LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 3
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Filiphisiyus

      • Foonitti amanamuu dhiisuu (1-11)

        • Kiristoosiif jedhanii wanta hundumaa dhiisuu (7-9)

      • Galma bira gaʼuuf hiixachuu (12-21)

        • Lammiilee samii (20)

Filiphisiyus 3:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Qo 13:11; Flp 4:4; 1Ta 5:16

Filiphisiyus 3:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 5:2

Filiphisiyus 3:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Gal 6:14; Ibr 9:13, 14
  • +Er 4:4; Rom 2:29; Qol 2:11

Filiphisiyus 3:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Uma 17:12; Lew 12:3
  • +2Qo 11:22
  • +HoE 23:6; 26:4, 5

Filiphisiyus 3:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 8:3; 9:1, 2; Gal 1:13

Filiphisiyus 3:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “fedhiidhaan dhiiseera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 13:44

Filiphisiyus 3:8

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 46

    Masaraa Eegumsaa,

    6/15/2012, ful. 22-23

    3/15/2012, ful. 27-28

    9/15/2009, ful. 24

Filiphisiyus 3:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 4:5; Gal 2:15, 16
  • +Rom 3:20-22

Filiphisiyus 3:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 15:22; 2Qo 13:4
  • +Rom 6:5
  • +Rom 8:17; 2Qo 4:10; Qol 1:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/1/2006, ful. 10

Filiphisiyus 3:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 4:16; Mul 20:6

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    12/2020, ful. 6-7

Filiphisiyus 3:12

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “harka isaa na irra kaaʼeef.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 13:24; 1Xi 6:12

Filiphisiyus 3:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Luq 9:62
  • +1Qo 9:24

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2019, ful. 3-4

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2012, ful. 28

    8/15/2008, ful. 28

Filiphisiyus 3:14

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Xi 4:8; Ibr 12:1
  • +Ibr 3:1

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    3/15/2009, ful. 11

Filiphisiyus 3:15

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 14:20; Ibr 5:14

Filiphisiyus 3:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!, barumsa 60

Filiphisiyus 3:17

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 4:16; 2Ta 3:9

Filiphisiyus 3:18

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Filiphisiyus 3:19

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 8:5; Yaq 3:15

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    4/15/2008, ful. 5

Filiphisiyus 3:20

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Efe 2:19
  • +Yoh 18:36; Efe 2:6; Qol 3:1
  • +1Qo 1:7; 1Ta 1:10; Tit 2:13; Ibr 9:28

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2012, ful. 11

Filiphisiyus 3:21

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 15:27; Ibr 2:8
  • +1Qo 15:42, 49

Yaada Wal Simu

Filp. 3:12Qo 13:11; Flp 4:4; 1Ta 5:16
Filp. 3:2Gal 5:2
Filp. 3:3Gal 6:14; Ibr 9:13, 14
Filp. 3:3Er 4:4; Rom 2:29; Qol 2:11
Filp. 3:5Uma 17:12; Lew 12:3
Filp. 3:52Qo 11:22
Filp. 3:5HoE 23:6; 26:4, 5
Filp. 3:6HoE 8:3; 9:1, 2; Gal 1:13
Filp. 3:7Mat 13:44
Filp. 3:9Rom 4:5; Gal 2:15, 16
Filp. 3:9Rom 3:20-22
Filp. 3:101Qo 15:22; 2Qo 13:4
Filp. 3:10Rom 6:5
Filp. 3:10Rom 8:17; 2Qo 4:10; Qol 1:24
Filp. 3:111Ta 4:16; Mul 20:6
Filp. 3:12Luq 13:24; 1Xi 6:12
Filp. 3:13Luq 9:62
Filp. 3:131Qo 9:24
Filp. 3:142Xi 4:8; Ibr 12:1
Filp. 3:14Ibr 3:1
Filp. 3:151Qo 14:20; Ibr 5:14
Filp. 3:171Qo 4:16; 2Ta 3:9
Filp. 3:19Rom 8:5; Yaq 3:15
Filp. 3:20Efe 2:19
Filp. 3:20Yoh 18:36; Efe 2:6; Qol 3:1
Filp. 3:201Qo 1:7; 1Ta 1:10; Tit 2:13; Ibr 9:28
Filp. 3:211Qo 15:27; Ibr 2:8
Filp. 3:211Qo 15:42, 49
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
  • 14
  • 15
  • 16
  • 17
  • 18
  • 19
  • 20
  • 21
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Filiphisiyus 3:1-21

Warra Filiphisiyusiif

3 Dhuma irrattis yaa obboloota koo, Gooftaatti gammaduu keessan itti fufaa.+ Wantootan kanaan dura isiniif barreesse irra deebiʼee barreessuun na hin rakkisu; kun nageenya keessaniif barbaachisaa dha.

2 Saroota irraa of eeggadhaa; warra miidhaa geessisan irraa of eeggadhaa; warra foon muran irraa of eeggadhaa.+ 3 Sababiin isaas, nuti warri hafuura Waaqayyootiin tajaajila qulqulluu dhiheessinu, warri Kiristoos Yesuusitti boonnuu+ fi foonitti hin amanamne, dhaqna qabaa isa dhugaa qabanneerra;+ 4 eenyu illee foonitti amanamuuf sababii yoo qabaate namni sun ana dha.

Namni foonitti amanamuuf sababii akka qabu yaadu kan biraan yoo jiraate ani isa caalaa sababii qaba: 5 guyyaa saddeettaffaattan dhaqna qabadhe;+ saba Israaʼel irraa, gosa Biiniyaam keessaan dhaladhe; ani Ibricha Ibroota irraa dhalate dha;+ seera ilaalchisee immoo Fariisicha dha;+ 6 hinaaffaa ilaalchisee, gumicha ariʼachaan ture;+ qajeelummaa seera irratti hundaaʼe ilaalchisee immoo, hirʼina akkan hin qabne mirkaneesseen ture. 7 Taʼus, Kiristoosiif jedhee wantoota anaaf buʼaa qaban akka kasaaraatti lakkaaʼeera.*+ 8 Kana malees, beekumsa Kiristoos Yesuus Gooftaa koo isa hunda caalaa gatii guddaa qabu sanaaf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaʼa. Ani isaaf jedhee wantoota hundumaa dhabeera; wantootan dhabe kanas akka kosiittan ilaala; kana kanan godhu Kiristoosiin argachuuf jedheeni; 9 akkasumas qajeelummaa koo isan Seericha hordofuudhaan argadhuun utuu hin taʼin, qajeelummaa isa Kiristoositti amanuudhaan+ argamuun, jechuunis qajeelummaa isa karaa amantii Waaqayyo biraa argamuun isaa wajjin tokkummaa qabaachuu akkan dandaʼuufi.+ 10 Kaayyoon koo, isaa fi humna duʼaa kaʼuu+ isaa beekuu, akkasumas duʼa akka isaa duʼuuf of kennuudhaan+ dhiphina isaa irraa hirmaachuu dha;+ 11 kana malees yoo naa dandaʼame, duʼaa kaʼuu isa jalqabaa argachuu akkan dandaʼu ilaaluu dha.+

12 Ani amma akkan argadhe yookiin guutuu akkan taʼe hin yaadu; kanaa mannaa, isa Kiristoos Yesuus akkan fudhadhuuf na filate* sana of harka galfachuu yoon dandaʼe arguuf carraaqqii gochaan jira.+ 13 Yaa obbolootaa, ani amma iyyuu akkan of harka galfadhe godhee hin yaadu; haa taʼu malee, waan tokko nan godha: Wantoota na duuba jiran irraanfadhee,+ wantoota fuula koo dura jiranitti nan hiixadha;+ 14 galma sana bira gaʼuuf, jechuunis badhaasicha argachuuf carraaqaan jira;+ innis waamicha isa olii+ isa Waaqayyo karaa Kiristoos Yesuus kennu dha. 15 Kanaafuu, nu keessaa warri bilchaatoo taane+ ilaalcha kana haa qabaannu; karaa kamiin iyyuu ilaalcha kana irraa adda taʼe yoo qabaattan immoo Waaqayyo ilaalcha sirrii isinitti ni mulʼisa. 16 Kanas taʼe sana, guddina hammamii iyyuu yoo goone, daandiidhuma kana irra seeraan deddeebiʼuu keenya itti haa fufnu.

17 Yaa obbolootaa, hundi keessan fakkeenya koo hordofaa;+ akkasumas, namoota fakkeenya nuti isiniif keenyee wajjin haala wal simuun deddeebiʼan hubadhaa ilaalaa. 18 Sababiin isaas, namoonni muka dhiphinaa* Kiristoosiif diinota taʼanii deddeebiʼan hedduun jiru; kanaan dura waaʼee isaanii irra deddeebiʼee dubbachaan ture; garuu, ammas imimmaaniin waaʼee isaanii nan dubbadha. 19 Isaan dhumni isaanii badiisa; waaqni isaanii garaa isaanii ti; ulfinni isaanii salphina isaanii ti; sammuun isaanii wantoota lafaa irratti kan xiyyeeffate dha.+ 20 Nuti garuu lammiilee+ samii ti;+ fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis Gooftaa Yesuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna;+ 21 inni humna isaa isa guddaa wantoonni hundi akka isaaf bitaman godhuun, qaama isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf+ qaama keenya isa dadhabaa ni jijjiira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi