LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 55
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Isaayyaas

      • Affeerraa tolaan akka nyaatanii fi akka dhugan dhihaate (1-5)

      • Yihowaa fi dubbii isaa isa amansiisaa barbaaddadhaa (6-13)

        • Daandiin Waaqaa kan namaa irraa fagoo dha (8, 9)

        • Dubbiin Waaqaa dhugumaan ni raawwatama (10, 11)

Isaayyaas 55:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 42:2; 63:1; Amo 8:11; Mat 5:6
  • +Isa 41:17
  • +Mul 21:6; 22:17
  • +Yoe 3:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    11/2018, ful. 4

Isaayyaas 55:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maallaqa itti dadhabdanii argattan.”

  • *

    Kal., “Coomaanis.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 25:6
  • +Fr 36:7, 8; 63:5

Isaayyaas 55:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Yaq 4:8
  • +2Sa 7:8, 16; 23:5; Fr 89:28, 29; Er 33:25, 26; HoE 13:34
  • +Isa 61:8

Isaayyaas 55:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mul 1:5; 3:14
  • +Dan 9:25; Mat 23:10
  • +Uma 49:10

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Gurmaaʼuu, ful. 13-14

    Masaraa Eegumsaa,

    4/1/2007, ful. 26-27

Isaayyaas 55:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 49:3; 60:9
  • +Zak 8:23

Isaayyaas 55:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 28:9
  • +Fr 145:18; Yaq 4:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Isaayyaas 55:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Tolaan dhiifama waan godhuuf.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +His 18:21; HoE 3:19
  • +Lak 14:18; Fr 103:12, 13; Isa 43:25
  • +Bau 34:6; 2Se 33:12, 13

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 57

Isaayyaas 55:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 40:5

Isaayyaas 55:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 103:11

Isaayyaas 55:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “fedhii koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 23:19; Isa 46:11
  • +Fr 135:6; Isa 46:10
  • +Iya 23:14; Isa 45:23

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 340-341

    Masaraa Eegumsaa,

    6/1/2006, ful. 19-20

Isaayyaas 55:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 35:10
  • +Isa 54:13; 66:12
  • +Isa 42:11
  • +Isa 44:23

Isaayyaas 55:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “maqaa.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:19; 60:13
  • +Er 33:9

Yaada Wal Simu

Isa. 55:1Fr 42:2; 63:1; Amo 8:11; Mat 5:6
Isa. 55:1Isa 41:17
Isa. 55:1Mul 21:6; 22:17
Isa. 55:1Yoe 3:18
Isa. 55:2Isa 25:6
Isa. 55:2Fr 36:7, 8; 63:5
Isa. 55:3Yaq 4:8
Isa. 55:32Sa 7:8, 16; 23:5; Fr 89:28, 29; Er 33:25, 26; HoE 13:34
Isa. 55:3Isa 61:8
Isa. 55:4Mul 1:5; 3:14
Isa. 55:4Dan 9:25; Mat 23:10
Isa. 55:4Uma 49:10
Isa. 55:5Isa 49:3; 60:9
Isa. 55:5Zak 8:23
Isa. 55:61Se 28:9
Isa. 55:6Fr 145:18; Yaq 4:8
Isa. 55:7His 18:21; HoE 3:19
Isa. 55:7Lak 14:18; Fr 103:12, 13; Isa 43:25
Isa. 55:7Bau 34:6; 2Se 33:12, 13
Isa. 55:8Fr 40:5
Isa. 55:9Fr 103:11
Isa. 55:11Lak 23:19; Isa 46:11
Isa. 55:11Fr 135:6; Isa 46:10
Isa. 55:11Iya 23:14; Isa 45:23
Isa. 55:12Isa 35:10
Isa. 55:12Isa 54:13; 66:12
Isa. 55:12Isa 42:11
Isa. 55:12Isa 44:23
Isa. 55:13Isa 41:19; 60:13
Isa. 55:13Er 33:9
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Isaayyaas 55:1-13

Isaayyaas

55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+

Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa.

Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+

 2 Wanta nyaata hin taaneef maaliif maallaqa baastu?

Wanta nama hin quubsineefis maaliif mindaa keessan* baalleessitu?

Xiyyeeffannaadhaan na dhaggeeffadhaa, wanta gaarii taʼe nyaadhaa,+

Nyaata dhugumaan gaarii taʼeenis* gammachuu guddaa ni argattu.+

 3 Gurra keessan natti qabaa, gara koos kottaa.+

Dhagaʼaa, lubbuudhaanis ni jiraattu,

Anis jaalala amanamaa hin badne isa Daawititti argisiifamee wajjin haala wal simuun,+

Fedhii kootiin isinii wajjin kakuu bara baraa nan gala.+

 4 Kunoo, ani sabootaaf ragaa baatuu,+

Geggeessaa+ fi ajajaa+ isa godheera.

 5 Kunoo, ati saba hin beekne tokko ni waamta,

Inni ulfina waan sii kennuuf,+

Waaqa kee Yihowaa isa Qulqulluu kan Israaʼeliif jecha,+

Warri saba si hin beekne keessa jiran gara keetti ni fiigu.

 6 Yeroo inni argamutti Yihowaa barbaaddadhaa.+

Yeroo inni dhihoo jiruttis isa waammadhaa.+

 7 Namni hamaan daandii isaa,

Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+

Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+

Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+

 8 “Sababiin isaas, yaanni koo yaada keessanii wajjin,

Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko miti”+ jedha Yihowaan.

 9 “Akkuma samiin lafa irraa ol fagaatu,

Daandiin koo daandii keessan irraa,

Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.+

10 Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buʼee,

Lafa jiisuudhaan oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu,

Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma ol hin deebine,

11 Dubbiin afaan koo keessaa baʼus akkanuma ni taʼa.+

Dhugumaan wantan itti gammadu* ni raawwata,+

Wantan itti isa erges fiixaan ni baasa malee

Akkanumaan gara kootti hin deebiʼu.+

12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+

Nagaadhaanis ni deebifamtu.+

Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+

Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+

13 Bakka harangamaa mukti birbirsaa,+

Bakka doobbiis mukti hadaasii ni biqila.

Innis Yihowaadhaaf beekamtii,*

Mallattoo bara baraa matumaa hin badnes ni argamsiisa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi