LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa yommuu saboonni saba Waaqaa weeraranitti dhihaate

        • “Warra arrabsaman taaneerra” (4)

        • ‘Maqaa keetiif jedhiitii nu gargaari’ (9)

        • “Olloota keenyaaf dachaa torba deebisi” (12)

Faarfannaa 79:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 25:1

Faarfannaa 79:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:17
  • +2Mo 24:12, 13; Fr 74:3, 7; Fru 1:10
  • +2Mo 25:9, 10; 2Se 36:17-19; Er 52:13

Faarfannaa 79:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 7:33; 15:3; 34:20

Faarfannaa 79:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 14:16; 16:4

Faarfannaa 79:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:37; His 36:4

Faarfannaa 79:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:1; 85:5; Isa 64:9
  • +Sef 1:18

Faarfannaa 79:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 10:25

Faarfannaa 79:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 36:20, 21

Faarfannaa 79:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Nah 9:34
  • +Fr 69:17; Fru 3:22

Faarfannaa 79:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “haguugi.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:35
  • +Iya 7:9; 1Sa 12:22; 2Se 14:11; Fr 115:1, 2; Isa 48:9; Er 14:7

Faarfannaa 79:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yoe 2:17
  • +Er 51:35; His 36:23

Faarfannaa 79:11

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ilmaan duʼaa.”

  • *

    Ykn tarii, “bilisa baasuuf.”

  • *

    Kal., “irree.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 2:23; Isa 42:6, 7
  • +Fr 102:19, 20

Faarfannaa 79:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:18
  • +Er 12:14

Faarfannaa 79:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 74:1; 95:7; 100:3
  • +Fr 145:4; Isa 43:21

Yaada Wal Simu

Far. 79:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Se 25:1
Far. 79:1Bau 15:17
Far. 79:12Mo 24:12, 13; Fr 74:3, 7; Fru 1:10
Far. 79:12Mo 25:9, 10; 2Se 36:17-19; Er 52:13
Far. 79:2Er 7:33; 15:3; 34:20
Far. 79:3Er 14:16; 16:4
Far. 79:4Kes 28:37; His 36:4
Far. 79:5Fr 74:1; 85:5; Isa 64:9
Far. 79:5Sef 1:18
Far. 79:6Er 10:25
Far. 79:72Se 36:20, 21
Far. 79:8Nah 9:34
Far. 79:8Fr 69:17; Fru 3:22
Far. 79:91Se 16:35
Far. 79:9Iya 7:9; 1Sa 12:22; 2Se 14:11; Fr 115:1, 2; Isa 48:9; Er 14:7
Far. 79:10Yoe 2:17
Far. 79:10Er 51:35; His 36:23
Far. 79:11Bau 2:23; Isa 42:6, 7
Far. 79:11Fr 102:19, 20
Far. 79:12Fr 74:18
Far. 79:12Er 12:14
Far. 79:13Fr 74:1; 95:7; 100:3
Far. 79:13Fr 145:4; Isa 43:21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 79:1-13

Faarfannaa

Faarfannaa Asaaf.+

79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+

Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+

Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+

 2 Reeffa tajaajiltoota keetii nyaata godhanii simbirroota samiitiif,

Foon warra siif amanamoo taʼaniis bineensota bosonaa lafa irra jiraniif kennaniiru.+

 3 Dhiiga isaanii naannoo Yerusaalemitti akka bishaaniitti dhangalaasaniiru,

Isaan awwaaluufis lubbuudhaan kan oole hin turre.+

 4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+

Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.

 5 Yaa Yihowaa, akka malee kan dheekkamtu hamma yoomiitti? Bara baraafii?+

Aariin kee akka ibiddaatti kan bobaʼu hoo hamma yoomiitti?+

 6 Saboota si hin beekne irratti,

Mootummoota maqaa kee hin waammanne irrattis dheekkamsa kee dhangalaasi.+

 7 Sababiin isaas, isaan Yaaqoobiin nyaataniiru,

Biyya isaas onsaniiru.+

 8 Balleessaa abbootii keenyaatiif akka itti gaafatamnu hin godhin.+

Baayʼee waan gad qabamneef,

Dafiitii gara laafina kee nutti argisiisi.+

 9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+

Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;

Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+

10 Saboonni, “Waaqni isaanii eessa jira?”+ maaliif jedhu?

Dhiiga tajaajiltoota keetii isa dhangalaʼeef haaloon akka baʼame,+

Ijuma keenya duratti saboota gidduutti haa beekamu.

11 Inni hidhame yommuu aadu dhagaʼi.+

Warra duuti itti murteeffame* lubbuudhaan tursuuf* humna* kee isa guddaatti fayyadami.+

12 Yaa Yihowaa, arrabsoo isaan si arrabsaniif,+

Olloota keenyaaf dachaa torba deebisi.+

13 Achiis nuti, sabni kee warri hoolota iddoo dheedichaa keetii taane,+

Bara baraaf galata siif galchina;

Dhalootaa hamma dhalootaattis jajamuu kee ni labsina.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi