LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 66
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Hojiiwwan Waaqayyoo warra dinqisiisoo taʼan

        • “Kottaatii hojiiwwan Waaqayyoo ilaalaa” (5)

        • ‘Wareegawwan koo siif nan raawwadha’ (13)

        • Waaqni kadhannaa ni dhagaʼa (18-20)

Faarfannaa 66:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 98:4

Faarfannaa 66:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 72:19; Mul 4:11

Faarfannaa 66:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:16; Fr 76:12; Isa 2:19; Er 10:10
  • +Fr 81:15

Faarfannaa 66:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:27; Mil 1:11
  • +Isa 42:10; Mul 15:4

Faarfannaa 66:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 46:8; Sef 2:11

Faarfannaa 66:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 14:21, 22
  • +Iya 3:15, 16
  • +Bau 15:1

Faarfannaa 66:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Dan 4:34; 1Xi 1:17
  • +Fr 11:4; Fak 15:3; Ibr 4:13
  • +Isa 37:29

Faarfannaa 66:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:43; Rom 15:10

Faarfannaa 66:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “gatantaru.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 25:29
  • +1Sa 2:9; Fr 121:3

Faarfannaa 66:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 8:2

Faarfannaa 66:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mudhii keenya.”

Faarfannaa 66:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “mataa keenya.”

Faarfannaa 66:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 15:3
  • +Fr 56:12; 116:14; Lal 5:4, 5

Faarfannaa 66:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 30:2; Abo 11:35

Faarfannaa 66:16

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu kootiif.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 22:24

Faarfannaa 66:18

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 27:8, 9; Fak 15:29; 28:9; Isa 1:15; Yoh 9:31

Faarfannaa 66:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:6; 65:2; 116:1; 1Yo 3:22
  • +Ibr 5:7

Yaada Wal Simu

Far. 66:1Fr 98:4
Far. 66:2Fr 72:19; Mul 4:11
Far. 66:3Bau 15:16; Fr 76:12; Isa 2:19; Er 10:10
Far. 66:3Fr 81:15
Far. 66:4Fr 22:27; Mil 1:11
Far. 66:4Isa 42:10; Mul 15:4
Far. 66:5Fr 46:8; Sef 2:11
Far. 66:6Bau 14:21, 22
Far. 66:6Iya 3:15, 16
Far. 66:6Bau 15:1
Far. 66:7Dan 4:34; 1Xi 1:17
Far. 66:7Fr 11:4; Fak 15:3; Ibr 4:13
Far. 66:7Isa 37:29
Far. 66:8Kes 32:43; Rom 15:10
Far. 66:91Sa 25:29
Far. 66:91Sa 2:9; Fr 121:3
Far. 66:10Kes 8:2
Far. 66:13Lak 15:3
Far. 66:13Fr 56:12; 116:14; Lal 5:4, 5
Far. 66:14Lak 30:2; Abo 11:35
Far. 66:16Fr 22:24
Far. 66:18Iyo 27:8, 9; Fak 15:29; 28:9; Isa 1:15; Yoh 9:31
Far. 66:19Fr 34:6; 65:2; 116:1; 1Yo 3:22
Far. 66:19Ibr 5:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 66:1-20

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa.

66 Guutummaan lafaa miira injifannootiin Waaqayyoof ililchi.+

 2 Maqaa isaa isa ulfina qabeessa taʼeef faarfannaa galataa faarfadhu.*

Jajannaadhaanis ulfina isaaf kenni.+

 3 Waaqayyoon akkana jedhi: “Hojiiwwan kee hammam sodaachisoo dha!+

Humna kee isa guddaadhaan kan kaʼe,

Diinonni kee si duratti ni hollatu.+

 4 Namoonni lafa irra jiraatan hundi si duratti ni sagadu;+

Faarfannaa galataa siif ni faarfatu;

Maqaa keetiifis faarfannaa galataa ni faarfatu.”+ (Seelaa)

 5 Kottaatii hojiiwwan Waaqayyoo ilaalaa.

Gochawwan inni ilmaan namootaatiif raawwate sodaachisoo dha.+

 6 Inni galaanicha gara lafa gogaatti jijjiire;+

Lagicha miila isaaniitiin ceʼan.+

Nutis achitti isatti gammanne.+

 7 Inni jabina isaatiin bara baraaf ni bulcha.+

Ijji isaa saboota hordofuu isaa hin dhiisu.+

Warri didaa taʼan of tuuluu hin qaban.+ (Seelaa)

 8 Yaa namootaa, Waaqa keenya jajadhaa,+

Sagaleen inni ittiin jajamus haa dhagaʼamu.

 9 Inni lubbuudhaan nu tursa;+

Miilli keenya akka gufatu* hin heyyamu.+

10 Yaa Waaqayyo, ati nu qorteetta;+

Akkuma meetiin qulqulleeffamutti nu qulqulleessiteetta.

11 Saaphana keessa nu galchiteetta;

Baʼaa ulfaataa gad nu qabus nu* irra keesseetta.

12 Namni duʼu akka nu* irra gulufu heyyamteetta;

Nuti ibiddaa fi bishaan keessa darbine;

Achiis gara iddoo boqonnaatti nu fidde.

13 Aarsaawwan guutummaatti gubaman qabadhee gara mana kee nan dhufa;+

Wareegawwan koos siif nan raawwadha,+

14 Wareegawwan kunis warra yeroon dhiphina keessa turetti hidhii kootiin waadaa gale,+

Afaan kootiinis dubbadhe dha.

15 Horiiwwan coccoomoo aarsaa gubamu godhee

Aara korbeeyyii hoolaa aarsaa taʼanii dhihaatanii wajjin siif nan dhiheessa.

Qotiyyoowwan korbeeyyii reʼee wajjin aarsaa godhee siif nan dhiheessa. (Seelaa)

16 Isin warri Waaqayyoon sodaattan, kottaatii dhagaʼaa,

Anis wanta inni naaf* godhe isinittan hima.+

17 Afaan kootiin isa nan waammadha,

Arraba kootiinis ulfina isaaf nan kenna.

18 Garaa kootti wanta nama miidhu akkamii iyyuu yaadeera utuun taʼee,

Silaa Yihowaan na hin dhagaʼu ture.+

19 Garuu Waaqayyo na dhagaʼeera;+

Kadhannaa kootiifis xiyyeeffannaa kenneera.+

20 Waaqni inni kadhannaa koo hin tuffanne,

Inni jaalala isaa isa amanamaa natti argisiisuu irraa duubatti hin jenne haa jajamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi