LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 4
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Fakkeenyaa

      • Qajeelfama gaarii abbaan tokko kenne (1-27)

        • Hundumaa caalaa ogummaa argadhu (7)

        • Daandii hamootaa irraa baqadhu (14, 15)

        • Daandiin qajeelotaa ifni isaa ittuma dabalaa deema (18)

        • “Garaa kee eeggadhu” (23)

Fakkeenya 4:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:6, 7; Fak 19:20; Efe 6:1

Fakkeenya 4:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Seera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 28:9

Fakkeenya 4:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 2:12
  • +1Mo 1:16-21

Fakkeenya 4:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 4:9
  • +Lew 18:5

Fakkeenya 4:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 8:3, 8; Fak 9:10

Fakkeenya 4:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta dursi kennamuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:12
  • +Fak 15:14; Mat 13:23; Ibr 5:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    5/2022, ful. 20

Fakkeenya 4:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 1:17, 20
  • +1Mo 4:29

Fakkeenya 4:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 5:16

Fakkeenya 4:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Mo 4:29
  • +Isa 26:7

Fakkeenya 4:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 8:10; Ibr 2:1; 12:5, 6
  • +Kes 32:45-47; Ibr 12:11

Fakkeenya 4:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 1:1; 1Qo 15:33

Fakkeenya 4:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Amo 5:15; Efe 5:11
  • +Fak 5:3, 8; 1Ta 5:22

Fakkeenya 4:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 23:3, 4; Fr 119:105; 1Qo 13:12; 2Qo 4:6; 2Ph 1:19

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2021, ful. 8-9

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 19

    Barreeffamoota Qorannaa Walgaʼii, 9/2019, ful. 8

    Masaraa Eegumsaa,

    7/15/2011, ful. 29-30

    3/1/2006, ful. 14

Fakkeenya 4:20

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Gurra kees wantan jedhutti qabi.”

Fakkeenya 4:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:8; Fak 2:1

Fakkeenya 4:22

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 4:8

Fakkeenya 4:23

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:9; Mar 7:21-23; Efe 6:14

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa,

    3/2023, ful. 7

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2019, ful. 14-19

Fakkeenya 4:24

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 2:1

Fakkeenya 4:25

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Ijji kee inni ifu fuuldura kee qofa haa ilaalu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 6:22

Fakkeenya 4:26

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “of eeggannoodhaan ilaali.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 5:15

Fakkeenya 4:27

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 12:32; Iya 1:7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Jaalala Waaqayyoo, ful. 82

Yaada Wal Simu

Fak. 4:1Kes 6:6, 7; Fak 19:20; Efe 6:1
Fak. 4:21Se 28:9
Fak. 4:31Mo 2:12
Fak. 4:31Mo 1:16-21
Fak. 4:4Kes 4:9
Fak. 4:4Lew 18:5
Fak. 4:5Nah 8:3, 8; Fak 9:10
Fak. 4:7Lal 7:12
Fak. 4:7Fak 15:14; Mat 13:23; Ibr 5:14
Fak. 4:8Dan 1:17, 20
Fak. 4:81Mo 4:29
Fak. 4:10Kes 5:16
Fak. 4:111Mo 4:29
Fak. 4:11Isa 26:7
Fak. 4:13Fak 8:10; Ibr 2:1; 12:5, 6
Fak. 4:13Kes 32:45-47; Ibr 12:11
Fak. 4:14Fr 1:1; 1Qo 15:33
Fak. 4:15Amo 5:15; Efe 5:11
Fak. 4:15Fak 5:3, 8; 1Ta 5:22
Fak. 4:182Sa 23:3, 4; Fr 119:105; 1Qo 13:12; 2Qo 4:6; 2Ph 1:19
Fak. 4:21Fr 40:8; Fak 2:1
Fak. 4:221Xi 4:8
Fak. 4:23Er 17:9; Mar 7:21-23; Efe 6:14
Fak. 4:241Ph 2:1
Fak. 4:25Mat 6:22
Fak. 4:26Efe 5:15
Fak. 4:27Kes 12:32; Iya 1:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
  • 24
  • 25
  • 26
  • 27
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Fakkeenya 4:1-27

Fakkeenya

4 Yaa ilmaan koo, adaba abbaa dhagaʼaa;+

Hubannaa argachuuf xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa,

 2 Qajeelfama gaarii isiniif nan kenna;

Barumsa* koo hin dhiisinaa.+

 3 Ani abbaa kootiif ilma dhugaan ture,+

Haati tiyyas anaaf jaalala guddaa qabdi turte.+

 4 Inni akkana jedhee na barsiiseera: “Garaan kee dubbii koo cimsee haa qabatu.+

Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis ni jiraatta.+

 5 Ogummaa argadhu, hubannaas argadhu.+

Wantan jedhu hin irraanfatin, isa irraas hin gorin.

 6 Isa hin dhiisin, innis si eega.

Isa jaalladhu, innis si golga.

 7 Ogummaan wanta baayʼee barbaachisaa taʼe* waan taʼeef,+ ogummaa argadhu,

Wanta qabdu hundumaa irrattis hubannaa qabaadhu.+

 8 Bakka guddaa isaaf kenni, innis ol si qaba.+

Ati waan isa hammattuuf, inni ulfina siif kenna.+

 9 Inni mataa kee irra gonfoo nama hawwatu ni kaaʼa;

Gonfoo bareedinaatiinis si miidhagsa.”

10 Yaa ilma koo, dhagaʼi, dubbii koo fudhadhu,

Barri jireenya keetiis hedduu ni taʼa.+

11 Daandii ogummaa irratti sin barsiisa;+

Daandiiwwan qajeelinaa irrattis sin geggeessa.+

12 Yommuu deemtu, tarkaanfiin kee duubatti hin harkifamu;

Yoo fiigdes, hin gufattu.

13 Adaba cimsii qabadhu; hin gadhiisin.+

Inni jireenya kee waan taʼeef, isa eegi.+

14 Daandii jalʼootaatti hin seenin,

Daandii namoota hamoo irras hin deemin.+

15 Irraa baqadhu, isa irra hin buʼin;+

Irraa gori, bira darbii deemi.+

16 Isaan wanta hamaa yoo raawwatan malee rafuu hin dandaʼan.

Nama tokko yoo lafaan dhaʼan malee hirriba hin argatan.

17 Isaan nyaata hamminaa sooratu,

Daadhii wayinii jalʼinaas ni dhugu.

18 Daandiin qajeelotaa garuu akkuma ifa ganamaa isa akka gaariitti ifuu ti;

Hamma akka ifa saafaa taʼuttis ifni isaa ittuma dabalaa deema.+

19 Daandiin hamootaa garuu akkuma dukkanaa ti;

Isaan wanta isaan gufachiisu hin beekan.

20 Yaa ilma koo, dubbii koo dhagaʼi;

Wantan jedhus of eeggannoodhaan dhaggeeffadhu.*

21 Ija kee duraa isaan hin fageessin;

Garaa kee keessatti isaan qabadhu,+

22 Sababiin isaas, isaan warra isaan argataniif jireenya,+

Guutummaa qaama* isaaniitiifis fayyaa argamsiisu.

23 Maddi jireenyaa isa keessaa waan argamuuf,

Wantoota hundumaa caalaa garaa kee eeggadhu.+

24 Dubbii micciiramaa of irraa fageessi,+

Dubbii jalʼaa irraas fagaadhu.

25 Ijji kee kallattiidhaan fuulduratti haa ilaalu,

Eeyyee, kallattiidhaan fuuldura kee qofa ilaali.*+

26 Daandii miila keetii wal qixxeeffadhu,*+

Daandiin kee hundis amansiisaa ni taʼa.

27 Gara mirgaatti yookiin gara bitaatti hin gorin.+

Miila kee wanta hamaa irraa deebisi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi