19:4, 5; 20:33; Er 18:20
Far. 35:16Fr 37:12
Far. 35:17An 1:13
Far. 35:17Fr 142:6
Far. 35:17Fr 22:20; 57:4
Far. 35:18Fr 22:22
Far. 35:19Fr 69:4; Fak 6:12, 13; Yoh 15:24, 25
Far. 35:20Fr 31:13; Er 11:19; Mat 26:4
Far. 35:22Fr 28:1
Far. 35:22Fr 10:1; 71:12
Far. 35:24Fr 26:1; 96:13
Far. 35:25Fr 41:1, 2
Far. 35:27Fr 84:11; 149:4
Far. 35:28Fr 51:14
Far. 35:28Fr 71:24
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
  • 28
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 35:1-28

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

35 Yaa Yihowaa, dhimma seeraa koo irratti warra na morman naaf falmi;+

Warra naan lolan loli.+

 2 Gaachana kee isa xinnoo* fi gaachana kee isa guddaa fudhadhuutii,+

Naaf falmuuf kaʼi.+

 3 Eeboo kee fi qottoo waraanaa kee warra na ariʼatan irratti kaasi.+

“Kan si fayyisu ana dha” naan jedhi.+

 4 Warri lubbuu koo adamsan haa qaanaʼan, haa salphatanis.+

Warri na balleessuuf natti malatan salphatanii duubatti haa deebiʼan.

 5 Isaan akka habaqii bubbee keessaa haa taʼan;

Maleekaan Yihowaas isaan haa ariʼu.+

 6 Yommuu maleekaan Yihowaa isaan hordofus,

Daandiin isaanii dukkanaa fi mucuca haa taʼu.

 7 Isaan sababii malee na qabuuf dhoksaatti saaphana diriirsaniiru;

Sababii malees boolla naaf* qotaniiru.

 8 Akka tasaa balaan isaan irra haa gaʼu;

Saaphanni isaan dhoksaatti kaaʼan isaan haa qabu;

Isaan achi keessatti kufanii haa badan.+

 9 Ani garuu Yihowaatti nan gammada;

Gochawwan fayyinaa isaattis nan gammada.

10 Lafeewwan koo hundi akkana jedhu:

“Yaa Yihowaa, kan akka keetii eenyu?

Ati nama gargaarsa hin qabne warra isa caalaa ciccimoo taʼan jalaa,+

Isa gargaarsa hin qabnee fi isa hiyyeessa taʼes, warra isaan saaman jalaa ni oolchita.”+

11 Ragoonni hamoo taʼan dhihaatanii,+

Wanta ani waaʼee isaa homaa hin beekne na gaafatan.

12 Wanta gaarii ani godheef hamaa naaf deebisan,+

Akka gaddi natti* dhagaʼamus ni godhan.

13 Yommuu isaan dhukkubsatanitti garuu, ani uffata gaddaa nan uffadhe,

Soomaan of* nan cunqurse;

Yeroo kadhannaan koo deebii utuu hin argatin hafettis,*

14 Akka waan michuun koo yookiin obboleessi koo duʼeetti asii fi achi deemaa nan booʼe;

Akka namni tokko haadha isaatiif booʼuttis gaddaan mataa koo gad nan qabe.

15 Yommuu ani gufadhetti garuu, isaan gammadanii walitti qabaman;

Riphanii na rukutuufis walitti qabaman;

Na cicciran, dubbiidhaan na waraanuu isaaniis itti fufan.

16 Warri Waaqa hin sodaanne tuffiidhaan natti qoosu;*

Ilkaan isaaniis natti qaratu.+

17 Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti callistee ilaalta?+

Haleellaa isaanii irraa na* oolchi;+

Lubbuu koo isa gatii guddaa qabus* leencota saafela jalaa oolchi.+

18 Anis gumii guddaa keessatti galata siif nan galcha;+

Namoota hedduu gidduuttis sin jajadha.

19 Warri sababii malee diinota koo taʼan rakkina na irra gaʼetti akka gammadan hin heyyamin;

Warri sababii malee na jibban hamminaan ijaan akka walitti himan hin heyyamin.+

20 Isaan dubbii nagaa hin dubbatan,

Kanaa mannaa, namoota biyyattii warra naga qabeeyyii taʼan irratti haxxummaadhaan mala qopheessu.+

21 Isaan, “Ishoo! Ishoo! Ijji keenya kana argeera” jechaa,

Na himachuuf afaan isaanii balʼisanii banu.

22 Yaa Yihowaa, ati kana argiteetta. Calluma hin jedhin.+

Yaa Yihowaa, na irraa hin fagaatin.+

23 Naaf falmuuf dammaqi, kaʼis,

Yaa Waaqa koo Yihowaa, dhimma seeraa koo irratti naaf falmi.

24 Yaa Waaqa koo Yihowaa, akka qajeelummaa keetti naaf murteessi;+

Isaan rakkina na irra gaʼetti akka gammadan hin godhin.

25 Isaan matumaa garaa isaaniitti, “Ishoo! Wanta barbaanne arganneerra”* hin jedhin.

Isaan matumaa, “Isa liqimsineerra” hin jedhin.+

26 Warri rakkina na irra gaʼetti gammadan hundi,

Haa qaanaʼan, haa salphatanis.

Warri ana irratti ol of qaban qaanii fi salphina haa uffatan.

27 Warri qajeelummaa kootti gammadan garuu haa ililchan;

Isaan yeroo hundumaa,

“Yihowaan inni nagaa tajaajilaa isaatti gammadu ulfina haa argatu”+ haa jedhan.

28 Achiis arrabni koo qajeelummaa kee irra deddeebiʼee dubbata,*+

Guyyaa guutuus si jajata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi