LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 94
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa Waaqni akka haaloo baʼu dhihaate

        • ‘Hamoonni hamma yoomiitti itti fufu?’ (3)

        • Sirreeffamni Yaah kennu gammachuu argamsiisa (12)

        • Waaqayyo saba isaa hin dhiisu (14)

        • “Maqaa seeraatiin rakkina qopheessuu” (20)

Faarfannaa 94:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:35; Nho 1:2; Rom 12:19

Faarfannaa 94:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 18:25; HoE 17:31
  • +Fr 31:23

Faarfannaa 94:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 73:3; 74:10

Faarfannaa 94:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 14:4

Faarfannaa 94:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:2, 7; His 8:12
  • +Fr 10:4, 11; 73:3, 11; Isa 29:15

Faarfannaa 94:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 1:22

Faarfannaa 94:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “dhaabe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:15

Faarfannaa 94:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:5; Isa 10:12
  • +Fr 25:8; Isa 28:26; Yoh 6:45

Faarfannaa 94:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 3:20

Faarfannaa 94:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:71; Fak 3:11; 1Qo 11:32; Ibr 12:5, 6
  • +Fr 19:8

Faarfannaa 94:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 55:23; 2Ph 2:9

Faarfannaa 94:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 12:22; Fr 37:28; Ibr 13:5
  • +Kes 32:9

Faarfannaa 94:17

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “callisee nan jiraadhan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 124:2, 3; 2Qo 1:10

Faarfannaa 94:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 2:9; Fr 37:24; 121:3; Fru 3:22

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

Faarfannaa 94:19

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Yaanni nama jeequ.”

  • *

    Ykn., “na keessatti yommuu baayʼatetti.”

  • *

    Ykn., “Jajjabinni kee lubbuu koo tasgabbeesse.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:17; Flp 4:6, 7

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 25

    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu, mataduree 189

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 8

Faarfannaa 94:20

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Bulchitoonni; Abbootiin murtii.”

  • *

    Ykn., “labsiidhaan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:1; Dan 6:7; HoE 5:27, 28

Faarfannaa 94:21

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu nama qajeelaa.”

  • *

    Kal., “Dhiiga nama qulqulluu yakkamaa (hamaa) godhu.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:3
  • +1Mo 21:13

Faarfannaa 94:22

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ol kaʼaa taʼe.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:2

Faarfannaa 94:23

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “cal jechisiisa.”

  • *

    Kal., “cal jechisiisa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 5:22; 2Ta 1:6
  • +1Sa 26:9, 10

Yaada Wal Simu

Far. 94:1Kes 32:35; Nho 1:2; Rom 12:19
Far. 94:2Uma 18:25; HoE 17:31
Far. 94:2Fr 31:23
Far. 94:3Fr 73:3; 74:10
Far. 94:5Fr 14:4
Far. 94:7Fr 59:2, 7; His 8:12
Far. 94:7Fr 10:4, 11; 73:3, 11; Isa 29:15
Far. 94:8Fak 1:22
Far. 94:9Fr 34:15
Far. 94:10Fr 9:5; Isa 10:12
Far. 94:10Fr 25:8; Isa 28:26; Yoh 6:45
Far. 94:111Qo 3:20
Far. 94:12Fr 119:71; Fak 3:11; 1Qo 11:32; Ibr 12:5, 6
Far. 94:12Fr 19:8
Far. 94:13Fr 55:23; 2Ph 2:9
Far. 94:141Sa 12:22; Fr 37:28; Ibr 13:5
Far. 94:14Kes 32:9
Far. 94:17Fr 124:2, 3; 2Qo 1:10
Far. 94:181Sa 2:9; Fr 37:24; 121:3; Fru 3:22
Far. 94:19Fr 86:17; Flp 4:6, 7
Far. 94:20Isa 10:1; Dan 6:7; HoE 5:27, 28
Far. 94:21Fr 59:3
Far. 94:211Mo 21:13
Far. 94:22Fr 18:2
Far. 94:23Fak 5:22; 2Ta 1:6
Far. 94:231Sa 26:9, 10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
  • 22
  • 23
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 94:1-23

Faarfannaa

94 Waaqa haaloo baʼu kan taate yaa Yihowaa,+

Ati Waaqni haaloo baatu, ifa kee ibsi!

 2 Yaa Abbaa Murtii lafaa, kaʼi.+

Warra of tuulaniif wanta isaaniif malu deebisi.+

 3 Yaa Yihowaa, hamoonni hamma yoomiitti,

Hamma yoomiitti gammaduu isaanii itti fufu?+

 4 Isaan utuu itti hin yaadin of tuulummaadhaan dubbatu;

Warri balleessaa raawwatan hundi of jaju.

 5 Yaa Yihowaa, isaan saba kee ni caccabsu,+

Dhaala kees ni cunqursu.

 6 Dubartii abbaan manaa irraa du’ee fi nama biyya ormaa,

Akkasumas mucaa abbaa hin qabne ni ajjeesu.

 7 Isaan, “Yaah hin argu;+

Waaqni Yaaqoob kana hin hubatu” jedhu.+

 8 Isin warri hubannaa hin qabne kana hubadhaa;

Isin gowwoonni, hubannaa akka qabdan kan argisiistan yoomi?+

 9 Inni gurra tolche* dhagaʼuu hin dandaʼuu?

Inni ija tolche arguu hin dandaʼuu?+

10 Inni sabootaaf sirreeffama kennu, adabuu hin dandaʼuu?+

Sabootaaf beekumsa kan kennu isa dha!+

11 Yihowaan yaada namootaa,

Isaan hafuuruma qofa taʼuu isaanii beeka.+

12 Yaa Yaah, namni ati sirreessitu,+

Namni ati seera kee barsiistu gammadaa dha;+

13 Kunis hamma isa hamaadhaaf boolli qotamutti+

Guyyaa rakkinaatti tasgabbii isaaf kennuuf jecha dha.

14 Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa hin dhiisu,+

Dhaala isaas+ hin gatu.

15 Murtiin ammas deebiʼee qajeelaa ni taʼa,

Warri garaa qajeelaa qaban hundis isa ni hordofu.

16 Eenyutu hamoota irratti naaf kaʼa?

Eenyutu warra balleessaa raawwatan falmuudhaan naaf dhaabbata?

17 Yihowaan gargaaraa koo utuu taʼuu baatee,

Silaa yoona badeen* ture.+

18 “Miilli koo ni mucucaate” yommuun jedhetti,

Yaa Yihowaa, jaalalli kee inni amanamaan na deggere.+

19 Yaaddoon* yeroo na liqimsetti,*

Ati na jajjabeessite, na tasgabbeessites.*+

20 Teessoon* badii utuma maqaa seeraatiin* rakkina qopheessuu,+

Sii wajjin tokkummaa qabaachuu dandaʼaa?

21 Isaan hamminaan nama qajeelaa* ni haleelu,+

Nama qulqulluu irrattis duʼa murteessu.*+

22 Yihowaan garuu, iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* naaf taʼa,

Waaqni koo qarsaa ani kooluu itti galu dha.+

23 Inni gochi hamminaa isaanii isaanuma irratti akka deebiʼu godha.+

Hamminuma isaaniitiin isaan balleessa.*

Waaqni keenya Yihowaan isaan ni balleessa.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi