LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 23
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Iyyaasuu

      • Yaada xumuraa Iyyaasuun geggeessitoota Israaʼelitti hime (1-16)

        • Dubbiin Yihowaa tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne (14)

Iyyaasuu 23:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 33:14; Lew 26:6; Iya 21:44
  • +Iya 13:1

Iyyaasuu 23:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 16:18
  • +Kes 31:28

Iyyaasuu 23:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 20:4; Iya 10:11-14, 40, 42

Iyyaasuu 23:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lixa biiftuutiin.”

  • *

    Jechuunis, Meditiraaniyaatti.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 7:1
  • +Iya 18:10
  • +Iya 13:2-6

Iyyaasuu 23:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:30; 33:2; Kes 11:23
  • +Lak 33:53

Iyyaasuu 23:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 24:7; Kes 17:18; 31:26
  • +Kes 5:32; 12:32; Iya 1:7, 8

Iyyaasuu 23:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:33; Kes 7:2
  • +Bau 23:13
  • +Bau 20:5

Iyyaasuu 23:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 10:20; Iya 22:5

Iyyaasuu 23:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 11:23
  • +Iya 1:3-5

Iyyaasuu 23:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 28:7
  • +Bau 23:27; Kes 3:22
  • +Lew 26:8; Abo 3:31; 2Sa 23:8

Iyyaasuu 23:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 6:5
  • +Kes 4:9; Iya 22:5

Iyyaasuu 23:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 23:29; Iya 13:2-6
  • +Bau 34:16; Kes 7:3; Abo 3:6; 1Mo 11:4; Iz 9:2

Iyyaasuu 23:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Abo 2:3, 21
  • +Lak 33:55

Iyyaasuu 23:14

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Ani harʼa daandii lafaa hunda deemuufan jedha.”

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iya 21:45; 1Mo 8:56

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    5/15/2008, ful. 17-18

    11/1/2007, ful. 13-15

Iyyaasuu 23:15

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “abaarsa sana hundumaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lew 26:3-12; Kes 28:1
  • +Lew 26:14-17; Kes 28:15, 63

Iyyaasuu 23:16

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 24:20
  • +Iya 23:12, 13

Yaada Wal Simu

Iya. 23:1Bau 33:14; Lew 26:6; Iya 21:44
Iya. 23:1Iya 13:1
Iya. 23:2Kes 16:18
Iya. 23:2Kes 31:28
Iya. 23:3Kes 20:4; Iya 10:11-14, 40, 42
Iya. 23:4Kes 7:1
Iya. 23:4Iya 18:10
Iya. 23:4Iya 13:2-6
Iya. 23:5Bau 23:30; 33:2; Kes 11:23
Iya. 23:5Lak 33:53
Iya. 23:6Bau 24:7; Kes 17:18; 31:26
Iya. 23:6Kes 5:32; 12:32; Iya 1:7, 8
Iya. 23:7Bau 23:33; Kes 7:2
Iya. 23:7Bau 23:13
Iya. 23:7Bau 20:5
Iya. 23:8Kes 10:20; Iya 22:5
Iya. 23:9Kes 11:23
Iya. 23:9Iya 1:3-5
Iya. 23:10Kes 28:7
Iya. 23:10Bau 23:27; Kes 3:22
Iya. 23:10Lew 26:8; Abo 3:31; 2Sa 23:8
Iya. 23:11Kes 6:5
Iya. 23:11Kes 4:9; Iya 22:5
Iya. 23:12Bau 23:29; Iya 13:2-6
Iya. 23:12Bau 34:16; Kes 7:3; Abo 3:6; 1Mo 11:4; Iz 9:2
Iya. 23:13Abo 2:3, 21
Iya. 23:13Lak 33:55
Iya. 23:14Iya 21:45; 1Mo 8:56
Iya. 23:15Lew 26:3-12; Kes 28:1
Iya. 23:15Lew 26:14-17; Kes 28:15, 63
Iya. 23:162Mo 24:20
Iya. 23:16Iya 23:12, 13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Iyyaasuu 23:1-16

Iyyaasuu

23 Yihowaan Israaʼelotaaf diinota naannoo isaaniitti argaman hundumaa irraa boqonnaa erga kennee+ guyyoota hedduu booda, Iyyaasuunis dulloomee yeroo umuriin isaa sokketti,+ 2 Iyyaasuun Israaʼelota hundumaa, jaarsolii isaanii, dura buutota isaanii, abbootii murtii isaanii fi geggeessitoota isaanii+ waamee+ akkana isaaniin jedhe: “Ani dulloomeera, umuriin koos sokkeera. 3 Isiniif lolaa kan ture Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef,+ wanta Waaqni keessan Yihowaan isiniif jecha saboota kana hundumaa irratti raawwate hunda ijuma keessaniin argitaniittu. 4 Kunoo, ani biyya sabootaa isa hafe, akkasumas biyya saboota ani balleesse hundumaa,+ Yordaanos irraa kallattii dhihaatiin* hamma Galaana Guddaatti* carraadhaan+ gosoota keessaniif akka dhaalaatti hihireera.+ 5 Isin duraa kan isaan ariʼe Waaqa keessan Yihowaa dha;+ Waaqni keessan Yihowaan akkuma waadaa isiniif galettis,+ isin duraa isaan ariʼeera; isinis biyya isaanii dhaalaan fudhattaniittu.

6 “Ammas wanta kitaaba Seera+ Musee irratti barreeffame hundumaa eeguu fi raawwachuuf baayʼee onnatoo taʼaa; kanas kan gootan wanta barreeffame irraa matumaa gara mirgaatti yookiin gara bitaatti jalʼachuu dhiisuudhaan,+ 7 akkasumas matumaa saboota warra isin biratti hafan kanatti makamuu dhiisuudhaani.+ Isin maqaa waaqolii isaanii illee hin dhaʼinaa,+ isaaniin hin kakatinaa, matumaa isaan hin tajaajilinaa yookiin isaaniif hin sagadinaa.+ 8 Kanaa mannaa, akkuma hamma harʼaatti gootan Waaqa keessan Yihowaatti maxxanaa.+ 9 Yihowaan saboota guguddoo fi jajjaboo taʼan isin duraa ni ariʼa;+ hamma harʼaattis namni tokko illee isin dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ 10 Akkuma waadaa isiniif galetti+ kan isiniif lolu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef,+ isin keessaa namni tokko nama kuma ni ariʼa.+ 11 Kanaafuu, Waaqa keessan Yihowaa jaalladhaa;+ akka kanaan yeroo hundumaa of eeggadhaa.+

12 “Haa taʼu malee, isin guutummaatti duubatti deebitanii warra saboota sana irraa isin biratti hafan kanatti+ maxxantanii gaaʼelaan yoo walitti firoomtan,+ michoota isaanii yoo taatanii fi isaanis michoota keessan yoo taʼan, 13 kana booda Waaqni keessan Yihowaan saboota kana isin duraa akka hin ariine beekkadhaa.+ Hamma isin biyya gaarii Waaqni keessan Yihowaan isiniif kenne kana irraa balleeffamtanitti isaan kiyyoo fi hudhaa isinitti taʼu; dugda keessanitti qaccee,+ ija keessanitti immoo qoree ni taʼu.

14 “Kunoo, ani duʼuufan jedha;* waadaawwan gaggaarii Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundumaa keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin akka hin hafne isin garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan akka gaariitti beektu. Hundi isaanii iyyuu isiniif raawwatamaniiru. Isaan keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+ 15 Taʼus, waadaawwan gaggaariin Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundi akkuma isiniif raawwatamanitti,+ Yihowaan dhaʼichawwan akka fidu dubbate hundumaa* isin irratti fidee biyya Waaqni keessan Yihowaan isiniif kenne kana irraa haxaaʼee isin ni balleessa.+ 16 Kakuu Waaqa keessan Yihowaa isa inni akka eegdaniif isin ajaje yoo cabsitan, dhaqxaniis waaqolii kan biroo yoo tajaajiltanii fi isaaniif yoo sagaddan, dheekkamsi Yihowaa isin irratti ni bobaʼa;+ isinis yeruma sana biyya gaarii inni isiniif kenne irraa ni balleeffamtu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi